Kaayyoo Qorannoo Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo’aa
səhifə 6/84 tarix 09.01.2022 ölçüsü 2,07 Mb. #96981
Kaayyoo Qorannoo Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo’aa
Kaayyoo Gooroo
Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo’aa Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa akkaataa walitti hidhiinsa ergama, mul’ataa fi tarsiimoo eeggateen qopheessudhaan Karoora Guddinaa fi Tiransformeeshinii waggaa shanii yeroo lammafaaf qophaa’u (2008-2012) gama ijaarsaatin jiru fi kana keessatti qooda IIDOn fudhatu akka galama gahu kan kaayyeefatee dha.
6.2 Kaayyoo Gooree
Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo sadarkaa Intarpiraayizi Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa irraa eegalee hanga pirojektitti diriirsuu;
Tarsiimoo Intarpiraayizi gara adeemsa hojii ijootti gadi buusuun ilaalcha tarsiimo’aa akka qabaatan taasisuu fi galma ga’iinsa ergamaa fi mul’ata Intarpiraayiziif akka gumaachan taasisuu;
Sirna bu’aa raawwii tarsiimo’aa madaaluu danda’u qopheesun hojii irra oolchuu.
Dostları ilə paylaş: