Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Bu’aa: Baasii hir’ate Milkaa’ina



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə60/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   56   57   58   59   60   61   62   63   ...   84
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
Bu’aa: Baasii hir’ate

Milkaa’ina: Bu’aa qabeessummaa hojii dabale

    1. Qindoomina Dhimmoota Sektaroota fooyyessuu

Ibsa: Dhimmoonni hawaasummaa tokko tokko qindoomina seektara hundaa waan barbaadaniif seektara hunda keessaatti idilaa’anii xiyyeeffannaa aragachuun tumsa qaama hundaatiin hojjatamu barbaadu. Isaan keessaas dhimmi koorniyaa, dargaggootaa, HIV/AIDS fi kkf isaan gurguddoo dha.

Hojii kana bu’a qabeessa taasisuuf hojmaata fooyya’aa ta’e diriirsuu, hubannoo uumuu fi akka idilaa’anii hojjataman gochuun dhimma irratti xiyyeeffatamee hojjatamu dha.

Bu’aa: Uwwisa dhimmota seektaroota dabale

Milkaa’ina: Jijjirama amalaa mirkanaa’e


    1. Wal harkaa fuudhiinsa hojii dabaluu


Ibsa: Hojii ijaarsa yeroo kontiraataa seenamee keessatti xummuruun wal harkaa fuudhinsaaf qophaa’aa gochuun barbaachisaa dha. Haala waliigalteen yoo raawwate Intarpiraayizicha maammila isaa biratti fudhatama ni argata. Dabalataanis baasii addatiif akka hin saaxilamne taasisa. Kanaafiis wantoota hojiichaaf barbaachisan haal duree guutuun yeroon bakka hojii qaqqabsiisuun akkasumas, bakka dursi kennamuufi qabutti dursa kennuun raawwachuun barbaachisaa dha. Walumaa galatti hojicha haala istandardii fi sagantaa kontiraata irra taa’een xumuruun abbaa hojiitiif dabarsuun dhimma murteessaa dha.

Bu’aa : Hojii Xumurame

Milkaa’ina : Ijaarsa dabarfamee abbaa hojiif kenname



    1. Qulqulliina fi Yeroo Ragaa kanfaltii fooyyeessu

Ibsa: Qulqullina ragaa kanfaltii foyyeessu jechun hojii ijaarsaa raawwatamef raga kanfaltii qulqulliinaan qopheessun gorsaa hojiitin mirkaneessisun kanfaltii hojii irra irratti otuu hintursisin abbaa hojii (client) yeroon gaafachuu jechu dha.

Bu’aa: Qulqullinaa fi yeroon kafaltii dabale

Milkaa’ina: Maallaqa yeroon gadi lakkifame
1   ...   56   57   58   59   60   61   62   63   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin