Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Qulqullina Ijaarsaa Daandii dabaluu



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə61/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   57   58   59   60   61   62   63   64   ...   84
Qulqullina Ijaarsaa Daandii dabaluu

Ibsa: Hojii ijaarsaa milkeessuu keessatti qulqullinni isaa qooda guddaa qaba. Qulqullina ijaarsaa keessatti Bulchiinsa konitraataa hojii guddaa tokko yoo ta’u hojii kana qaama hojiicha raawwatuu fi qaama raawwachiisu /client/ waliin walii galtee raawwatamuu dha. Bulchiinsi kun qophii dookumantii calbaasii hojiichaa qopheessuu irraa jalqabee hanga raawwanna hojiichaatti hojiichi haala walii galtee hojiichaatiin/particular condition of that works/ fi haala waliigala waliigalteetti (General Condition of civil works) rawwatamuu isaa hordofuu; dhimmoota ijraarsa fi isaa waliin walqabatee jiru yoo ta’uu; ijaarsii gaggeffamu qulqullina kan qabaatu qulqullina diizaayiiniin hojjetamu irraa eegalee qulqullina yoo qabaate ijaarsi gaggeffamu baasii kan qusatu (cost effective) ta’a. Gama biraatiin humna ogeessaa cimaa baayy’inan horachuun qulqullina ijaarsa eegu keessatti gahee isaanii akka bahaan gochuu; Akkasumas, hordoofii fi to’annaa cimaa diriirsuun rakkoo qulqullina ijaarsaa jiru akka sirrahuu gochuu ni dabalata. Walumagalaatti ijaarsi gaggeffamaan hundi qulqullina barbadamee qabachuun qaba.

Bu’aa: Qulqullina ijaarsaa dabale

Milkaa’ina: Ijaarsa istaandaardii eeggatee raawwate

1   ...   57   58   59   60   61   62   63   64   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin