Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Bu’aa: Ga’uumsa fi bu’aa qabeessumaa karooraa fi bajataa dabale Milkaa’ina



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə63/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   59   60   61   62   63   64   65   66   ...   84
Bu’aa: Ga’uumsa fi bu’aa qabeessumaa karooraa fi bajataa dabale

Milkaa’ina:Mul’ataa fi ergama galma ga’ee maamila fayyadamaa taassise

    1. Ga’umsa (Efficiency) Ikkupimantoota dabaluu

Hojiiwwan ijaarsa adda addaa gaggeefamuu irratti ikkupimantoota adda addaa baayyee barbaachisoo dha. Haa ta’u malee, ikkupimantoota itti fayyadamnuu kanas bu’aa itti fufinsa qabuu irra argachuuf yeroo yeroon ga’umsa isaanii madalaa deemun murteessa dha. Kunis guyyatti sa’aa meeqa akka hojjetan, boba’a fudhatan, omishaa omishaan, baasii suphaa adda addaa tiif ba’ee walumagalatti baasii ba’ee fi galii argamsisuu waliin madalaa deemun barbaachisa dha.

Ga’umsa ikkupimantoota kanas dabaluuffileen qabinsaa isaanii fooyyesuu, yeroo yeroon hordofii taasisuu, suphaa dursaa (Preventive Mentanance) fi suphaa booda (Correcive Mentenance) yeroo yeroon gaggeessu fi kkf dha.

Kanaaf, ga’umsi ikkupimantoota galii irra kisaaraa kan caaluu yoo ta’e gara maqsutti ykn gurguruuf illen ga’umsa isaanii yeroo yeroon gaggeessa deemun murteessa dha.

Bu’aa: Ga’umsa ikkupimantii dabale

Milkaa’ina: Hojii qulqullina fi yeroon hojetamee xumurame

    1. Dhiyeessii ijaarsaafi barbaachisuu yeroo fi qulqullinaa dhiyeessuu

Ibsa: Galma ga’iinsa hojii intarpiraayizichaaf dhiyeessi meeshaalee adda addaa murteessadha kaannenis meeshaalee ijaarsaa barbaachisan haala karoora qabameen qulqullinaa fi yeroon dhiyeessun hojii hojjatamu milkeessuu keessatti gahee ol’aanaa waan qabuuf gama dhiyeestiin hojiin hojjatamu hundi xiyyeeffannoo itti kenname hojjatamuu qaba.

Bu’aa: Qulqullinaa fi yeroon dhiyeessi dabale

Milkaa’ina: Saffisa hojii dabalee

    1. Baay’ina pirojektootaa guddisuu

Ibsa: Intarpiraayizichi dhaabbata misooma mootummaa ta’ee gama mootummaatiin bakka kontiraaktarotni dhuunfaa hin gallee fi gabaa tasgabeessuu gama mootummaatiin hojii itti kenname hojjachaa ture. Haa ta’uuti yeroo ammaa kana uwwisni daandii walgahaa jiraachuu fi baay’achuu kontiraaktarootatiin gama mootummaatin hojiin kennamaa jiru xiqqaataa waan jiruuf intarpiraayizichi gara fuulduraatti dorgomaa cimaa ta’ee jiraachuu akka qabu kallattiin kennamee jira. Kanaafu, Intarpiraayizichi humna isaa cimsee aangoo kennametti fayyadamuun gabaa keessa seenuun dorgommiin hojii dabalataa gama ijaarsati fi hojii haaraa biroo qo’annoo fi qorannoo gaggeefame irraa ka’uun argachuun murteessadha. Kunis madda galii uumamuun bu’a qabeesummaa intarpiraayizichaa gama itti fufiinsa qabuun kan rawwatu ta’a.

Bu’aa: Hojii dabalataan argame

Milkaa’ina: Gabaa keessatti dorgomaa cimaa ta’ame argamuu, galii dabalataan argame
1   ...   59   60   61   62   63   64   65   66   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin