Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Qo’annoo fi Qorannoo Guddisuu



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə64/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   60   61   62   63   64   65   66   67   ...   84
Qo’annoo fi Qorannoo Guddisuu

Ibsa: Qo’annoo fi qorannoo bu’a qabeessaa ta’an gaggeessudhaan hojiilee haaraa fi kanneen jiraan haala bu’aa fiduu danda’aniin qorachuun itti fufinsaan gabaa keessa turuun dorgomaa cimaa ta’uun dhimma murteessaa dha.
Qorannoo fi qo’annoo itti fufiinsa qabu gaggeessuun bu’aawwan argamanii fi kan bu’a qabeessa ta’an babal’isuun, galii intarpiraayizichaa caalaa babal’isuun xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta’a. Dabalataaniis kan of keessatti hammatu qorannoo fi qo’annoo adda addaa taasisun bu’aa qabeessummaa fi kisaaraa jiraachu danda’u adda baasuun, bu’aa qabeesummaan akka dabalu tarsimoo qopheessun itti fufsiisu yoo ta’u kisaaraan akka hin umamneef immo mala adda addaa dhahun ‘risk’ gahu danda’u salphiisu jechu dha. Akkasumas intarpiraayizichi sadarkaa maal irra akka jiru fi gara fuulduraatti maal akka fakkaatu kan agarsiisu dha.


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   60   61   62   63   64   65   66   67   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin