Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Kaayyolee fi Tarkaanfiiwwan Tarsiimo’aa (Strategic Initiatives)



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə74/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   70   71   72   73   74   75   76   77   ...   84
Kaayyolee fi Tarkaanfiiwwan Tarsiimo’aa (Strategic Initiatives)

Kallattii Madaallii

Kaayyolee Tarsiimo’aa

Tarkaanfiiwwan Tarsiimo’aa

(Strategic Initiatives)



Baajata (000)

Maamila

  1. Amantaa maamilaa dabaluu

  2. Itti quufinsa maamilaa guddisuu

  • Sagantaa sakatta’insa yaadaa fi itti quufinsa maamilaa (client opinion & satisfaction survey)

180.00



Faayinaansii

  1. Gahumsa fi bu’a- qabeessummaa maalaqaa fooyyessuu

  • Sagantaa fooyya’insa bulchiinsa fi to’annoo baasii




1,150.00

  1. Galii guddisuu

  • Sagantaa sassaabbii galii

500.00

  1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

  • Sagantaa bulchiinsa qabiinsa qabeenyaa intarpiraayizii (inveentarii, inispeeksshinii )

3,750.00


Adeemsa Hojii Keessaa

  1. Qindoomina dhimmoota sektaroota foyyeessuu

  • Qindoomina Dhimmoota sekteroota idileessuu (mainstreaming cross cutting issues)

250.00

  1. Wal-harkaa fuudhiinsa hojii dabaluu

  • Sagantaa hordoffii fi deeggarsaa

  • Istaandardii fi noormii hojiifayyadamuu




2,326.00

  1. Qulqulliina hojii ijaarsaa dabalu

  1. Qulqulliina fi Yeroo Ragaa kanfaltii foyyeessu

  • Raawwii hojii haala waliigalteetiin raawwate

  • Sagantaa waliigalte gaaffii kanfaltii hojii raawwateetti hogganamu



972.00


  1. Sirna ’’Risk managment” diriirsu

  • Sagantaa inshuraansii

  • Leenjii kennuu

  • Sagantaa of eeggannoo bakka hojii (Safety programm)

  • Sagantaa hirmaannaa Investimenti adda addaa

95,806.95

  1. Sirna hordoffii, deggarsaa fi gamagamaa fooyyessuu




  • Sagantaa hordoffii fi gamaaggama

400.00

  1. Ga’umsa (Efficiency) Ikkupimantoota dabaluu

  • Sagantaa gahumsa maashinarii cimsu (Hubannoo uumuu, PM fi CM cimsuu)

3,142,056.00

  1. Dhiheessii ijaarsaaf barbaachiisu Qulqullinaa fi yeroo dhiheessu

  • Sagantaa ispeesifikeeshinii (waliigaltee)

  • Karoora gocha hojii

200.00

  1. Baay’ina pirojaktootaa hojii guddisuu

  • Sirna odeeffannoo diriirsuu

  • Dokumentii caalbaasii qopheessuu

  • Sgantaa qo’annoo fi qorannoo diriirsuu

690.00

  1. Qo’annoo fi qorannoo guddisuu

  • Sagantaa sakata’iinsaa hojii haaraa

350.00

  1. Hojimaata bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa fooyyeessuu

  • Paakeejii bulchiinsa gaarii

  • JBAH, BSC, Muuxannoo gaarii babal’isuu

  • Raayyaa jijjiiramaa

230.00

Ijaarsa Dandeettii

  1. Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

  • Sagantaa fooyya’iinsa humna namaa

  • Sagantaa riifoormii




80.00

  1. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu

  • Sagantaa barnootaa fi leenjii

  • Sagantaa muuxannoo gaarii babal’isuu

  • Paakeejii badhaasaa fi onnachiiftuu




5400.00

  1. Dhiyeessii, itti fayyadama teknoloojii fi meeshaa dhaabataa guddisuu

  • Sagantaa dhiyeessii ikkupimentii(teeknoolojii)

  • itti fayyadama ikkupimentii ( teekinooloojii)

3,365,138.61

Ida’aama

7,830,657.00


Gabatee-20

Hojiirra Oolmaa karoora Ijaarsa Dandeetii fi Qabeenya Dhaabbataa Waggaa lama (2007-2008)

Lakk

Gosaa Meeshaa

Bara 2007

Bara 2008

Saf.

Saf.

lakk

Qar. 000'

lakk

Qar. 000'

1

Maashinarii

57

315,475.05

25

148,500.00

2

Konk. Gurguddaa

87

288,862.00

22

85,100.00

3

Konk.xiqqaa

43

72,190.00

26

45,700.00

4

Meeshaalee asfaaltii (Asphalt equipment)

11

105,382.98

 0

0.00

5

Meeshaalee dhaabbataa biiroo

74

1,289.10

24

266.00

6

Light plants'

41

5,517.80

26

3,510.00

7

Meeshaalee dhabbataa garaajii

71

26,347.10

13

8,590.00

 

Ida’ama

 

815,064.03

 

291,666.00

Hub: Maddi qarshiin meeshaalee gabatee armaan olitti ibsaman argamuu danda’u Mootummaa

Naannoo Oromiyaa (MNO) fi IIDO irrayyi.



GULANTAA TORBAFFAA

  1. Sirna Ragaa Raawwii Diriirsuu (Automation)

Sadarkaa kanatti sirni qabiinsa ragaa koomputaraan akka deeggaramuuf sirna ragaa diriirsuu, ragaa funaanuuf, xiinxaaluu fi gabaasuuf kan dandeessisu ta’uu qaba.

Qabiyyee ragaalee faayidaa qabeessa ta’an murteessuuf bu’aa barbaadamuuf kallattiidhaan galtee ta’uu danda’uu isaanii qaaceessuudhaan haala qabatamaa waliin qunnamuu isaa ilaaluun itti fufiinsa kan qabu ta’uu mirkaneessuu fi bu’aalee argaman waliin madaaluuf kan dandeessisu ta’uu isaanii sakatta’uun barbaachisaadha. Sirni sassaabbii odeeffannoo, xiinxaluu fi gabaasa dhiyeessuu salphaa fi ifaa akka ta’u gargaara. Akkaataan odeeffannoon itti wal jijjiiramuus ifaa fi salphaa ta’a.Akkaata Barnootaa fi beekumsa wal jijjiiruu dabaluun dandeettii raawwattootaa ni cimsa.

Murtee hatattamaa rakkoo uumame ykn uumamuuf jedhuuf kennuuf gargaara. Waluma gala murtewwan rawwii ammaa fi kallattii gara fuula duraa haala madaalameen xiinxaluufi murtee bu’a qabeessa kennuuf meeshaa tajaajiluudha. Haata’uuti sirna madaallii bu’aa karoora tarsiimo’aa (SBMKT) kana ‘automate’ gochuuf sooftiweeriin isaa qohaa’ee waan hin jirreef hojiirra oolchuuf hin danda’amne



GULANTAA saddeetTaffaa

8. Sirna Madaallii Bu'aa Karoora Tarsiimoo Gadi Buusuu (Cascading)


Sirna Madaallii Bu'aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) karoora armaan dura baratamee qophaa’e hojii irraa oolaa ture irraa adda kan taasisu tokkoon tokkoo adeemsaaleen hojii fi raawwattootni sadarkaa adda addaa irratti ramadamanii jiran guyyaa guyyaan yaada tarsiimo’aa qabatanii bu’aa tarsiimo’aa galmeessuuf akka hojjetan kan dandeessisu ta’uu isaati.

Sirna Madaallii Bu'aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) sadarkaa Intarpiraayizi Ijaarsa daandiiwwan Oromiyaatti qophaa’e akkaataa tarsiimoowwan hundi walitti hidhamanii bu’aa ol’aanaa sadarkaa Intarpiraayizitti yaadame galmeessuu danda’anitti gara adeemsa hojii fi pirojektoota karoora kana raawwataniif gad buusuun barbaachisa ta’a.



8.1. Akkaataa Sirni Madaallii Bu'aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) Gad Bu’uu Danda’u

Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo kan gulantaa 1ffaa hanga 6ffaa qophaahe caasaalee sadarkaa sadarkaan jiraniif kaayyolee, safartuulee, mannii fi tarkaanfilee tarsiimo’aa gad buusuu fi sirna madaallii isaanii qopheessuuf kara sadiin gad bu’uu ni danda’ama. Isaanis:



  1. Qunnamtii Cimsuun ykn Hubannoo uumuun (Communication)

  2. Kaayyolee tarsiimo’aa gad buusuu

  3. Onnachiistuu bu’aan wal-qabsiisuu yoo ta’u, kaayyolee, safartuulee, manii fi tarkaanfilee tarsiimo’aa haala walitti hidhiinsa cimaa qabaniin gad buusuu dha.


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   70   71   72   73   74   75   76   77   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin