Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Haala Kaayyolee Tarsiimo’aan Adeemsootaafi piroojektootatti Gadi Bu’an



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə77/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   73   74   75   76   77   78   79   80   ...   84
8.2. Haala Kaayyolee Tarsiimo’aan Adeemsootaafi piroojektootatti Gadi Bu’an

Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) sadarkaa Intarpiraayizitti qophaa’e haala irraa gadee (vertical) fi dalgee (horizontal) ta’een kan gadi bu’e yoo ta’u; dalgeetti (horizonatally) adeemsoota hojii sadarkaa Intarpiraayizitti jiraniif kan gadi bu’u ta’ee, irraa gadee (vertically) ammoo, pirojektoota jiraniif kan gadi bu’u ta’a.

Haaluma kanaan, kaayyoleen bifa walfakkaatuun Adeemsaalee hojii hundaaf kennamu, kan hundaa (common), Adeemsaalee hojii murtaa’aa ta’aniif akkaataa amala hojii isaaniitiin kan waliin qooddatan kan waliinii (shared), akkasumas haala amala hojichaan walqabatee adeemsi hojii tokko qofaaf kan kennamuu qabu ammoo kan addaa (unique) jedhamee addaan bahee akkaa gadi bu’u taasiifamee jira.


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   73   74   75   76   77   78   79   80   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin