Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə78/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   74   75   76   77   78   79   80   81   ...   84
A) Kan Hundaa (Common)

Kaayyolee tarsiimo’aan kallattii madaallii afran keessatti tarreeffaman akkaataa amala isaaniitti Adeemsoota hojiitiif gad bu’uu qabu. Kaayyolee tarsiimo’aan hundaaf gad bu’an Adeemsa hojii hunda keessatti hojjetamuu kan qaban yoo ta’u, keessattuu kallattiiwwan madaallii maamila, faayinaansii, fi ijaarsa dandeettii keessatti irra caalaan isaanii adeemsa hojii hundaan raawwachuu kan qaban ta’ee mul’ata. Haaluma kanaan, kallattii madaallii maamila, keessatti kaayyoleen lama, kallattii madaallii faayinaansii keessatti kaayyoleen tokko, kallattii adeemsa hojii keessatti kaayyoleen lama , akkasumas kallattii ijaarsa dandeettii keessaatti kaayyoleen sadii Adeemsaalee fi piroojektootaa hundaaf akka gad bu’an ta’ee jira. Kaayyoleen adeemsa hojii hundaaf gad bu’an kun haala wal-qixa ta’een adeemsa hojii hundaaf kan qoodamu jechuu otuu hin ta’in, akkaataa safartuu raawwii Intarpiraayizitiin fudhatamee adeemsi hojii hundaan kan hojjetamu ta’a.




Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   74   75   76   77   78   79   80   81   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin