Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə79/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   76   77   78   79   80   81   82   83   84
B) Kan Waliinii (Shared)

Kaayyolee tarsiimo’aan kan waliinii ta’anii gad bu’an kan hundaa irraa adda kan isaan taasisu adeemsoota hojii murtaa’aa ta’aniif gad bu’uu isaanii ti. Kaayyolee waliinii adeemsi hojii murtaa’aa ta’aniif gad buusuu jechuun akkaataa amala hojii adeemsa hojii keessatti raawwatuun waliin fudhachuun bu’aa tarsiimo’aa kaawame milkeessuu danda’uu dha. Kaayyoleen waliin fudhataman kun haala ulfaatina wal-qixa ta’een kan fudhataman otuu hin ta’in, ergama mana hojichaa irratti hundaa’uun kaayyolee fi safartuulee raawwii tarsiimo’aa kaa’aman akka haala qabatamaa intarpraayizichaa hojichaatti gad buusuu dha.



Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   76   77   78   79   80   81   82   83   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin