Madda Ragaa Lammafaa
Xiinxala
Ragaalee barbaachison erga walitti qabamanii booda qindaa’anii akkaataa akaakuu isaaniitiin tarreessun xinxalamanii barreefamaa fi lakkoofsaan ibsamaniiru.
GULANTAA TOKKOFFAA
-
Sakatta’iinsa Naannoo Hojii /Environmental Scan/
1.1 Xiinxala Aangoo fi Hojii Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa
1.1.1 Aangoo fi Hojii Intarpiraayizichaa
Intarpiraayiziin Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa dambii 116/2000 irratti hundaa’un aangoo fi hojiin armaan gadii tarreeffamee kennameef gahumsaan raawwachuu akka danda’u kan hundeeffamee dha.
-
Aangoo fi hojiiwwan Intarpiraayizichaaf kennaman
-
Ijaarsa daandiiwwan haaraa ni ijaaraa, ni foyyessa, ni supha, riqichaa fi fukaa ni hojjeta
-
Hojii ijaarsa gamoo fi bishaanii ni hojjeta
-
Meeshaalee ijaarsa daandii fi hojii ijaarsaan walqabatan tajaajila kamiyyuu ni oomisha, biyya
alaatii ni galcha, ni gurgura, ni kireessa
-
Hojii invastimentii irratti ni hirmaata
-
Qabeenya ni horata, qaama sadaffaa waliin waligaltee ni seena, ni himata, ni himatama, kanneen kan fakkaatan raawwachuf dambii lakk.116/2000 Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin baheen kennameeraaf.
Dostları ilə paylaş: |