C) Kan Addaa (Unique)
Kaayyolee tarsiimo’aan kan addaa jedhamanii beekaman akkaataa aangoo fi ergama intarpiraayizichaan danbiin kennametti kaayyoolee adeemsaaleen hojiitiif haala adda ta’een kennamuu qaban gad buusuu dha. Haaluma kanaan, kallattii faayinaansii keessatti kaayyoon tokko, kallattii adeemsa hojii keessatti kaayyooleen ja’a(6) kan addaa ta’anii akka gad bu’an taassifamee jira.
Kallattii
Madaallii
|
Kaayyolee Tarsiimo’aa
|
Gabatee-21
Maatriiksii Kaayyoolee Tarsiimo’aa (OMT)
Safartuulee Raawwii
|
Haala kaayyooleen ittiin gadibu’e
|
Adeemsa hojii ijoo Bul. Kon.fi H/Ijaarsaa
|
pirojektii
|
Adeemsa Hojii Deeggarsa Faayinaansii
|
Adeemsa Hojii Deeggarsa tajaajila Seeraa
|
|
Dostları ilə paylaş: |