Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Baay’ina hojii dabalee (Km’n)



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə84/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   76   77   78   79   80   81   82   83   84
Baay’ina hojii dabalee (Km’n)



























Daandii


Daandii

244

412


317

330

345.06


363.34

387

412





380

Asfaaltii



25








10

15

20

25





25

Suphaa cimaa




500





200

250

350

400

500








500

Gamoo




0.25




0.08

0.12

0.15

0.20










Ijaarsa bishaanii




0.35







0.2

0.25

0.3












  1. Qo’annoo fi qorannoo guddisuu

Qo’annoo fi qorannoo gaggeeffame (Lakk)




11




2

2

2

2

3

  • Sagantaa sakata’iinsa hojii haaraa




  1. Hojjimata bulchiinsa gaarii fi keennaa tajaajilaa foyyeessuu

Kenna tajaajilaa fooyya’e %

60

90


63

68

75

80

85

90




  • Paakeejii bulchiinsa gaarii

  • JBAH, BSC,

  • Muuxannoo gaarii babal’isuu

Raayyaa jijjiiramaa




Komii uummataa xiqqaate (%n)

40

10


37

32

25

20

15

10




Ijaarsa dandeettii




  1. Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

Itti quufiinsa hojjettoota dabale %n

80

95


85

87

90

92

94

95


  • Sagantaa fooyya’iinsa humna namaa

  • Sagantaa riifoormii







Gad- lakkisa hojjettootaa xiqqaate (turn over rate) %n

20

5


15

13

10

8

6

5





  1. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu

Baay’ina hoggantootaafi raawwattootaa leenjii yeroo gabaabaa fi barnoota argatan

65

90


70

75

80

85

88

90


  • Sagantaa barnootaa fi leenjii

  • Sagantaa muuxannoo gaarii babal’isuu

  • Pirojeektii badhaasaa fi onnachiiftuu







Ga’ee ogeessota Digrii 1ffaa fi isaa ol qaban dabale (%n)

13

30


15

20

23

25

27

30








Dandeettii Raawwii hoggantootaafi raawwattootaa dabale %n



60

90


65

70

75

85

87

90








  1. Dhiyeessii fi ittifayyadama teknoloojii guddisuu

Walgeettii teknoloojii dabale %n ( data base, intarneetii ,

50

90

55

60

70

80

85

90

Sagantaa dhiyeessii ikkupimentii(teeknoolojii)

itti fayyadama ikkupimentii ( teekinooloojii)









Itti fayyadamtoota teknolojii dabale %n

40

60


42

46

50

54

58

60







Dhiheessa ikkuupimentii dabalee

65

100

70

75

80

85

95

100







Gahuumsa (efficiency) ikkuupimentii dabalee

31

70

35

40

50

55

60

70





Gabatee-23

8
1.Mul’ata

Bara 2020tti Indastirii Ijaarsaa keessatti Bahaa Afriikaatti kontiraaktara dorgomaa ta’anii argamuu.



2. Ergama

Hojiiwwan ijaarsaa qulqullinaan fi gatii madaalawaan yeroo barbaadame keessatti hojjachuun akkasumas, investimentii adda addaa irratti hirmaachuun galii argamsiisu fi itti quufinsa maamilaa mirkaneessuu.



3 Duudhaalee/Core value

Kaayyoo tarsiimoo haala walitti hidhamiinsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu keessatti caasaaleen Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qabu. Haaluma kanaan, duudhaalee ijoon Intarpiraayizii ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa akkaataa hojii keessatti calaqqisuu qabuun dhihaateera. Isaanis:



  • Hojjetaan keenya qabeenya murteessaa dha

  • Maammiltoonni keenya giddu-galeessa hojii keenyaati

  • Miira gareen ni hojjenna

  • Prinsipiloota naamusaa kabajuu

  • Malaammaltummaadhaaf obsa hin qabnu

  • Qabeenya keenya qusannaa fi kunuunsaan itti fayyadamuu

  • Hojii qulqullina qabu hojjechuu

  • Jijjiiramaaf qophaa’oo dha.

.2. Iskoor Kaardii Hojii Ijaarsaa





Kallattii Madaallii



Kaayyolee Tarsiimo’aa


Safartuulee Raawwii



Ka’umsa


Manii (Targets)


Tarkaanfiiwwan Tarsiimo’aa

(Strategic Initiatives)





2006


2007/

2012


2007


2008


2009


2010


2011


2012






Maamila

  1. Amantaa maamiilaa dabalu

  2. Itti quufinsa Maamilaa guddisuu

Itti quufinsa dabale (%n)


70

95

75

80

85

90

95

95


  • Sagantaa sakatta’insa yaadaa fi itti quufinsa maamilaa (public opinion & satisfaction survey)





Faayinaansii

  1. Ittifayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)




30

5

25

25

20

15

10

5

  • Sagantaa bulchiinsa qabiinsa qabeenyaa intarpiraayizii

  • Sagantaa inveentarii

Sagantaa inispeeksshinii




  1. Galii guddisuu



Galii guddate (Qar. bil)

0.86

5.03

1.47

2.31

2.91

3.51

4.24

5.03

  • Sagantaa sassaabbii galii




Ijaarsa daandii dabale (Qr)




























Daandii boonaa ganna

0.86

3.63

1.47

2.00

2.23

2.59

3.10

3.63





Suphaa daandii




0.35




0.14

0.18

0.25

0.28

0.35





Asfaaltti (Qr)




























Sadarkaa olkaasuu fi ijaars haaraa

0

0.45

0

0.09

0.18

0.27

0.36

0.45





Ijaarsa gamoo

0

0.25

0

0.08

0.12

0.15

0.20

0.25





Ijaarsa hojiiwwan bishaan

0

0.35

0




0.2

0.25

0.3

0.35





Baasii Hojiif ramadame Qr. Mil

0.81

4.53

1.37

2.17

2.71

3.23

3.86

4.53





Baasii %

94.2

90

93

94

93

92

91

90




Bu’aa argame Qr

0.05

0.50


0.10


0.14


0.20


0.28


0.38


0.50






Adeemsa hojii keessaa


  1. Wal-harkaa fudhiinsa hojii dabaluu

Daandii xumurame %

180




170

170

148

130

110

100


  • Sagantaa hordoffii fi deegg arsaa




  • Sagantaa qulqullina ijaarsa daandii egsiisuu




Daandii ximuramee walharkaa fuudhinsa duraa taasifame %

202

100

190

170

148

130

110

100





Daandii wal haarkaa fuudhinsa dhumaa taasifame %

205

100

195

170

148

130

110

100




Gamoo

0

100




105

100

100

100

100




Ijaarsa bishaanii

0

100




105

100

100

100

100





  1. Qulqulliina ijaarsa daandii dabalu




Ijaarsa daandii dabale (Km,n)




























Daandii boonaa ganna

244.29

412

317

330

345.06

363.34

387

412




Suphaa daandii cimaa




500





200

250

350

400

500





Asfaaltti (km)




























Sadarkaa Guddiisuu fi Haaraa

0

25


0

0

10

15

20

25





Qulqullina daandii dabalee (%n)

70

98


75

80

85

90

95

98





  1. Qulqulliina fi yeroo ragaa kanfaltii foyyeessu

Ragaa Kanfaltii yeroo fi qulqulliinaan dhihaatee (%)

70

98

75

80

85

90

95

98

  • Raawwii hojii haala waliigalteetiin raawwate

  • Sagantaa waliigalte gaaffii kanfaltii hojii raawwateetti hogganamuu




  1. Hojjimata bulchiinsa gaarii fi kenna tajaajilaa fooyessuu

Kenna tajaajilaa fooyya’e %

60

90

63

68

75

80

85

90


  • Paakeejii bulchiinsa gaarii

  • JBAH, BSC,Raayyaa jijjiiramaa

  • Muuxannoo gaarii babal’isuu




Komii uummataa xiqqaate (%n)

40

10

37

32

25

20

15

10





  1. Sirna ’Risk managment” diriirsu

Risk xiqqaate (%n)




5

20

18

15

10

8

5

  • Sagantaa inshuraansii

  • Sagantaa hubannoo uumuu

  • Sagantaa of eeggannoo bakka hojii (Safety programm)

  • Sagantaa hirmaannaa Investimenti adda addaa




  1. Baay’iina pirojaktootaa guddiisu

Baay’ina hojii dabalee (Km’n)

























  • Sirna odeeffannoo diriirsuu

  • Dokumentii caalbaasii qopheessuu

  • Sagantaa qo’annoo fi qorannoo diriirsuu



Daandii


Daandii



244

412

317

330

345.06

363.34

387

412




380

Asfaaltii




25







10

15

20

25





25

Suphaa cimaa




500




200

250

350

400

500





500

Gamoo




0.25




0.08

0.12

0.15

0.20










Ijaarsa bishaanii




0.35







0.2

0.25

0.3










  1. Sirna hordoffii fi deeggarsaa fooyyeesuu

Uwwiisa deeggarsa, hordoffii fi gamaaggamaa lakkofsaan/kurmaanaan

3

4


4

4

4

4

4

4

Sagantaa hordoffii fi gamaaggama




Uwwisa duub-deebii kenname (%n)

75

100

100

100

100

100

100

100







Ijaarsa Dandeettii

  1. Dhiheessaa fi Itti fayyadama teknoloojii guddisuu

Itti fayyadamtoota teknolojii dabale %n

40

60


42

46

50

54

58

60


  • Sagantaa itti fayyadama teekinooloojii




Gahuumsa (efficiency) ikkuupimentii dabalee

31

70


35

40

50

55

60

70





  1. Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

Itti quufiinsa hojjettoota dabale %’n

80

95


85

87

90

92

94

95


  • Sagantaa fooyya’iinsa humna namaa

  • Sagantaa riifoormii







Gad- lakkisa hojjettootaa xiqqaate (turn over rate) %n

20

5

15

13

10

8

6

5




  1. Dandeettii raawwachiisummaa raawwattootaa fooyyeessuu

Baay’ina raawwattootaa leenjii yeroo gabaabaa fi barnoota argatan

50

90


55

75

80

85

88

90


  • Sagantaa barnootaa fi leenjii

  • Sagantaa muuxannoo gaarii babal’isuu

  • Pirojeektii badhaasaa fi onnachiiftuu







Gahee ogeessota Digrii 1ffaa fi isaa ol qaban dabale (%’n)

13

30


15

20

23

25

27

30





Dandeettii Raawwii raawwattootaa dabale %n

60

90

65

70

75

85

87

90





Gabatee-24

8.3. Iskoor Kaardii Pirojaktii Baradiimtu-Bared–Haantut
1.Mul’ata

Bara 2020tti Indastirii Ijaarsaa keessatti Bahaa Afriikaatti kontiraaktara dorgomaa ta’anii argamuu.



2. Ergama

Hojiiwwan ijaarsaa qulqullinaan fi gatii madaalawaan yeroo barbaadame keessatti hojjachuun akkasumas, investimentii adda addaa irratti hirmaachuun galii argamsiisu fi itti quufinsa maamilaa mirkaneessuu.



3 Duudhaalee/Core value

Kaayyoo tarsiimoo haala walitti hidhamiinsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu keessatti caasaaleen Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qabu. Haaluma kanaan, duudhaalee ijoon Intarpiraayizii ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa akkaataa hojii keessatti calaqqisuu qabuun dhihaateera. Isaanis:



  • Hojjetaan keenya qabeenya murteessaa dha

  • Maammiltoonni keenya giddu-galeessa hojii keenyaati

  • Miira gareen ni hojjenna

  • Prinsipiloota naamusaa kabajuu

  • Malaammaltummaadhaaf obsa hin qabnu

  • Qabeenya keenya qusannaa fi kunuunsaan itti fayyadamuu

  • Hojii qulqullina qabu hojjechuu

  • Jijjiiramaaf qophaa’oo dha.





Kallattii Madaallii


Kaayyolee Tarsiimo’aa


Safartuulee Raawwii


Ka’umsa


Manii (Targets)



Tarkaanfiiwwan Tarsiimo’aa

(Strategic Initiatives)


2006


2007/

2012


2007


2008


2009


2010


2011


2012

Maamila

  1. Amantaa maamiilaa dabalu

  2. Itti quufinsa Maamilaa guddisuu

Itti quufinsa dabale (%n)

70

95

75

80

85

90

95

95

  • Sagantaa sakatta’insa yaadaa fi itti quufinsa maamilaa (public opinion & satisfaction survey)


Faayinaansii

  1. Ittifayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)


30

5

25

20

15

10

5

5

  • Sagantaa bulchiinsa qabiinsa qabeenyaa intarpiraayizii

  • Sagantaa inveentarii

  • Sagantaa inispeeksshinii

Ragaa kanfaltii yeroo fi qulqullinaan dhihaate

70

98

75

80

85

90

95

98




  1. Galii Guddatee

Daandii boonaa ganna(Qar. Mil)

70.81

203.64

48.24

57.22

63.59

34.59







  • Sagantaa sassaabbii galii

Baasii Hojiif ramadame Qr. Mil

63.02

176.01


42.9


50.35


54.05


28.71








Bu’aa argame Qr Mil.

7.79

27.63

5.34

6.87

9.54

5.88








Adeemsa hojii keessaa


  1. Hojii ijaarsaa xumuramee fi yeroo Wal harkaa fuudhiinsi fooyya’e

Daandii xumurame %
















100







  • Sagantaa hordoffii fi deegg arsaa




  • Sagantaa qulqullina ijaarsa daandii egsiisuu

Daandii ximuramee walharkaa fuudhinsa duraa taasifame %
















100







Daandii wal haarkaa fuudhinsa dhumaa taasifame %



















100




  1. Hojii Ijarsaa fi qulqullina dabale

Ijaarsa daandii dabale (Km’n)

























Daandii boonaa ganna

30.27

66.33

17.45

18

20

10.88







Qulqullina daandii dabalee (%n)
















100







  1. Hojjimata bulchiinsa gaarii fi kenna tajaajilaa fooyessuu

Kenna tajaajilaa fooyya’e %

60

90


63

68

75

80

85

90


  • Paakeejii bulchiinsa gaarii

  • JBAH, BSC,

  • Muuxannoo gaarii babal’isuu

Raayyaa jijjiiramaa

Komii uummataa xiqqaate (%n)

40

10


37

32

25

20

15

10


8.”'Risk managment” hojii irra olchu

Risk xiqqaate (/%n)




5

20

18

15

10

8

5

  • Sagantaa inshuraansii

  • Sagantaa hubannoo uumuu

  • Sagantaa of eeggannoo bakka hojii (Safety programm)

  • Sagantaa hirmaannaa Investimenti adda addaa

9.Sirna deeggarsaafi hordoffii fooyyesuu

Uwwisa deeggarsa, hordoffii fi gamaaggamaa lakkofsaan/ guyyaa

104

156


124

156

156

156

156

156

Sagantaa hordoffii fi gamaaggama

Uwwisa duub-deebii kenname (%n)

66

100

79

100

100

100

100

100




10.Ragaa kanfaltii qulqullinaa fi yeroon dhihatee

Ragaa Kanfaltii yeroo fi qulqulliinaan dhihaatee ( %)

70

98

75

80

85

90

95

98




  • Raawwii hojii haala waliigalteetiin raawwate

  • Sagantaa waliigalte gaaffii kanfaltii hojii raawwateetti hogganamu



Ijaarsa Dandeettii


11.Itti fayyadama teknoloojii guddisuu

Itti fayyadamtoota teknolojii dabale %n

40


60


42


46


50


54


58


60


  • itti fayyadama teekinooloojii

Gahuumsa (efficiency) ikkuupimentii dabalee

31

70


35

40

50

55

60

70

12.Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

Itti quufiinsa hojjettoota dabale %n

80

95


85

87

90

92

94

95


  • Sagantaa fooyya’iinsa humna namaa

  • Sagantaa riifoormii




Gad- lakkisa hojjettootaa xiqqaate (turn over rate)

20

5

15

13

10

8

6

5

13.Dandeettii raawwachiisummaa raawwattootaa fooyyessuu

Baay’ina raawwattootaa leenjii yeroo gabaabaa fi barnoota argatan

65

90


70

75

80

85

88

90


  • Sagantaa barnootaa fi leenjii

  • Sagantaa muuxannoo gaarii babal’isuu

  • Pirojeektii badhaasaa fi onnachiiftuu




Gahee ogeessota Digrii 1ffaa fi isaa ol qaban dabale (%n)

13

30

15

20

23

25

27

30

Dandeettii Raawwii raawwattootaa dabale %n

60

90

65

70

75

85

87

90


Gabatee-25

8.5. Iskoor Kaardii Galii Maddisiisuu
1. Mul’ata

Bara 2020tti Indastirii Ijaarsaa keessatti Bahaa Afriikaatti kontiraaktara dorgomaa ta’anii argamuu.



2. Ergama

Hojiiwwan ijaarsaa qulqullinaan fi gatii madaalawaan yeroo barbaadame keessatti hojjachuun akkasumas, investimentii adda addaa irratti hirmaachuun galii argamsiisu fi itti quufinsa maamilaa mirkaneessuu.



3 Duudhaalee/Core value

Kaayyoo tarsiimoo haala walitti hidhamiinsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu keessatti caasaaleen Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qabu. Haaluma kanaan, duudhaalee ijoon Intarpiraayizii ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa akkaataa hojii keessatti calaqqisuu qabuun dhihaateera. Isaanis:



  • Hojjetaan keenya qabeenya murteessaa dha

  • Maammiltoonni keenya giddu-galeessa hojii keenyaati

  • Miira gareen ni hojjenna

  • Prinsipiloota naamusaa kabajuu

  • Malaammaltummaadhaaf obsa hin qabnu

  • Qabeenya keenya qusannaa fi kunuunsaan itti fayyadamuu

  • Hojii qulqullina qabu hojjechuu

  • Jijjiiramaaf qophaa’oo dha.





Kallattii Madaallii


Kaayyolee Tarsiimo’aa


Safartuulee Raawwii


Ka’umsa


Manii (Targets)

Tarkaanfiiwwan Tarsiimo’aa

(Strategic Initiatives)


2006


2007/

2012


2007


2008


2009


2010


2011


2012

Maamila

  1. Amantaa maamiilaa dabaluu

  2. Itti quufinsa maamiila guddisuu

Itti quufinsa dabale (%n)

70

95


75

80

85

90

95

95

  • Sagantaa sakatta’insa yaadaa fi itti quufinsa maamilaa (public opinion & satisfaction survey)

Faayinaansii

  1. Bu’aa- qabeessummaa maallaqaa fooyyessuu

itti fayyadama maallaqaa (efficiency) dabale(%n)

100

100

100

100

100

100

100

100

  • Sagantaa fooyya’insa bulchiinsa fi to’annoo baasii intarpiraayizi

  • Argannoo Odiitii

Bu’a- qabeessummaa maallaqaa dabale (%n)

93

100

95

96

97

98

99

100

  1. Ittifayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)


30

5

25

20

15

10

5

5

  • Sagantaa bulchiinsa qabiinsa qabeenyaa intarpiraayizii

  • Sagantaa inveentarii

Sagantaa inispeeksshinii

  1. Galii guddisuu

Galii guddate (Qar. bil)

0.86

5.12


1.50


2.34


2.96


3.57


4.32


5.12

  • Sagantaa sassaabbii galii



Daandii boonaa ganna

0.86

3.63

1.47

2.00

2.23

2.59

3.10

3.63

Suphaa daandii




0.35




0.14

0.18

0.25

0.28

0.35

Asfaaltti (Qr)

























Sadarkaa olkaasuu fi ijaars haaraa

0

0.45

0

0.09

0.18

0.27

0.36

0.45

Ijaarsa gamoo

0

0.25

0

0.08

0.12

0.15

0.20

0.25

Ijaarsa hojiiwwan bishaan

0

0.35

0




0.2

0.25

0.3

0.35


Bittaa fi gurgurtaa meeshaalee jijjiiraa (Qr)




0.0065







0.005

0.0055

0.006

0.0065



Ikkupmantii kireessuu (Qr)




0.03







0.012

0.02

0.027

0.03


Sheerii (Qr)

0.0007

0.02

0.016

0.01

0.012

0.014

0.017

0.020

Omishaalee adda addaa (Qr)

0.00014

0.011

0.0052

0.0052

0.0060

0.007

0.01

0.011

Galii suphaa alaa

0.00073

0.021

0.009

0.01

0.015

0.017

0.020

0.021

Baasii Hojiif ramadame Qr. Bil

0.82

1.43

2.20

2.75

3.29

3.93

4.61

1.43


Garaagarummaa Qr Bil.

0.043

0.51

0.08

0.14

0.21

0.29

0.39

0.51


Adeemda hojii keessaa

  1. Qulqullina fi yeroo bittaa dabale

Yeroo bittaa fooyya’e (%)

65

95





75

80

85

90

95





  • Sagantaa qajeelfamaa, ispeesifikeeshini fi maanuwaalii bittaa hojiirra oolchuu

Qulqullina bittaa dabale (%)

60

95





70

75

80

85

95


  1. Qo’annoo fi qorannoo guddisuu

Qo’annoo fi qorannoo gaggeeffame (Lakk)



11





2

2

2

2

3


  • Sagantaa sakata’iinsaa hojii haaraa

  1. Hojjimata bulchiinsa gaarii fi kenna tajaajilaa fooyessuu

Kenna tajaajilaa fooyya’e %

60

90


63

68

75

80

85

90


  • Paakeejii bulchiinsa gaarii

  • JBAH, BSC,

  • Muuxannoo gaarii babal’isuu

Raayyaa jijjiiramaa

Komii uummataa xiqqaate (%n)

40

10


37

32

25

20

15

10


  1. Hojii irra olmaa qorannoo hojii haaraa

Hojii haaraa qorannoo irratti hundaahee hojii irra oole

10

0




1

2

2

2

3

•Sagantaa muxanno haaraa fudhachu

•Hojiimaata hojiirra olmaa dalagaa haaraa mijeessu



  1. Risk managment” hojii irra olchu

Risk xiqqaate (/%n)




5

20

18

15

10

8

5

  • Sagantaa inshuraansii

  • Sagantaa hubannoo uumuu

  • Sagantaa of eeggannoo bakka hojii (Safety programm)

  • Sagantaa hirmaannaa Investimenti adda addaa

  1. Sirna deeggarsaafi hordoffii fooyyesuu

Uwwisa deeggarsa, hordoffii fi gamaaggamaa lakkofsaan/kurmaanaan

3

4

4

4

4

4

4

4

Sagantaa hordoffii fi gamaaggama

Uwwisa duub-deebii kenname (%n)

75

100


100

100

100

100

100

100


Ijaarsa dandeettii

  1. Dhiyeessii fi itti fayyadama teknoloojii guddisuu

Walgeettii teknoloojii dabale %n ( data base, intarneetii ,

50

90


55

60

70

80

85

90


  • Sagantaa dhiyeessii ikkupimentii(teeknoolojii)

  • itti fayyadama ikkupimentii ( teekinooloojii)

Itti fayyadamtoota teknolojii dabale %n

40

60


42

46

50

54

58

60


  1. Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

Itti quufiinsa hojjettoota dabale %n

84

95


85

87

90

92

94

95


  • Sagantaa fooyya’iinsa humna namaa

  • Sagantaa riifoormii




Gad- lakkisa hojjettootaa xiqqaate (turn over rate) %n

16

5


15

13

10

8

6

5


  1. Dandeettii raawwachiisummaa raawwattootaa fooyyessuu

Baay’ina raawwattootaa leenjii yeroo gabaabaa fi barnoota argatan

65

90

70

75

80

85

88

90

  • Sagantaa barnootaa fi leenjii

  • Sagantaa muuxannoo gaarii babal’isuu

  • Pirojeektii badhaasaa fi onnachiiftuu




Ga’ee ogeessota Digrii 1ffaa fi isaa ol qaban dabale (%n)

13

30


15

20

23

25

27

30


Dandeettii Raawwii raawwattootaa dabale %n

60

90

65

70

75

85

87

90


GULANTAA saglaffaa



Sirna Hordoffii, Deggarsa, Gamaaggamaa fi Duub-deebii (Monitoring and Evaluation System)
Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) keessaa hojii guddaan tokko hordoffii fi gamaaggama raawwii hojii gaggeessuun bu’aa isa dhumaa madaaluu dha. Hordoffii fi gamaaggamni raawwii tooftaa to’annoo raawwattootaa qofa osoo hin taane, raawwattoonni hojii isaanii irratti caalmaan fooyya’anii akka argaman haala deeggarsi itti kennamuuf, guddina jijjiramaan wal-qabatanii mana hojii tokko keessatti uumaman irratti walta’iinsi waliin akka uumamu, guddinaa fi bu’aa gaariin itti fufiinsa qabu mana hojii keessatti akka jiraatu haala gaarii mijeessuuf adeemsa hoggansa hojii mirkaneessuu ni dabalata.
Kaayyoon hordoffii fi gamaaggamaa, raawwii hojii sirna odeffannoo diriiree ittiin hojjetamu irratti hundaa’uun raawwii hordofuu fi gamaaggamuu; tarsiimoo, kaayyoolee, safartuulee raawwii fi mannii kaawamaniin bu’aaleen argaman dhugoomuu isaanii mirkanneessuu; akkasumas, hojiin haala barbaadamuun adeemaa jiraachuu isaa agarsiiftuuwwan safartuu milkaa’inaatiin sakatta’uun rakkoolee uumamaniif deebii atattamaa itti kennuuf ni gargaara.

Gamaaggamni hir’ina sirreeffamuu qabu addaan baasuun tarkaanfii sirreeffamaa taasifamuu qabu murteessuuf ni dandeessisa. Hordoffii fi gamaggama keessatti qabxiileen dhimmoota bu’uura ta’anii ka’uu qaban:



  • Bu’aan argame maaliif argame? Galteewwanii fi adeemsa

  • Hojilee sirrii ta’an hojjechaa jirraa? Raawwii tarsiimoo’aa (strategic)

  • Hojiilee hojjennu sirritti hojiechaa jirraa? Raawwii guyyaa guyyaa (operational)

  • Bu’aalee argaman sirriitti safaraa jirraa? Sirrummaa safartuu mirkaneessuu

  • Bu’aalee safaramuu qaban safaraa jirraa? Sirrummaa bu’aalee argamanii mirkanneessuu

  • Sagantaalee fi pirojektoota bu’aa caalmaa argamsiisan gaggeessaa jirraa?

  • Manniin kaawame (target) sirritti kaawamee jiraa?

  • Kaayyoon aggaamame galma barbaadame gahee jiraa?

  • Kaayyoo tarsiimoo’aa kamtu walitti hidhatiinsa maappii tarsiimoo’aa, safartuulee raawwii, mannii (targets) fi tarkaanfiiwwan tarsiimoo’aa barbaachisan waliin adeema, kamtu fooyya’uu, dabalamuu ykn haqamuu qaba?

  • Sirna qabiinsa ragaa haala kamiin fooyya’aa taasisuun danda’ama?

  • Walitti dhufeenyi kaayyoo fi safartuulee raawwii gidduu jiruu fi sababni fi bu’aan walitti hidhamiinsa kaayyoo tarsimo’aa kan biroo waliin qabu haala barbaadameen mul’atee jiraa?kan jedhan kaasuun sirrummaa tarsiimoo’aa mirkaneessuun barabchisaadha.



9.2 Sirna Hordofii, Gamaaggamaa fi Duub-Deebii Hojii Irra Oolmaa SMBKT Waggaa Jahaa (2007-2012)

Adeemsi Hordoffii, deeggarsa, gamaaggama fi dub-deebii karoora qophaa’e tokko galmaan gahuuf sirna ittiin hordofamu keesaa meeshaa hoggansaa isa tokkoo dha. Barbaachisummaan isaas hojiiwwan karoorfaman raawwiin isaa hordofamee rakkoolee adeemsa keessatti qunnaman karooran maqsuun, tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuun galma gahinsa hojiiwwan karoorfamanii mirkaneessuudhaaf ni gargaara.

Hojii irraa oolma Sirni Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT /BSC/) ilaalchisee dhimmi xiyyeffannoo argachuu qabu gamaggama raawwii karoora waggaa waggaa dhan qopha’uu hunda ittigafatammummaa oolaanaan hordoffuudhan raawachuun barbaachisa dha. Bu’uuruma kanaan, sirni madaallii bu’aa karoora tarsiimoo baroota tarsiimoo kanaaf qopha’ee kana akkaata intarpiraayizichaatiin gadibuusuun (kaaskeed gochuun) gabatee raawwi fi cheeklistii dhan addaa bahee pirojektoota jiran qaama ilaaluun akka mirkana’uu ta’ee raawwiin hojii irra oolmaan isaa erga yaaliidhaan mirkanaa’ee booda gabaasni raawwii isaa madaalamuuqaba.


  • Haaluma kanaan gabaasni raawwii bu’aa karooraa kan ji’aa, kurmaanaa fi waggaa yeroo yeroon qindaa’ee Intarpiraayizichaaf kan gabaafamu ta’a.

  • Sirna gabasaa keessattii dhimmii xiyyeeffannoo argachuu qabu qulqullina ragaa waliin walqabatee rakkoo quunnamu yeroon furuuf bifa ammayyaa ta’een adeemsa ragaa walittii qabuu, qindeessuu, xinxaaluu fi qaama mirkaneessuun erga ragga’ee booda gaggeessaan mana hojii sirrummaa isaa ittigaafatammummaa fudhatee kan dabarsuu ta’uu qaba.

  • Akka Intarpiraayizichaatti gamaagamni raawwii hojii ji’a ji’aan ni raawwata, pirojektoota waliin ji’a sadiitti al tokko gamaaggamni ni gaggeeffama.

  • Gamaaggamaa geggeffamuun hojiiwwan raawwataman, rakkoolee qunnamanii fi tarkaanffiwwan fudhataman ibsuun gabaasa caasaa sadarkaa ol argamutti dhiyeessuun irra jira.

  • Gabaasni raawwii hojii irra oolmaa SMBKT qindaa’ee, qaama ilaalatuuf yeroo isaa eeggate koree Istiiriingiitiin mirkanaa’uu qaba.



  1. Sirna Gabaasaa

Gabaasa raawwii karooraa SMBKT Intarpiraayizii qophaa’ee waggaa waggaan akkasumas kurmaana kurmaanaan karaa ATTDHMtiif bifa ittifufiinsa qabuun madalamuu fi gamaaggamamuun mootummaaf kan dhiyaatu ta’a.

Qaamni gabaasa gaafatuus yeroo fi qulqulini gabaasaa eegamuu isaa mirkaneefachuun akkassumas qaamni gabaasa eerguus yeroo barbaade fi akkataa barbaadameen qofa kan gabaasa qopheessu ta’ee argamuu qaba.





  1. Sirna Gamaaggamaa fi Hordoffii

Raawwiin karooraa misoomaa gabaasan dhiyaatee siruummaa fi dhugummaa isaa mirkaneesuuf adeemsa dirree irratti qabatamaan gamaggamuun danda’amuu kurmaanaan geggeesuun xiyyeeffannaan kennameefii kan raawatamu ta’a.

Caaseffamaa fi hojimaata adeemsaa hordoffii fi gamaaggama hojii irra oolmaa SMBKT qindeessuu fi hojiitti hiikuun akka diriiru ta’a. Caasseffamni kun raawwii hojii irra oolmaa SMBKT sadarkaa hunda irratti yeroo isaa eeggatee qulqullina barbaadamuun raawwatamuu isaa hordofuu qaba.



  1. Sirna duub-deebii

Gabaasni sadarkaa sadarkaan dhiyaatu kammiyyuu ciminaa fi hanqina qabu akkasumas kallatti fuladuraatiif akka gargaaru sirni duub-deebii itti gaafatamtoota Intarpiraayizichaan kan hojetamu ta’ee dhimmota armaan gadiitif xiyyeefanna kennuun barbaachisaa dha:

  • Raawwii hojii irra oolmaa SMBKT keesatti dhimmoota xiyyeeffannaa barbaadan yeroo yeroon adda baasuu, qaama ilaallatu hundaa waliin marii gaggeessuu fi tarkaanfii barbaachisaa ta’e fudhachuu ykn akka fudhatamu gochuun,

  • Sirni hordoffii, gammaggama fi dub-deebii hojii irra oolmaa SMBKT waggaa ja’aa itti aanuu bifa ittifuufiinsa fi qindoomina qabuun kan raawwatamuu qabuu dha

Gabatee-26

Sagantaa Hordoffii, Deegarsaa, Gamaagamaa fi Dub-deebii Waggaa jahaa (2007-2012)

Lakk

QaamoleeHordoffii fi Gamaaggamaa

Gabaasa

Hordoffii fi Deeggarsa Gaggeeffamu

Gamaaggama Qaamaan

Duub-deeebii

Yeroo Kam

Eenyuuf

Akkamitti

Yeroo Kam

Eenyuun

Akkamitti

Yeroo Kam

Eenyuun

Akkamitti



1



Sadarkaa Intarpiraayiziitti hojii hojjatame


Ji’aan


Hogganaaf

Sadarkaa rawwii kaayyoo fi safartuu mannii waliin ilaaluun barreeffamaan

Ji’aan


Adeemsaalee


Manajimentii mana hojii


Ji’aan

Hogganaan

Adeemsaalee mana hojiitti qaamaan argamuun

Guyyaa guyyaan

Ji’a sadiin

Intarpiraayizichaaf

Sadarkaa rawwii kaayyoo, safartuu, mannii fi madaallii raawwii karoora tarsiimmoo barreeffamaan

Ji’aan


Pirojektootaan fi adeemsaaleen

Cheek liistii hojii qopheeffachuun

Ji’a sadi sadiin

IIDO

Kilaastariin

Torbaniin/ Guyyaaguyyaan

Ji’a jahaan

ATTDHM

Sadarkaa rawwii kaayyoo, safartuu, manii fi bu’aa madaallii raawwii karoora tarsiimoo barreeffamaan

Ji’aan

IIDO

Cheek liistii hojii qopheeffachuun

Ji’a sadiin

ATTDHM

Hoggantoota IIDI fi ATTDHM

Ji’aan

Waggaatti



Intarpiraayizichaaf

Sadarkaa rawwii kaayyoo, safartuu, mannii fi madaallii raawwii karoora tarsiimmoo barreeffamaan

Ji’a

Pirojektootaan

Cheek liistiihojiiqopheeffachuun

Ji’a sadi sadiin

IIDO

Kilaastariin

Guyyaan, torbaniinji’aankurmaanaan

ATTDHM

Sadarkaa rawwii kaayyoo, safartuu, mannii fi bu’aa madaallii raawwii karoora tarsiimmoo barreeffamaan

Ji’aan

IIDO

Cheek liistii hojii qopheeffachuun

Ji’a Jahaan

ATTDHM

Hoggantoota IIDO fi ATTDHM

Guyyaan, torbaniinji’aankurmaanaan

2


Sadarkaa Pirojektiitti

Ji’aan

Itti gaafatamaa pirojektiif

Sadarkaa rawwii kaayyoo fi safartuu manii waliin ilaaluun barreeffamaan

Ji’aan


Manajimentii pirojektiitin


Cheek liistiidhan



Torbaniin

I/G Pirojaktiin

Cheek liistiidhan



Guyyaan, torbaniinji’aankurmaanaan


Gabatee-27

Haala Sirna Maddaalli Bu’aa Karoora Tarsimoo’aa IntarpiraayiziiIjaarsa Daandiwwan Oromiyaa Raawwachisaanii fi Raawwatan itti Walii Mallatessan agarssiisu



Lakk.

Sadarkaa itti raawwatamu

Qaamolee walii mallateessan

Dhimma walii mallateeffamu

Yeroo itti waliimallateeffamu

ibsa

Qaamaraawwachisu/ Mallatessisu

Qaamaraawwatu/Mallatessuu

1

SMBKT IIDO

Boordii

ATTDHM

Akkaataa SMBKT IIDO kaaskeedii taassisanii fudhataniin ergama, duudhaalee tooraxiyyeffannoo, kaayyoolee, saffartuule fi manniwwaan kaa’aman galmaan ga’uu isaaniiti

Waggatti yeroo tokko




Hoogganaa

Adeemsoolee hojii

‘’







Abbaa Adeemsaalee hojii

Pirojektii


‘’







Gabatee-28

Uunkaa raawwii Madaalii Bu’aa Karoora Tarsiimoo Itti Guutamu

Qaama Raawwatu _______________________________________________




Kallattii maddaallii


Kaayyoolee


Safartuulee

Mannii

(Target)


TarkaanfiiwwanRaawwiiTarsiimoo’aa

2007

2008

2009

2010

2011

2012

Maamila




























Faayinaansii




























Adeemsa hojii keessaa




























Ijaarsa dandeettii





























Karooricha kan qopheesse Itti gaafatamaa karooricha mirkaneesse

Maqaa _____________________ Maqaa ___________________________

Mallattoo ____________ Mallatoo _______________

Guyyaa ______________ Guyyaa ____________
Gabatee-29

Uunkaa raawwii Madaalii Bu’aa Karoora Tarsiimoo Ittin Hordofamu

Qaama Raawwatu _________________________________

Kallattii Maddaallii

Kaayyoolee

Safartuulee

Manii

(Target)

Bu’aa argame

/Actual/

Sababa Garaagarummaa

Sirreeffama

Taassifame

Maamila



















Faayinaansii



















Adeemsa hojii keesaa



















Ijaarsa dandeettii




















Qaama Hordoffii Taassisse

Maqaa _______________________

Mallattoo _____________________

Guyyaa ______________________




Gabatee-30

Uunkaa Bu’aa Waliigalaa

Qaama Raawwatu ________________________________________________

KallattiiMaddaallii

Ulfina %

Kaayyoo

Ulfina %

Safartuu

Ulfina %

Mannii

(Target)

Bu’aa

Argame

Sadarkaa

Raawwii

Qabxii Waligalan Argame

Lammii /Uumata




























Baajata /Faayinaansii/




























Adeemsahojiikeesaa /Process/




























Ijaarsa dandeettii




























IttigaafatamaaBu’ichaGuute

Maqaa __________________________

Mallattoo _______________________

Guyyaa _________________________




Baafata

Mata dure Fuula

Galata 1

Gabatee-1 2

Miseensota Koree Qorannoo Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) 2

6.Kaayyoo Qorannoo Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo’aa 11

7.Daangaa Qorannoo 11

44



GULANTAA LAMMAFFAA 45

2.Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimoo fi Bu’aa (Strategic Themes and Results) 45

2.1. Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimoo (Strategic Focus Area) 45

58

GULANTAA AfraFfaa 59

4. Maappii Tarsiimoo’aa (Strategic Map) 59

GULANTAA Shanaffaa 63

5. Safartuulee Raawwii Kaayyolee Tarsiimo’aa 63

(Strategic Performance Measures) 63

Gabatee-17 65

5.1.Safartuulee Raawwii Tarsiimo’aa (Strategic Performance Measures) 65

Gabatee-18 68

5.2. Safartuulee Kaayyoolee Waliigalaa (Data Definition Table of Corporate Objectives Measures) 68

GULANTAA jahaffaa 76

11.Tarkaanfiilee Tarsiimoo’aa 76

GULANTAA TORBAFFAA 79



7.Sirna Ragaa Raawwii Diriirsuu (Automation) 79

GULANTAA saddeetTaffaa 80

8. Sirna Madaallii Bu'aa Karoora Tarsiimoo Gadi Buusuu (Cascading) 80

GULANTAA saglaffaa 100

9.2 Sirna Hordofii, Gamaaggamaa fi Duub-Deebii Hojii Irra Oolmaa SMBKT Waggaa Jahaa (2007-2012) 101














IIDO, Bara 2007






Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   76   77   78   79   80   81   82   83   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin