B. Argannoo xiinxala Aangoo fi Gahee Hojii
Angoo fi gahee hojii IIDO’f keennamee irratti hundaa’udhan hojiiwwan hanga ammattii itti hin seenamnee, sababa isaa akkasumas waliigalatti angoo fi gahee hojii nutti keenname haala armaan gaditin ilaalameera.
1. Aangoon hojii kenname kan hojjachisu ta’u
2. Aangoo fi gahee hojii IIDO’f kenname hundumaa duguganii itti fayyadamuu dhabuu. Kuniis
ta’u kan danda’e sababa kappitaalli ka’uumsaa gutummaa gututti hin kaffalamneef
ikkupimentoota hojiif barbaachisan fi humna namaa barbaachisu guuttachuu dhabuu fi kkf.
3. Angoo hojii keennamee keessaa xiyyeefannaan kennamee kan hojjatamaa jiru ijaarsa daandii
irratti qofa ta’u. kuniis akaaku hojii angoon itti keenname keessaa tokko qofa ta’u fi
goosa hojii garaa garaa irratti hirmaachu otuu qabnu kana raawwachu dhabu keenyaan galii argamu danda’uu nu miliquu isaa hubachun ni danda’aama.
Dostları ilə paylaş: |