Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Kennaman Qabaachuu Qaban (Attributes)



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə33/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   29   30   31   32   33   34   35   36   ...   84
Kennaman Qabaachuu Qaban (Attributes)

• Tajaajila ga’uumsaa fi qulqullina qabu

• Tajaajila yeroo isaa eeggatee fi gatii madaalawaa giddu galeessa godhaten raawwatu

• Teknolojii amayyaa’aa fayyadamu

B. Walitti Dhufeenya (Relationship)

• Walta’iinsa Intarpiraayizii fi Maamiltootaa

• Fedhii maamilaa gidduu galeessa godhachuu

• Hirmaachisummaa

• Bu’aa waliiniif hojjachu

c. Ilaalcha (Kan Taanee Argamuu Qabnu) (Image)

Intarpiraayizii misoomawaa

• Itti gaafatamummaa

• Amanamummaa

• Ga’umsa hoggansaa

Kutannoo misoomaa

• Haqummaa

• Al-loogummaa

Seera kabaju

7. Kallatiwwan Madaallii (Strategic Perspectives)

Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT /Balanced scorecard /BSC) madaallii baratame irraa wanti adda godhu tokko kallattii madaallii adda addaatiin bu’aa madaaluu danda’uu isaati. Kallattiin madaallii daawwitii bu’aa raawwii tarsiimoo karaa madaalawaa ta’een madaalamuu dha. Haalli kun bifa lamaan kan ilaalamu yoo ta’u gumaachitoota (leadining factors) fi galma dhumaa (end result) ta’uun ilaalamu. Dhimmoonni kun akkaataa qabatama manneen hojii mootummaatii fi dhaabbilee miisomaatti garagarummaa kan qabu yoo ta’u akka Intarpiraayizitti galmii dhumaa ykn xiyyeefannoon ol’aanaan kan argachu malu maamiila ta’un itti amanameera. Kana waan ta’eef, kallattiiwwan madaallii armaan gaditti eeraman keessaa maamilli ykn lammiileen sadarkaa tokkoffaa irratti akka dhufu taasifameera. Haaluma kanaan kallattiiwwan filataman:




Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   29   30   31   32   33   34   35   36   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin