Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə69/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   65   66   67   68   69   70   71   72   ...   84


GULANTAA AfraFfaa

4. Maappii Tarsiimoo’aa (Strategic Map)

Sadarkaalee hojii ijaarsaa Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo keessaa tokko qophii maappii tarsiimoo ti. Maappiin tarsiimoo fakkii galmoota tarsiimo’aa kallattiwwan madaallii adda addaa keessatti kaa’aman sababaa fi bu’aadhaan walitti hidhamanii faayidaa dabalataa uumuudhaan bu’aan tarsiimoo’aa akkamitti dhufuu akka danda’u wal-siminsii galmootaa kan itti mul’atuu fi tarsiimichi gabaabbinaan kan ittiin ibsamuu dha.

Maappii tarsiimoo’aan, tarsiimicha haala salphaa ta’een ibsuudhaan hubachiisuun hoggantoonni, raawwattootni fi qaamoleen hundi hubannoo isaanii akka gabbifatan meeshaa gargaaruu dha.

Dabalataanis, bu’aalee duraa fi boodaa gidduu walitti hidhaminsa cimaan jiraachuu isaa kan ittiin mirkaneessinu ta’ee, ifaa fi gabaabaa akkasumas walitti hidhamiinsi fi sababni qunnamtii bifa mul’achuu danda’uun fakkii ittin ibsinuu dha.

Kallatti madaallii maamila irraa ka’uudhaan gaaffii akkamiitti jedhu deebisuun; kallattii madaallii ijaarsa dandeettii irraa immoo gaaffii maaliif jedhu deebisuudhaan kaayyooleen sababaa fi bu’aan walitti hidhamanii bu’aa barbaadamu tajaajilamtootaa fi qaamota biroof kan uuman ta’uu isaanii maappichaan ni ibsama.

Bu’uruma yaad-rimee kanaan maappiin tarsiimoo Intarpiraayizi Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa akka armaan gadiitti dhiyaatee jira.















Maamila








Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   65   66   67   68   69   70   71   72   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin