|
|
səhifə | 7/84 | tarix | 09.01.2022 | ölçüsü | 2,07 Mb. | | #96981 |
| Daangaa Qorannoo
Qorannoon Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimaa’aa gaggeefamee kun adeemsa hojii ijoo hojiiwwan ijaarsaa fi kontiraataa fi Pirojaktoota Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwanii Oromiyaa jala jiran hunda haala of keessatti qabateen ergama, mul’ata fi tarsiimoo Intarpiraayizi akkaataa walitti hidhiinsa eeggateen yoo ta’u yeroon haaguggii isaatiis bara 2007 hanga 2012 tti dha.
-
Tooftaa Qoranno
Madda ragaa jalqabaa
-
Marii Garee waliin gaggeessuun
-
Muxannoo gaarii fudhachuun
-
Garee Teekniikaa Siiviil Sarviisii waliin mari’achuun
-
Koree ol’aanaa SMBKT (BSC Steering Committee) waliin mari’achuun
Dostları ilə paylaş: |
|
|