Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Qunnamtii Cimsuun ykn Hubannoo Uumuun (Communication–Spiritual Cascading)



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə75/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   71   72   73   74   75   76   77   78   ...   84
1. Qunnamtii Cimsuun ykn Hubannoo Uumuun (Communication–Spiritual Cascading)

Tarsiimoo sadarkaa intarpiraayizitti qophaahe ilaalchisee odeeffannoo fi hubannoo gahaa ta’e haala gad-fageenya qabuun kennuu fi marii waliigaltee uumuu danda’u adeemsisuun barbaachisaa dha.

Tarsiimoo akka intarpiraayizitti qophaahe hojjettoota sadarkaa adda addaa irratti argaman mari’achiisuu fi ilaalcha tarsiimo’aa uumuun hojjettoonni hundi bu’aa tarsiimo’aa galmeessuu akka danda’an taasisuun ni barbaachisa. Hojiin kun hojii yeroo tokko qofa raawwatee dhaabbatu otuu hin ta’in, yeroo yerootti sagantaan qabamee kan adeemsifamu ta’a. Hojjettoonni hundi tarsiimoo qophaa’e kana kan ofi isaanii erga taasifatanii booda bu’aa tarsiimoo yaadame ibsuu fi tooftaa deggarsa qaamolee adda addaa irraa ittiin argatan uumuu ni danda’u.


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   71   72   73   74   75   76   77   78   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin