Tajaajilawwan /Services/ kennaman



Yüklə 12,8 Kb.
tarix17.01.2019
ölçüsü12,8 Kb.
#97750

Tajaajilawwan /Services/ kennaman

  • Fedhii xinxala sakkata’insa qo’annoo gosawwan ispoortii gara garaan /Env’tal scanning/

  • Gosawwan Ispoortii garagaraan qo’annoo gaggeessuu

  • Ogeesoota ispoortiif /Murteesitoota, Leenjistoota, Instraaktaroota, Amaataroota/ Tarsiimoo leenjii fi kenninsa leenjii ispoortii qopheessuu

  • Daa’imaniii fi guddatootaaf,Ispoorteesitoota eliti ta’aniif, leenjifamtoota dhaabbilee fi wiirtulee ispoortii keessatti leenjii ispoortii argachaa jiraniif haala kenninsa leenjii ispoortii Tarsiimoo leenjii qopheessuu

  • Gosawwan Ispoortii garagaraatiin Istaandaardii leenjii ispoortii Ispoorteesitootaa fi Ogeesota ispoortiif ta’u qopheessuu.

  • Gosawwan Ispoortii garagaraan sadarkaa sadarkaan jiraniif Barruu-gorsaawwan leenjii ispoortii qopheessuu

  • Ogeesoota ispoortiif /Murteesitoota, Leenjistoota, Instraaktaroota, Amaataroota/ fi daa’imaniif guddatootaaf/ qajeelfamaa fi ulaagaalee filannoo leenjii ispoortii qopheessuu

  • Ogeessoota ispoortiif, daa’imaniif guddatootaaf,ispoorteesitota eelitti ta’aniif akkasumas leenjifamtoota dhaabbilee fi wiirtulee ispoortii keessatti leenji’aniif hojimaataa fi qajeelfama leenjii ispoortii walii gala qopheessuu

  • Kenninsa Barnoota saayinsii Ispoortii ilaalchisee Biiroo Barnoota Oromiyaa wajjin qindominaan hojjachu. Dhaabbilee Barnoota ol’aanaa, M.B.Teeknikaa fi Ogummaa, M.B.sad.jalqabaa fi 2ffaa fi kkf. wajjin haala keenninsa barnoota saayinsii ispoortii ilaalchisee BBO wajjin walii galtee sanadaa qopheessu

  • Kenninsa Barnoota saayinsii Ispoortii ilaalchisee Biiroo Barnoota Oromiyaa wajjin qindominaan hojjachu. /kuniis –M.Barnootaa. sad. jalqabaa fi sad.Lammaffaattii/

  • Ogeesoota ispoortiif /Murteesitoota, Leenjistoota, Instraaktaroota fi Amaatarootaaf gosawwan ispoortii adda addaatiin leenjii sadarkaa kennu.

  • Leenjistoota ispoortii piroojaktii daa’imaniif guddatootaaf,leenjistoota dhaabbilee fi wiirtulee ispoortii fi leenjistoota eelittif /kilabootaa/ ta’aniif leenjii foyya’iinsa ogummaa kennu.

  • Gosawwan ispoortii sirna barnootaa/curiculem/ ispoorteesitootaa fi murteesitootaaf kanaan dura hin qophofneef qopheessuu.

  • Madaallii Leenjistootaa fi murteesitootaa qopheessuu /coaching & referee assessment preparation/

  • Gosawwan ispoortii 17 sadarkaa ga’umsa leenjii leenjifamtootaa /standard/ qopheessuu. Leenjii piroojaktii ispoortiif ulaagaa ga’umsa leenjii/standard/ dhiiraaf qopheessuu

  • Leenjii piroojaktii ispoortiif ulaagaa ga’umsa leenjii/standard/dubaraaf qopheessuu

  • Gosawwan ispoortii kanaan dura madaallii ispoorteesitootaa hin qabaaneef qopheessuu /players assessment preparation/

  • Gosawwan ispoortii hundumaan;- leenjifamtoota-daa’imanii fi guddatootaaf; ispoorteesitoota eelittiif /kilaboota/ akkasumas leenjifamtoota dhaabbilee fi wiirtulee ispoortiif madaallii kennu.

  • Ogeessoota ispoortiif, daa’imaniif guddatootaaf, ispoorteesitota eelitti ta’aniif akkasumas leenjifamtoota dhaabbilee fi wiirtulee ispoortii keessatti leenji’anii fi qaamolee qooda-qabaatootaaf waltajjii hubannoo qopheessuu.

  • Ogeessoota ispoortiif, daa’imaniif guddatootaaf, ispoorteesitota eelitti ta’aniif akkasumas leenjifamtoota dhaabbilee fi wiirtulee ispoortii keessatti leenji’aniif gamaagama dirree gochuun deeggarsa Teeknikaa fi Ogummaa gochu.

  • Sakatta’iinsa Qo’annoo Xinxala fedhii gosawwan ispoortii adda addaa

  • Gosawwan ispoortii garagaraatiin qo’annoo gaggeessuu

  • Ogeessoota ispoortii /Leenjistoota, murteesitootaa, Instraaktaroota fi Amaatarootaaf/ tarsiimoo haala kenninsa leenjii ispoortii qopheessuu.

  • Leenjifamtoota guddatootaa fi daa’imaniif, Ispoorteesitoota eelitti ta’aniif, ispoorteesitiita dhaabbilee fi wiirtulee ispoortiitti argamniif akkasumas kilabootaaf tarsiimoo haala kenninsaleenjii qopheessuu.

  • Gosawwan ispoortii adda addaan Ispoorteesitootaa fi ogeessoota ispoortiif Istaandardii leenjii qopheessuu.

  • Gosawwan ispoortii gara garaan sadarkaa sadarkaan ogeesota jiraniif barruu gorsaa ittin leenjisan qopheessuu.

  • Ogeessoota ispoortii /Leenjistoota, murteesitootaa, Instraaktaroota fi Amaatarootaaf/ fi leenjifamtoota daa’imanii fi guddatootaaf akkasumas kilabootaaf ulaagaa fi qajeelfama filannoo leenjii qopheessuu.

  • Ogeesota Ispoortiif, Leenjifamtoota guddatootaa fi daa’imaniif, Ispoorteesitoota eelitti ta’aniif, ispoorteesitiita dhaabbilee fi wiirtulee ispoortii keessatti argamniif akkasumas kilabootaaf hojimaataa fi qajeelfama haala kenninsa leenjii ispoortii waliigalaa qopheessuu.

  • Dhaabbilee Barnootaa ol’aanaa, Teeknikaaf Ogummaa fi M.B.sadarkaa 2ffaa tti argamaniif haala kenninsa barnoota ispoortii ilaalchisee sanada walii galtee BBO wajjin qopheessuu.

  • Ogeessoota ispoortiif;-Leenjistoota, murteesitootaa, Instraaktaroota fi Amaatarootaaf gosawwan ispoortii garagaraan leenjii sadarkaa kennu.

  • Leenjistoota-guddatootaa fi daa’imaniif, Leenjistoota-dhaabbilee fi wiirtulee ispoortif akkasumas leenjistoota- eelittii ta’anii fi leenjistoota- kilabootaaf leenjii foyya’iinsa ogummaa kennu.

  • Gosawwan ispoortii murteesitootaa fi Ispoorteesitootaaf kanaan dura sirn barnootaa hin qophofneef qopheessuu.

  • Leenjistootaa fi murteesitootaaf madaallii qopheessuu./Coaching &referee assessment preparation/

  • Gosa ispoortii garagaraan sadarkaa ga’umsa leenjii leenjifamtootaa guddattoota /istaandaardii/ qopheessuu./Dhiiraaf dubaraan/

  • Gosawwan ispoortii kanaan dura madaalliin Ispoorteesitootaaf hin qophofneef qopheessuu, /players assessment preparation/

  • Leenjifamtoota -guddatootaa fi daa’imaniif, Leenjifamtoota- dhaabbilee fi wiirtulee ispoortiif akkasumas Leenjifamtoota eelittii ta’anii fi Leenjifamtoota - kilabootaaf madaallii kennu.

  • Leenjifamtoota - guddatootaa fi daa’imaniif, Leenjifamtoota-dhaabbilee fi wiirtulee ispoortiif akkasumas Leenjifamtoota eelittii ta’anii fi Leenjifamtoota - kilabootaaf akkasumas qaamolee qooda-qabaatootaaf waltajjii hubannoo itti kennamuu qopheessuu.

  • Ogeesota ispoortiif, Leenjifamtoota - guddatootaa fi daa’imaniif, Leenjifamtoota dhaabbilee fi wiirtulee ispoortiif akkasumas Leenjifamtoota eelittii ta’anii fi Leenjifamtoota - kilabootaaf gamaagama dirree gochuun deeggarsa ogummaa fi teeknikaa gochu.

  • Ogeesota ispoortiif, daa’imanii fi guddatootaaf, wiirtulee fi dhaabbilee ispoortiif sirna gamaagamaa fi hordooffii qopheessuu fi diriirsuu.

Yüklə 12,8 Kb.

Dostları ilə paylaş:




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2025
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin