|
Unka hojii yaalii duraa smbkt/bsc guyyaa guyyaan itti galmaa’aa deemu
|
səhifə | 1/2 | tarix | 08.11.2023 | ölçüsü | 435 Kb. | | #131366 |
| Formaatii walii galtee - Qophiin sanada waliigaltee(charterii garee )yeroo rawwatamu adeemsi armaan gadii hordofamuu qaba.
- A/ Fuula sanadicha gara alaa (cover page )irratii qabiyyee armaan gadii sadan hammachuu qaba.
- Maqaa mana hojichaa (Biiroo/Adeemsa ……………………
- Charteerii Waada (waliigaltee) mana hojii /adeemsa hojii /Garee hojii……………………….
- Guyyaa fi bakka wadaan itti qophaa’e ……………………
Foormaatii …… - B/ Qabiyyee keessaa (content) qabiyyeen gurguddoo dokumentii charteeraa kan armaan gadii hammachuu qaba.
- Kaayyoo wadichaa (charteerichaa)
- Barbaachisummaa waadichaa(chaarterichaa)
- Daangaa wadichaa(Chaarterichaa)
- Eergama Jaarmiyaa
- Mula’ata Jarmiyaa
- Duudhaa Jarmiyaa
- Toora Xiyyeeffannoo Jarmiyaa
- Iskoor kaardicha raawwachuu fi bu’aa agamsiisuuf qaamaa waadaa galee(wadaa kennaa) fi itti gaafatamummaa isaa………………………………………………………………………..
- Qama ol’aanaa Iskoor kaardichi akka raawwatamuuf qaama sadarkaan jiruuf itti gafatamummaa dabarsuu fi ga’ee isaa………………………………………………………………
Foormaatii …… - C/ Qabxiilee Haala Waliigalaa guca kana keessatti hammatamuu qaban
- Maqaa Hoogganaa Waadichaa…………………………………………………
- Ga’ee hojii isaa………………………………………………
- Ergama mana hojiichaa……………………………………………………
- Mula’ata mana hojichaa……………………………………………………
- Duudhaa mana hojichaa………………………………………………. …………………………. ………………………. …………….. ………………
- Toora Xiyyeeffannoo mana hojichaa: 1)…………………………….. 2)………………………………. 3)……………………………………………………
- Yeroo turmaata wadichaa (chaarterichaa): bara…………………………. Hanga bara …………………………
-
D)Qabxiilee waliigalteen irraatti xiyyeeffatu fi formatii maallattoo | | | | | | | | | - Hawwasa/mana hojichaa irraa fayyadamu
| | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | | - Qaama hojii armaan olii lakkaa’ee kennuu fi fudhatu
- Waadicha kan fudhate Waadaa kan kenne
- Maqaa:………………………………
- Maqaa:………………
- Mallattoo:……….
- Mallattoo…………………………..
- Guyyaa:……………………………. Guyyaa:………………
-
Hojii irra olmaa yaalii dura - Kaayyoolee, safartuu, mannii fi tarkaanfilee qorannoo keessatti kaa’aman hojii guyyaa guyyaa qaamolee hundaa waliin walitti hidhamiinsaan hojjatamuu danda’u isanaii mirkaneessuu,
- Sagantaa idilee marii hojii akka mana hojitti Adeemsaa fi garee hojiitti haala walirraa hin cinneen gaggeessuun rakkoolee jiran adda baasuu, yaada furmaataa kennaa deemuu fi irra oclhuun jira.
- Hanqainaalee (rakkoolee) hojii yaalii keessatti qunnaman adda baasuun galmeessuu fi yaada furmaataa kaa’uu,
- Bu’aa fi muuxannoo gaarii hojii keessattii argaman qindeessanii halmeessuu fi itti gaayyadamuun jira.
- Kutannoon hoggansaa fi raawwataa galma gahiinsa hojii kanaatiif qaban madaalamaa jira.
Hojii irra olmaa yaalii dura…….. - Baajatni tarkaanfilee fi humni namaa ramadamee galma gahiinsa hojii kanaatiif gahaa ta’uu isaa mirkanessuu,
- Mannii fi Tarkaanfileen tarsiima’aa karoora guddinaa fi tiraansiformeeshinii kaa’ame walismuu mirkaneessuu,
- Mannii fi Tarkaanfileen tarsiima’aa karoora guddinaa fi tiraansiformeeshinii kaa’ame walsimuu mirkaneessuu.
- Raawwii guyyaa guyyaa mannii ka’ame waliin walismuu isaa mirkaneessuu.
- Ciminootaa fi hanqinaalee akka waliigalatti jiran adda baasanii galmeessaa deemuu fi yaada furmaataa kaa’aa deemuu.
Dostları ilə paylaş: |
|
|