Cheekliistii Gamaggama Raawwii Hojii Ji’ottan Darban bara 2014



Yüklə 487,57 Kb.
Pdf görüntüsü
səhifə1/5
tarix26.11.2023
ölçüsü487,57 Kb.
#135124
  1   2   3   4   5
Cheekliistii Gamaggama Raawwii Hojii 2014



Cheekliistii Gamaggama Raawwii Hojii Ji’ottan Darban bara 2014 
Biiroon maallaqa oromiyaa gamaggama raawwiiwwan karoora hojii ji’oottan darbanii caasaa isaa 
sadarkaa godinaa fi bulchiinsa magaalaa muummee fi oolaanaa waliin yeroo gabaabaa keessatti 
taasisuuf karoora isaa xumuree jira. Bu’uuruma kanaan godinnii fi bulchiinsa magaalaa muummee fi 
oolaanaan caasaa keessan isin jala jiru (aanaa fi bulchiinsa magaalaa) yeroo gabaabduu kana keessatti 
tooftaa keessan fayyadamtanii qabxiiwwan gurguddoo armaan gadiitti adda bahan irratti 
xiyyeeffattanii gamaggama taasisuun bu’aa isaa qabattanii gaafa waamichi isiniif taasifamu irratti akka 
argamtan.
Dame Karooraa fi Walta’iinsa Diinagdee 
1.
 
Karoora hordoffii fi gamaggaa fi raawwii misoomaa 
Gabaasa raawwii hojii waliigalaa keessatti: 

Piroojaktoota bara adda addaa eegalamanii hojiin isaanii dhaabbata ykn adda cite 
seektaraan fi sababa addaan citan 

Piroojaktoota bara adda addaa jalqabamanii hojiin isaanii haala gaarii gaggeeffamaa jiran
fi muuxannoo gaarii irraa argamuu danda’u 

Itti fayyadama baajata kaappitaalaa fi Marmaartuu hanga ammaa jiru 

Rakkoowwan bulchiinsa baajata irratti quunnamaa jiranii fi furmaata sadarkaa sanatti 
kenname 

Sagantaa waliingahiinsa daandii baadiyyaa (SWDB) bara baajataa kan qabaman 
gaggeeffamaa jira. 

Piroojaktoota SWGDB hojii keessa jiru jedhamee baajanni itti qabamee hojii keessa akka 
hin jirre gabaafamaa waan jiruuf rakkoowan jiran adda haa bahuu
2.
 
Hojiiwwan dhaabbilee miti mootummaa 

Uwwisa hojii hordoffii fi deeggarsa piroojaktoota dhaabbilee miti mootummaa hojii 
misoomaa adda addaa gaggeeffamaa jiru 

Go-ngo partnership sadarkaa keessanitti gaggeeffame 

Gamaggama piroojaktoota dhaabbilee moti mootummaa gaggeeffamanii fi duubdeebiin 
kenname

Yüklə 487,57 Kb.

Dostları ilə paylaş:
  1   2   3   4   5




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin