Ido karoora bara 2006 fi 2007


Toora Xiyyeeffannoo karoora waggaa shanii ( 2008 -2012)



Yüklə 1,08 Mb.
səhifə11/15
tarix22.01.2019
ölçüsü1,08 Mb.
#101588
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   15

Toora Xiyyeeffannoo karoora waggaa shanii ( 2008 -2012)


  • Humna raaawwachisummaa dhaabbaticha cimsuu;

  1. Humna namaa dabaluu

  • Humna namaa leenjii adda addaa kennuudhaan cimsuu

  • Meeshaalee riformiiwwan adda addaa hojiirra oolchuu

  1. Maashinaroota hojiidhaaf barbaachisan haaraan akka dabalaman gochuu

  • Teeknooloojii dirillingii haaraa biyya keessa jiran filachuudhaan hojii irra oolchuu

  • Kaappitaala Intarpiraayizidhaa ol-guddisuu

  1. Hojiiwwan qotiinsa Boollaa, yaalii paampii fi EM Karaa qulqullinna qabuun raawwachuu.

  2. Suphaa ittisaa mashinarootaa fi konkolaattotaa irratti xiyyeeffachuun hojjachuu
  1. Hojiwwan Gurguddoo Karoora Tarsiima’aa Keessatti Hojjataman


Karoorri tarsiima’aan sagantaalee hojii fi gosoota hojii pirojektoota garaa garaa hojiirra oolchudhaaf qabame kan ofkeessatti qabate tahee hojiiwwan gurguddoon raawwatamuu qaban adda bahanii kan tarreeffaman yoo tahu dhumaa bara karoorattis eessa gahuun akka dandahamu gabateedhaan karaa dimshaasha fi facaatiidhaan adda bahee tahee jiraa.
    1. Hojiwwan Gurguddoo Sagantaa Idileetiin Hojjataman

      1. Hojii Opireeshinii (Qotiinsa Boollaa, Yaalii Paampii fi kkf)


Akka mana hojii intarpiraayizii diriiliingii Oromiyaatti hojiin Qotiinsa Boollaa kanaan dura rakkoowwan hudhaa tahan adda addaarraa kan ka’e karaa quubsaa taheen hojjatamaa hin turre dhaabbatichi of danda’ee erga dhaabbatee umurii waggaa lamaatii gadi waan taheef ka’uumsa karooraa keenya rawwii kan baroota darbanii wajjin walbira qabnee ilaaludhaaf rakkisaa tahullee ka’uumsa keenya raawwii 2007 taasisuudhaan kan ilaalamee hojjatameedha. karaa biraa ammo pirojektoonni keenya kan qotiinsa Boollaa bara dheeraa kan hin fudhanne yeroo gabaabatti raawwataman waan taheef inni kunis yaada keessa galee kan saganteeffamedhaa.
Hojiin Opireeshinii hojiilee qotiinsa boolla bishaanii, Yaalii Paampii, haaromsa boolla bishaanii, Dhiyeessanii Dhaabuu fi Dhaabuu EM fi KKF kan hammatu yoo ta’u, karoorii hojii pirojektoota Opireeshiinii baayyinaa fi akaakuu isaaniitiin akkaataa gabatee 18 armaan gadii keessatti dhiyaatee jira.

Gabatee : Pirojektoota waggoota Shanii (bara 2008-2012) keessatti hojjatamuuf Karoorfaman




 

Maqaa Pirojektii

Safartuu

Bara 2008

Bara 2009

Bara 2010

Bara 2011

Bara 2012

Baay.

LM

Maallaqaan

Baay.

LM

Maallaqaan

Baay.

LM

Maallaqaan

Baay.

LM

Maallaqaan

Baay.

LM

Maallaqaan

I

Pirojektoota Qotiinsa Boolla Bishaanii


































1

Boolla Gad-fagoo inchii 10''

No

22

5,812

55,926,212

42

8,850

51,984,900

56

11,800

70,221,800

70

14,800

89,214,400

84

17,800

108,669,000

2

Boolla Gad-fagoo inchii 12'' fi isaa ol

No

20

5,459

7,537,384

18

5,300

36,792,600

24

7,000

49,231,000

30

8,750

62,335,000

36

10,600

76,479,000

3

Boolla Gababaa inchii 10''

No

30

1,780

6,018,613

40

2,400

6,480,000

45

2,700

7,887,780

50

3,000

8,877,600

60

3,600

10,789,200




Ida'ama I




72

13,051

69,482,209

100

16,550

95,257,500

125

21,500

127,340,580

150

26,550

160,427,000

180

32,000

195,937,200

II

Yaalii Paampii(Pumping Test)


































1

Pumping test Projects

No

55




5,364,500

60




6,000,000

80




8,800,000

100




12,500,000

120




16,200,000




Ida'ama II










5,364,500







6,000,000







8,800,000







12,500,000







16,200,000

III

Dhiheessanii dhaabuu EM





































1

Dhiheesanii dhaabuu EM

No

6




3,000,000

8




4,240,000

10




5,500,000

13




7,540,000

15




9,150,000

2

Paampii Harkaa dhiyeessanii dhaabuu

No

37




1,124,800

40




1,400,000

45




1,710,000

50




2,050,000

60




2,700,000

3

Dhaabuu qofa /Instatallation/

No

30




3,016,000

30




3,300,000

35




4,375,000

40




5,280,000

45




6,120,000




Ida'ama III










7,140,800







8,940,000







11,585,000







14,870,000







17,970,000

IV

Haaromsa boolla





































1

Haaromsa boolla bishaanii

No

15




1,500,000

17




2,040,000

20




2,700,000

25




3,625,000

32




4,800,000




Ida'ama IV










1,500,000








































Ida'ama(I-IV)

83,487,509







110,197,500







147,725,580







187,797,000







230,107,200



      1. Hojiilee gurguddoo Bul. Kontiraataa fi Hordoffii Pirojektii keessatti hojjataman


  1. Hojii Pirojektii haaraa fiduu(argachuu) fi Gatii Guutuu;

  • Pirojektoota Qotiinsa Boolla Bishaanii 627 (Qar. 648,444,489)

  • Pirojektoota Haaromsa Boolla bishaanii 109 (Qar. 14,665,000 )

  • Pirojektoota dhiheessii paampii fi dhaabuu 52 (Qar. 29,430,000)

  • Pirojektoota Yaalii Paampii haaraa 415 (Qar. 48,864,500 )

  • Paampii Harkaa dhiyeessanii dhaabuu 232 (Qar. 8,984,800 )

  • Dhaabuu qofa /Instatallation only/ 180 (Qar. 22,091,000 )

Walumaa galatti Qar. 759,314,789.00 ni ta’a

  1. Hojii dabalataa gatii guutanii mirkaneesisuu(Variation Works);

  2. Yeroo xumura pirojaktootaa hordofuun kan duubatti harkifatan dheeresiisuu(Time extension);

  3. Kaffaltii hordofuu, gaafachuu, mirkaneesisuu fi sassaabuu;

  • Maallaqa kanaan sababa adda addaa tiin odoo hin funaanamin hafe Qar.13,613,248.00

  • Maallaqa karoora argamsiisa pirojektiirraa argamu Qar.759,314,789.00

  • Walumaagalatti Waggoottan shanan itti aanan keessatti Qar. 772,928,037.00 walitti akka qabamutti karoorfamee jiraa.

  1. Too’annoo pirojektootaa gaggeessuu;

  2. Hojimaataa fi seera kontiraataa irratti leenjii keennuu fi KKF.
      1. Hojiilee Bul. Maashiinarii fi Suphaa


Hojiileen gurguddoon Karoora bara KGT kana keessatti hojjataman bakka lamatti qoodaman; Isaanis Suphaa ittisaa fi Suphaa muudachuu danda’anii dha.

  1. Suphaa Ittisaa (Preventive Maintenance)

Hojiin gosa suphaa ittisaa suphaalee Suphaa Xixiqqaa kanneen guyya guyyaan hojjataman irraa eegalee hanga suphaa gurguddaatti kan hojjatamaniidha. Kunis qaamota maashinarootaa yeroo tajaajilaa isaanii fixan/xumuran jijjiiruudhaan miidhaa cimaa (break down) umurii maashinootaa gabaabsuu danda’an hambisuuf kan hojjatamuudha. Haaluma kanaan karoorri suphaa ittisaa bara KGT kana keessatti hojjataman akkaataa gabatee 19 armaan gadiitti dhiyaatee jira.



  1. Suphaa Muudachuu danda’an (Probabilistic/ Breakdown Maintenance)

Akaakuun hojii suphaa muudhachuu danda’an muuxannoo hojii kanaan duraa irratti hundaa’uudhaan sababa adda addaatiin qaamolee(parts) suphaan barbaachisuu danda’u jedhamanii tilmaamaman osoo miidhaan guddaan hin uumamin ykn hin geessisin dura kan qophii itti taasifamuudha. Karoorri suphaa gosa kanaa bara KGT kana kessatti hojjatamu baayinnaan adda bahee tahee jira.

Gabatee : Hojiwwan Gurguddoo bara KGT Sagantaa Idileetiin hojjataman



Lakk

Hojiiwwan gurguddoo sagantaa idileetiin hojjataman

Saf.

Raawwii bara 2007

Karoora 2008-2012

Karoora Waggaa Shanii

2008

2009

2010

2011

2012

I

Pirojektoota Qotiinsa boollaa




 

 

 

 

 

 

 

1

Qotiinsa boolla gad-fagoo

Lakk

27

402

42

60

80

100

120

2

Qotiinsa boolla gabaabaa

Lakk

18

225

30

40

45

50

60

II

Pirojektoota Yaalii Paampii

























1

Yaalii Paampii

Lakk

26

415

55

60

80

100

120

III

Pirojektoota Elektiroomakanikaalaa

























1

Dhiyeessanii Dhaabuu EM

Lakk

0

52

6

8

10

13

15

2

Paampii Harkaa Dhiyeessanii Dhaabuu

Lakk

2

232

37

40

45

50

60

3

Dhaabuu Qofa

Lakk

35

180

30

30

35

40

45

IV

Pirojektoota Haroomsa boollaa

























1

Haaromsa Boolla bishaanii

Lakk

3

109

15

17

20

25

32

V

Argamsiisa Pirojektootaa

























1

Pirojektoota Qotiinsa boollaa gad-fagoo

Lakk

40

385

25

60

80

100

120

2

Pirojektoota Qotiinsa boolla gabaabaa

Lakk

46

197

2

40

45

50

60

3

Pirojektoota Yaalii Paampii

Lakk

46

387

27

60

80

100

120

4

Pirojektoota Dhiyeessanii Dhaabuu EM

Lakk

0

52

6

8

10

13

15

5

Pirojektoota Paampii Harkaa Dhiyeessanii Dhaabuu

Lakk

40

195

0

40

45

50

60

6

Pirojektoota Dhaabuu Qofa

Lakk

35

170

20

30

35

40

45

7

Pirojektoota Haaromsa Boolla bishaanii

Lakk

3

109

15

17

20

25

32

VI

Suphaa Maashinarootaa

























1

Annual Operational Hours

Freq.

6,575

57,822

9,956

10,956

11,185

12,192

13,533

2

Preventive maintenance

Freq.

136

1,115

195

209

223

237

251

3

Probabilistic/Breakdown maintenance

Freq.

153

1,123

187

207

225

243

261



      1. Yüklə 1,08 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin