Ido karoora bara 2006 fi 2007


Sirna Hordoffii fi Gamaaggamaa



Yüklə 1,08 Mb.
səhifə15/15
tarix22.01.2019
ölçüsü1,08 Mb.
#101588
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   15

Sirna Hordoffii fi Gamaaggamaa

Intarpiraayiziin Dirillingii Oromiyaa rakkoowwan kanaan dura gama Deggersaa, Hordoffii fi Gamagamaa hojiitiin turani bu’uura godhachuudhaan hojimaata Deggersaa, Hordoffii fi Gamagamaa ittiin raawwatu qopheessuun hudhaawwan gama kanaan jiran hiikuuf irratti karoorfatee jira. Haaluma kanaan karoora keenya waggoottan itti aananii kana keessatti hojiin kun haala hirmaachiisaa ta’ee fi bu’aa qabeessa taheen kan gaggeeffamu ta’a. Haaluma kanaan:



  • Karoorri keenya karaa hojjattoonni fi hooggansi hundi itti hirmaateen erga qophaa’een booda mareewwan adda addaa taasisuudhaan yaadan akka gabbatu ni taha.,Sana booda qaamoleen dhimmi ilaalu erga mirkaneessaniin booda hojii irra akka oolu qaamoleen hundi irratti mare taasisuudhaan amananii hojiirra oolmaa isaatiif akka hojjatan ni taasifamaa.

  • Gabaasni raawwii mana hojii keenya ji’aa fi kurmaanaan qaama dhimmi ilaaluf kan dhiyaatu ta’a.

  • Gabaasni raawwii hojii ji'a ji'aan manajimentiidhaaf akkasumas ATTDhMMNO dhiyaatu erga xiinxalameen booda hanqinaalee mul'atan irratti duubdeebiin kennaman kahumsa godhachuudhaan sirreeffamni barbaachisaan taasifamaati deema.

  • Raawwii hojii keenya kurmaana kurmaanan akkasuma waggaatti waltajjiidhaan akka ilaalaman erga taheen booda akka mana hojiittis tahee akka qaamolee biro kan akka ATDhMMNO,KOREE DHAABBII CAFFEE DHIMMA DIINGDEE OROMIYAA tiin gamaggama taasifamu keessatti hanqinaalee mul'atan irratti kallattii kennamu fudhachuudhaan sirreeffamootni ni taasifamaa.

  • Miseensonni Boordii Intarpiraayizichaa akkuma barbaachisummaa isaatti raawwii hojii waggaatti si’a lama ni ilaalu jedhamee yaadamaa.Murteewwanii fi kallatiiwwan Boordiidhaan kennamanis dhaabbatichi fudhatee hojiirra ni oolchaa.

  • Hojiiwwan supervizinii dirree akkaataa sagantaa bahuutiin geggesuudhaan hojiiwwan hojjetamaa jiran akkasuma rakkoole qunnamanii fi furmaata battalaa dirreerratti kenname akkasumas rakkoowwa humnaa ol tahan sadarkaa waajjiraatti hiikkachuu qaban bifa gabaasatiin intarpiraayizichaaf ni dhiyaata.

  • Raawwiin hojii tokko-shaneen, garee raayyaa fi gumii adda durootaatiin sagantaa qabameen gamaggamamaa ni deemaa

  • Hojiiwwan Odiitii keessaatiin wal qabatan ilaalchisee adeemsa raawwii hojimaata intarpiraayizichaatiin geggeefaman qorachuun manajimentiif erga dhiyaateen booda iddoo sirrefamnii fi tarkaanfii fudhatamuu qabutti adda bahee itti deemamaa.

  • Manaajimentii mana hojichaa sagantaa idilee hojiilee ittin ilaallu torbeetti guyyaa tokko ni taha.

  • Hojii ji’a ji’aan harca’aan hafan cheeklistii qopheessudhaan ji’a itti aanuu keessatti akka raawwatamu ni taasifama.


Gabatee : Sirna Hordoffii fi Gamaaggamaa





Lak

Mataa duree

Safartuu

Karoora 2008-2012

Karoora Waggaa Shanii

Remark.

2008

2009

2010

2011

2012




1

Supervision of General manager and Vice General Manager

Frequency

60

12

12

12

12

12

Monthly

2

Management members meeting



240

48

48

48

48

48

Weekly and monthly

3

Employee’s with Management members



20

4

4

4

4

4

Quarterly

4

Management members with Labour Union Committe



20

4

4

4

4

4

Quarterly

5

Task force (Supervison team)



30

6

6

6

6

6

Every two monthes

6

Report for Oromia public Enterprise supervising Authority



60

12

12

12

12

12

Every month

7

Meeting with Oromia public Enterprise supervising Authority



20

4

4

4

4

4

Quarterly

8

Meeting with” Caffe Oromia “standing committee.



20

4

4

4

4

4

Quarterly

9

Meeting with Board Members



10

2

2

2

2

2

Every 6 monthes

  • Gabasni Div. Irra gara kutaa karoora ji’aan gaafa 21-22tti sirreeffamee darbuu qabaa.

  • Gamaggama manajimentii dhaan xumuraa ji’aa gafa 26 ni raawwataa

  • Dhaabbata IDO irra AT.Dh, M. M. N. O tiif gabassni hanga 27 qaqqabuu qaba

  • Waltajjiiwwan Boorditii fi “3 ces” akkuma barbaachisummaa isaanititti ni gaggeeffamu.




Miiltoo / ANNEXES




Yüklə 1,08 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin