Kutaa Tokko Qabinsa Heerrega



Yüklə 232,46 Kb.
səhifə1/8
tarix26.11.2023
ölçüsü232,46 Kb.
#135120
  1   2   3   4   5   6   7   8
9. Galmeefama Bu\'aa Odiitii

-


GALMEEFFAMA ARGANNOOWWAN
ODIITII

GALMEEFFAMA ARGANNOOWWAN ODIITII

  • Manneen hojii mootummaa herreegni isaanii Odiiteraan xiinxalamee hir’inni ykn caalmaan ykn baasiinii fi raawwiin seeraa alaa yommuu argamu akkaataa galmeeffama isaa:-

…..galmeeffama


1.Hir’ina
1.1 Hir’ina maallaqaa
a. Hojjetaan maallaqa hir’ise irratti maallaqichi yommuu galmaa’u :- AGH (JV)
4202 XX
4101 XX ni hundeeffama.

…Hir’ina


AGH (JV)
b) Hir’inni maallaqaa galmaa’e manni murtii akka abbaa idaa irraa hin barbaadamne yemmuu murtaa’u: AGH
5601 xx
4202 xx ni haqama.

…Hir’ina


C) Hojjataan maallaqa hir’ise yommuu
bakka buusu ykn yommuu galii godhu:
4101/03/05 xx
4202 xx

…Hir’ina


1.2 Hir’ina meeshaa
Hir’ina meeshaa uumameef hojjataa meeshaa hir’ise irratti maallaqaan tilmaamamee yommuu galmaa’uu fi maallaqichi yommuu galii ta’u akkaataa armaan gadiitti raawwata.

…..Hir’ina meeshaa


a) Bara baajataa tokko keessatti hojjataa meeshaa hir’ise irratti yommuu galmaa’u:
4202 xx
6000 xx

…….hir’ina meeshaa


B) Hojjataan meeshaa hir’ise yommuu maallaqaan bakka-buusu ykn yommuu galii godhu:
4101/03/05 xx
4202 xx galii ta’a.

…….hir’ina meeshaa


c) Barri baajataa erga darbee booda hojjataa meeshaa hir’ise irratti yommuu galmaa’u:
4202 xx
5601 xx ni hundeeffama.

…Hir’inna meeshaa


D) Hir’inni meeshaa galmaa’e manni murtii akka abbaa idaa irraa hin barbaadamne yemmuu murtaa’u: AGH
5601 xx
4202 xx ni haqama

…….hir’ina meeshaa


E) Hojjataan meeshaa hir’ise yommuu maallaqaan bakka-buusu ykn yommuu galii godhu:
4101/03/05 xx
4202 xx galmaa’ee.
Hub. Gatiin hir’ina meeshaa akka kaffalamu yammuu taasifamu meeshaan hir’ate baasiidhaan galmaa’ee abbaa meeshaa hir’iseef nagaheen baasii meeshaa (M22) ibsi itti-kennamuufii qaba.

Yüklə 232,46 Kb.

Dostları ilə paylaş:
  1   2   3   4   5   6   7   8




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin