Manu’alii A/H/Funca Dudhaa-2003


Kaayyoo Diriiraa Kaa’uu (Setting Stretche Objective)



Yüklə 276,29 Kb.
səhifə3/6
tarix18.08.2018
ölçüsü276,29 Kb.
#72832
1   2   3   4   5   6

Kaayyoo Diriiraa Kaa’uu (Setting Stretche Objective)


Akka waliigalaatti galma dhifamaa kaa’uu fi hojii irra deebi’anii gurmeessun ka’umsa kan godhatu adeemsa hojii akka muuxannootti fudhatamu ilaaludhaan (Bench Marking), fedhii maamiltootaa fi qooda qabdootaa irratti hundaa’un (Customers & Stakeholders Needs & Expectations) fi Biiroo keessatti adeemsa haala gaariidhaan raawwatame (Best performance in the Egency) akka fakkitti ilaaludhaan kan hojjetamu dha.

Haaluma kanaan, qabxilee armaan olitti ibsaman (fedhii maamiltootaa fi qooda qabdootaa fi muxannoo Biirichaa haala gaariin raawwatame) akka madda 'Kayyoo Diriiraa'tti fudhatame jira. Itti-dabaluun, muxxannoo biyyaa alaa fi sirna gabaa ammayyaa 'intarneetii' fayyadamudhaan sassaabuun yaalameeraa; muxannoo biyya keessaa ilaalchiisee workshoppii dhiyootii (yeroo Qorannoo JBHA gaggeesiinu kana keessatti) kallatti gabaattin gaggeeffaman akka carraatti fayyadamun yaadawwaan bu'aa qabeessaa ta'an ittifayyadamuuf yaaliin guddaan godhamee jira.


6.1 Fedhii Maamilaa (Customer), Bu’aa Eegamu (Desired OutComes), fi Kaayyoo Diriira (Stretched Objectives)


Maamiltoota

Fedhii fi waan eeggan

(Needs & Expectations)

Firii (Output)

Bu’aa eegamu

(Desired Outcomes)

Kaayyoo Diriiraa

( Stretched Objectives)


1. Omishtoota

  1. Gabaa amansiisaa




-Omisha adda bahee,

-Gabaa adda bahee, fi

-Odeeffannoo gabaa omishtootaaf tamsa'e

-walii-galtee bittaaf gurgurtaa rawwate.



Omishtootnii omishaalee gabaa irratti barbaadaman omishuun, galii isaanii guddiisuun jireenya isaanii ni foyyeessu.

Qorannoo gabaa Fuuncaa duudhaa (value chain) omishaalee filataman 25 irratti waggaa 5 keessatti gaggeessudhaan walitt-hidhamiinsii gabaa Omishtoota fi Daldaaltootaa jiddutti akka jiraatu mijjeessudhaan, omishtootni gabaa amansiisaa akka argatan taasiisuu.

  1. Gatii gaarii argachuu

-Tajaajila odeeffannoo gabaa omishtootaaf tamsa'e,

-Tajaaj BMG omishtootaaf dhiyaate.

-Waa'ee 'value addition' (Quality and standard services, branding, packaging, labeling, product quality improvement and certification service) irratti hubannoo fi deeggarsa teeknikaa keenname.


- Omishtootnii haala gabaa adunyaa waliin deemuun, humnii isaan daldala irratti qaban cimee, gaheen isaan gatii gurgurtaa omishaa irra argatan(producer's share) ni foyya’aa (kan amma jiru 40% irraa gara %60 gudate argu.

-Tajaajiila Odeffannoo gabbaa Omishtoota naannoo keenyaaf torbaan guutu tamsaasuu.

-Gabaawaan gurgudoo lakkofsaan 30 ta’aani nannicha keessa argamanii Gabaa jiduugaleessa wajjiin waliitti hidhamanii tajjaajila gabaa safiin qabuu akka jiraatu taasissu.

- Nannicha keessa Iddoowaan gabaa haamayaa haara 51 ijaaruudhaan omishtootaaf haala gabaa mija’a umuu.

-Omishaalee filatamanii irrattii tajaajiila dabalinsa faayidaa (Value Addition) hojjachudhaan gatii dabalataa omishtootaaf argamsisu.

- Omishtoota naannoo keenyaaf (Qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota dhuunfaa waldaalee gabaa isaanii ykn yuuniyanoota gabaaf) ittifayadamaa ’post harvest technology’ irrati liqii qarshii miliyoona 77.22 akka dhiyaatuuf gochuu.


2. Daldaaltootaa




- Omishini qulqullina qabu, baay'ina barbaadamuun, fi gatii dorgomaadhaan ta'en, haala itti fufiinsa qabuun akka dhihaatu

- Odeeffannoo haala dhiyeessii omishaa irratti argachu,



-- Tajaajila Bu'uura misoomaa Gabaa, Odeeffannoo Gabaa fi mijeessii wal-qunnamsiisa Gabaa Daldaaltootaaf keennun, omishaaleen gabaa irratti barbaadaman bifa barbaadamuun, gatii dorgomaa ta'en dhiyaatan.

-Walitt-hidhamiinsii Omishtoota fi Daldaaltootaa jiddutti ni mirkana'a (Demand- Supply integration, ensured).

- Baasiin daldalaa (Transaction costs) haalaan akka hir'atu taasiisu,



- Qorannoo gabaa Fuuncaa duudhaa (value chain) omishaalee filataman 25 irratti waggaa 5 keessatti gaggeessudhaan walitt-hidhamiinsii gabaa Omishtoota fi Daldaaltootaa jiddutti akka jiraatu mijjeessudhaan, omishtootni gabaa amansiisaa akka argatan taasiisuu.

-- Nannicha keessa Iddoowaan gabaa haamayaa haara 51 ijaaruudhaan Daldaaltootaaf haala gabaa mija’a umuudhaan baasiin daldalaa (Transaction costs) akka hir'atu taasiisu.

-Waggaa 5 keessatti, omishaalee %80 ta'an irratti walitt-hidhamiinsii gabaa Omishtoota fi Daldaaltootaa giddutti akka jiraatu taasiisun,

-Daldaaltootnii omishtoota waliin walitti-hidhamiinsaan akka hojjatani fi dhiyeessi omishaa fedha gabaa irratti hundaa'e akka dhiyaatuuf Tajaajiila Odeffannoo gabbaa Daldaaltootaa naannoo keenyaaf waggaa 5tti torbaan guutu tamsaasuu .



3.Ittifayyadamtoota omishaa (Uuummata

Abbootii qabeenyaa)

(Consumers)


- Omishini qulqullina qabu, baay'ina barbaadamuun, haala itti fufiinsa qabuun gatii dorgomaadhaan akka dhihaatu

- Tamsa'innii dhiyeessa Omishaa haala saffisaa fi tasgabba’aa (efficient distribution system and price stability) akka ta'u ni barbaadu.



- Odeeffannoo gatii , baay’inaa, fi qulqulinaa gabaa

- Tajaajila mijeessa wal-qunnamsiisa gabaa (direct marketing facility)

- Tajaajila bu'ura misooma gabaa diriiree fi babal'ate.


-Sirnii walitt-hidhamiinsii gabaa, Omishtoota, dhiyeesitootaa fi ittifayyadamtoota omishaa omishaa jiddutti ni diriraa

-Itti fayyadamtootnii, Omisha barbaadan baay'inaan, gatii foyyaa'aa ta'en fi qulqulinaan argatachuun jiruun isaani ni tasgaba'a



- Qorannoo gabaa Fuuncaa duudhaa (value chain) omishaalee filataman 25 irratti waggaa 5 keessatti gaggeessudhaan walitt-hidhamiinsii gabaa Omishtoota, Daldaaltootaa fi ittifayyadamtoota jiddutti akka jiraatu mijjeessudhaan, omishtootni gabaa amansiisaa akka argatan taasiisuu.

-- Naannicha keessa Iddoowaan gabaa haamayaa haara 51 ijaaruudhaan Daldaaltootaaf haala gabaa mija’a umuudhaan baasiin daldalaa (Transaction costs) akka hir'atu taasiisu.



4.IMX /Intarpiraayizii Maayikroo fi Xixiqqaa/


-Odeeffannoo gabaa wayitawwaa fi ga’aa ta’e

-Gorsa, baruumsaa fi deeggarsa teeknikaa itti-fufiinsaan argachuu

-Deeggarsa wal-qunnamsiisa fi walitti-hidhamiinsa gabaa argachuu

-Gabaa Amansiisaa , bu’aa qabeessa ta’e fi itti fufiinsa qabu




-Tajaajila Gorsa, baruumsaa fi deeggarsa teeknikaa waa’ee Gabaairrati haala itti-fufiinsaan keenname.

-Deeggarsa wal-qunnamsiisa fi walitti-hidhamiinsa gabaa goodhamee.

- wal-qunnamsiisa fi walitti-hidhamiinsa gabaa umamee


- Jiru fi jireenyaa dargagoota fi shamaran fooya’ee.

-ceeh’insaa induustrii xixxiqaa irra gara induustrii giduu galeessati taasifamee.



- Rakoolee gabaa IMXi wagaa-waggaan yeroo tokko qorachuudhaan yaada furmaata dhiheeysuu.

- Qorannoo gabaa Fuuncaa duudhaa (value chain) omishaalee filataman 5 irratti waggaa 5 keessatti gaggeessudhaan walitt-hidhamiinsii gabaa IMX fi ittifayyadamtoota jiddutti akka jiraatu mijjeessudhaan, IMXin gabaa amansiisaa akka argatan taasiisuu.

-waa’ee gabaa ilaalchisee wagaa-waggaan leenjii lama (2) gaggeesu.




6.2 Fedhii Qooda Qabdootaa (Motummaa, wajjiraalee motummaa), Bu’aa eegamu (Desired Outcomes) Fi Kaayyoo Diriiraa (Stretched Objectives)


Qooda Qabdootaa

Fedhii fi waan eeggan

(Needs & Expectations)

Firii (Output)

Bu’aa eegamu

(Desired Outcomes)

Galma Fedhiirratti hundaa’e

( Stretched Objectives)

  1. Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa

-Sirni gabaa omisha qonnaa si’ataa fi bu’a qabeessa ta’e naannicha keessatti akka diriiruu,

-Misoomni Qonna hoogganamu waggaa shan booda gara Misoomaa Industriin hogganamuti akka ceehuuf gaheen gabaan naannichaa keessatti olaanaa akka ta’u.

-Omishtootnii fedhii gabaarratti hundaa’anii omishuudhaan jireenya isaanii akka fooyyessan.

-Imammataa, tarsiimoo fi qajeelfamoota bahan hojii irra ooluu

-Galma gahiinsa mul’ata fi ergama

-Karoorri qopha’ee bu’aa qabeessummaan hojii irra ooluu

-Baajataa fi leeccalloo ramadamu dhimma barabaadameef akka oolu,


-Sirna gabaa diriiree fi Tajaajila deeggarsa gabaa keenname

-Dhiyeessii Omishtootaa feedhi irrati hunda’ee omishamee haalaan dabalaa dhufee.

- Gabaa si’aata fi ittifuufinsaa qabuu naanichaa keessa dirriree.

-raawwii hojii gabaa dabalee.





-Walitt-hidhamiinsii gabaa gahee xabatoota gabaa giddutti dagaagee, qaamnii hundiinuu gahee (fair share) isaa malu ni argatu.

-Gurgurtaa biyya alaa irraa, gaheen naannichii sharafa biyya aalaa tiif gumaachuu akka ol-guddatuu (Export market share).

-- Jiru fi jireenyaa ummata naannoo keenyaa akka fooya’u.



-Gabaawwaan Gurguddoo Naannoo keeenya keessa jiran lakkobsaan 30 ta'aan waggaa shan keessatti %100 walittihdamanii, tajjaajilii gabaa saffisaa (efficient market) mirkaneessudhaan, tasgabii gabaa biyyattitiif akka gumaachan taasiisu,

-Omishtoota naannoo keessaa % 25 kan ta'an gabaaf akka oomishan taasiisuun, waggoota shanan dhuufan keessatti galiin isaani %20n akka guddatu taasiisu.




2.-Biiroo Industirii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa

-Biiroo Qonnaa Oromiyaa

-Biiroo Lafaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaa

-Ejansii Misooma, Egumsa fi Fayyaa Beeylada Oromiyaa

-Komishinii Misooma Naannoo Horsiisee Bulaa Oromiyaa

-Komishinii Investimantii Oromiyaa

-Instituyutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa

-Komishinii BLTO Oromiyaa

-Ministeera Daldalaa

-Ejansii Geejjiba Oromiyaa

-Ejansii Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa

-Inistituti Qorannoo Qonnaa Oromiyaa

-Abbaa Taayitaa Daandiwwanii fi Geejjiba Oromiyaa

-Abbaa Taayitaa Omisha Gabaa Itiyophiyaa (Ethiopia Commodity Exchange Authority)

-Omisha Gabaa Itiyophiyaa (Ethiopia Commodity Exchange)

-Dhaabbilee Miti-Mootummaa

-Hojjettoota Mootummaa Ejansichaa

-Manneen Hojii Biroo (others)




-Tajaajila qorannoo gabaa

- Odeeffannoo gabaa

- Tajaajila BMG

- Qulqil'ina Omishaa Egsiisu

Fi Walitti-hidhamiinsa gabaa fidu irratti walliin hojjachu.


- Bu'aan qoranno gabaa, Odeeffannoo Gabaa fi Hubbannoon gabbaa dhiimmamtoota gidduutti babalatee.

Dhimmii gabaa, dhimma dhiimmamtoota ta'e fudhatamaa (Marketing issues will be mainstreamed) fudhatamu isaa.

-Gutuu Oromiyaa keessatti, 'Kaawnsilii Gabaa' Aanaa, Godinaa fi Naannoo waggaa shan keessatti dhaabuun, tajaajila gahee xabatootnii gabaa barbaadan bifa qindoomiina fi haala itti-fufiinsa qabun mirkaneessu.

-waggaa 5 keessatti promoshinii (egziibishinii fi baazarii si’aa 5 qopheesuudhaan) tajaajila gahee xabatootnii gabaa barbaadan bifa qindoomiina fi haala itti-fufiinsa qabun mirkaneessu.







  1. Yüklə 276,29 Kb.

    Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin