Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə1/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
  1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   26




INTERPIRAAYIZII IJAARSA HOJIIWWAN BISHAAN OROMIYAA

QORANNOO JBAH ADEEMSA HOJII IJOO BULCHIINSA KONTIRAATA fi KAROORA

Adoolessa, 2006

Finfinnee

Tel. 011-4-400888/7; Fax. 011-4-403427; P.O.B. 1696 Code 1110, Kality, Finfinne (A/A), Ethiopia
E-mail = owwce@ethionet.et





Table of Contents


1.Haala Waliigalaa 4

1.1Seensa 4

1.2Kaayyoo Qo’annoo (Objective of the study) 5

1.3Mala Qo’annoo (Methodology) 5

1.4Dangaa qo’annoo (Scope) 6

1.6.Adeemsaalee adda baasu fi Qo’annoo JBAH gageesuu 9

2.Sadarkaa Hubanno (Understanding phase) 10

2.1Ibsa Adeemsa Hojii Ijaarsa Amma Jiru 10

2.2Hojii Damee Bulchinsaa Kontraataa fi hordofii 10

2.3Divizyinii fi Tajaajila damee Bulchiinsa Kontiraataa fi Hordofii jalatii argamu 12

2.3.1Yaa’insaa Hojii Dameen Bulchinsaa koontraataa fi hordofii keessa darbu 12

2.4Yaa’insa hojiilee Div.Bulchiinsa Kontiraata (Maapii ol’aanadhan agarsisu) 13

2.4.1Yaa’insa hojii caalbaasii dorgomuu dha hanga waliigaltee galuutti jiru 13

2.4.2Yaa’insa hojii Kaffaltii hojii hojjetame gaafachufi hayyamsisu 15

2.4.3Yaa’insaa hojii waliigalaa Damee Bulchinsaa kontraataa fi Hordofii Mapii ol’aanaadhan agarsisu (Higher level map). 16

2.4.4.Yaa’insaa hojii Div. Karoora fi Baajataa 18

2.4.6.Hojilee Ijoo Damee Bulchiinsa Kontraataa fi Hordoffii jallatti rawwataman Steepi, Yeroo fi Baasii hojiin fudhata ture. 22

2.5.Maamiltoota, Dhimmaamtootaa fi Rakkoolee Ijoo 23

2.5.4.Maamiltootaa fi dhimmamtootaa Hojii Ijaarsa IIHBO 23

2.5.5.Fedhii Maamiltoota fi Dhimmamtoota 23

2.5.6.Rakkolee Ijoo Maamiltoota fi dhimmamtootaa( Itti quufinsa dhabu) 25

2.6.Gabatee Fedhii Maamilaa fi Dhimmama 27

Keessa deebii Fedhii Maammilaa fi Dhimmamaa fi Rakkoolee Ijoo / Summery of customer and stakeholders’ needs, expectation and problems/ 27

2.7.Walqunnamtii Dhimmamtoota fi Maammiltoota ala fi keessaa wajjin jiru 29

Wilitti dhufeenya Dhimmamtoota fi Maammiltoota alaa wajjin jiru 29

2.8. Beenchiimaarkiidhaaf dhaabilee fudhataman 31

2.9. Garaagarummaa Raawwii Hojii Muuxxannoo gaarii wajjin (Benchmark performance gap) 32

3. Sadarkaa deebisani Kurfeessuu 41

(Redesigning phase) 41

3.1Barbaachisumma deebisani gurmeesu 41

3.2Madda Adeemsa Haaraa irra deebi’un kurfeessu (Sources of Redesigning the Process) 42

Yaadamoota moofa soba Taasisuu fi Yaadamoota haarawaa maddisiisu. 42

3.3Galma Milkaa’inaa Kaa’uu(Setting Stretched Objectives) 49

3.3.1Fedhiiwwan madaalu (Prirotizing Needs) 49

3.3.2Tartiiba Fedhii Dhimmamtootaa fi Maamiltootaa 52

3.4Fedhii Maamilaa, Milkaa’ina barbaadamee fi Kaayyoo hiixataa 53

3.5Yaadaa Waqoo (Whacko (New) Ideas) 56

Pirinsipiloota JBAH 60

3.6Tarreeffama hojiilee gurgudda Adeemsa Hojii Ijoo Bulchiinsa kontiraataa fi karoora 60

3.6.1Hojilee adeemsa hojii xiqaa Bulchiinsa kontiraata, deegarsa fi hordofii tiin hojjetaman 62

Mapii yaa’insaa Adeemsa hojii ijooBulchinsaa kontraataa fi karoora hara 62

3.7Walqunnamtii ala fi keessa fi dhimma wal qunnamtii Adeemsa Hojii Haarawaa (Interface) 65

3.8Adeemsicha Caaseessuu (Organizing the process) fi yaa’insa hojii fi Standard isa 67

3.8.1Kaffaltii Hojii gaafachu 67

3.8.2Caalbasii adda addaa hordofudhan Dokumentii bittu fi Qaccesu 69

3.8.3Caalbasii adda addaa hordofudhan Dokumentii bittu fi Qaccesu 71

3.8.4Dokumentii caalbaasi bitu fi waligaltee ijaarsa galu 73

3.9Yaa’insa hojii adeemsa hojii Ijoo Bulchinsaa kontiraataa fi karoora 85

3.9.1Yaa’insaa Hojii 85

3.9.2Hojilee Gurguddoo adeemsa hojii Ijoo Bulchinsaa Ijaarsa tiin hojjetaman 85

3.10Yaa’insa Hojiilee, Gahee Hojii, Dandeetti fi Baayyina humna namaa barbaachisuu 89

3.11Ibsa garaagarummaa Adeemsa hojii ijoo bulchinsaa kontiraataa fi karoora durii fi haaraa 91

3.11.1Ibsa garaagarummaa Adeemsa hojii Ijaarsa qabxii Ulagalee JBAH tiin yeroo safaramu 93

3.12Jijjirama bu’uura haala gurmaa’insaa kanatiin wajjira Ol’aana adeemsa Ijaara irratti taasifame 95

3.12.1Hojiimanii haarawan diriire bu’aa qabeessa fi sirrii ta’u isaa qabxilee sakata’insaa 96

A)Yaa’insa Hojii Damee Bulchiinsa Kontraata Duraan ture fi Walquunnamtii 99




  1. Haala Waliigalaa

    1. Seensa

Intarpiraayizii Ijaarsa Hojiiwwan Bishaani Oromiyaa dhaabbilee Misoomaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin hundeeffamanii hojii misooma adda addaa irratti bobba’aani argaman keessa isa tokkoo fi angafa kan ta’e dha.


IIHBO’n Bara1991 kan hunda’ee yemmuu ta’u Ergama fi Angoo Hojilee ijaarsa Bishanii fi bishaaniin walqabatan iraaru fiBoondii bituuf gurguruukan qabudha. Ergamaa fi Angoo hojii keennameef kana bu’uura godhachuun yeroo ammaa Pirojektoota ijaarsa Bishaan dhugaatii, Ijaarsa jallisii, Misoomaa Bishaan laafa jala,Ijaarsa daandii, Ijaarsa Staadiyeemii fi gamoowwani gaggeesuu irraatti argama. Akkasummaas Nanoolee Oromiyaatin ala ta’an keessa galudhaanis ijaarsa kan gageessa jiru yemmuu ta’u, akka biyyooleessatis Pirojektoota Gurguddoo kan akka Babal’ina Sukaarasfi Hidhaa Bishaanifudhachuudhaan yeroo amma hojjechuu irratti argama.
Haata’u malee Ergama IIHBO fixa baasufi , akkasummas Kayyoo fi Karoora mootummaa gama Ijaarsatiin jiru galmaan ga’uuf , fedhii Maamilaa fi Dhimmamoota kallatii hundaan deebisudhan, mul’ata dhaabbatichaa guutummaa guututti galmaan ga’uuf adeemsa hojii amma jiru hubbachuu fi Qo’annoo Jijjiirama Bu’uura Adeemsa Hojii (JBAH) hundeessuun barbaachisaa ta’ee argameera.
IIHBO kana duraa hojii bulchinsaa kontiraataa fi karooraa rawwachudhaaf haali itti gurma’e sadarkaa wajjira ol’aanatii Damee fi Divizninii adda addaa keessatti haala adeemsa hojii (process based)eegeen osoo hin taanee haala hojii hojjetamu qofaa(task based) irratti xiyyeeffaten kan gurma’ee dha. Haata’u malee haali gurma’insii hojii kun bu’aa irratti kan hin xiyyeefannee fi itti quufinsa maamilaa fi dhimmama kan hin daballe ta’uu irra darbee komiin adda addaa gama maamilaa fi dhimmamatiin akka ka’uu taasisee jira.

Rawwii hojii IIHBO waggoota darbaani keessati rakkooleen kan akka waligaltee hojii galamu kan bu’aa IIHBO kabbachisu ta’u dhabu, karoorii hojii qophaahus haala qabatama jiruu irraattii kan xiyyeeffate ta’u dhabu, akkasummas adeemsii hordofii fi too’annoo jiru laafa ta’uu isaa hubatame jira.



Kanuma bu’uura godhachuun adeemsa hojii kutaalee mana hojichaa hunda irratti Qo’annoo Jijjirama Bu’uraa Adeemsa Hojii (JBAH) gaggeessuuf koreen oggeessota adda addaa of keessa qabu hunda’ee hojiitti qorannoo kan gaggeesee yeroo ta’ee rakkolee hojimaata kana dura turani fi gurma’insaa ya’insaa hojii irraatti hunda’udhan ta’u qabu Dokumentii kana keessatti gad fageenyan ibsame jira.

    1. Yüklə 1,2 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
  1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin