Sadaasa 2010 Finfinnee Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti Sanada Chaartarii Lammilee Bara 2010f Qopha’ee



Yüklə 234,07 Kb.
səhifə1/17
tarix07.01.2022
ölçüsü234,07 Kb.
#91000
  1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   17








Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti

Sanada Chaartarii Lammilee Kan Bara 2010f Qopha’ee
Sadaasa 2010

Finfinnee
Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti

Sanada Chaartarii Lammilee Bara 2010f Qopha’ee

  1. Seensa

Chaartariin lammiilee meeshaa jijjiiramaa manni hojii lammii tajaajila kennuuf waliin walitti dhufeenya qabu cimsuu fi sirna iftoominaa fi itti gaafatamummaa ittin diriirsuu dha. Kanaafuu, chaartariin lammiilee ibsa walii galtee lammiilee fi manneen hojii tajaajila kennan gidduutti gama adeemsa kenna tajaajilaa fi qulqullina tajaajilaa ilaalchisee taasifamu dha.

Bu’uuruma kaanaan Biiroon Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii Oromiyaatis tajaajila dargaggootnii fi hawaasni ispoortii naannichaa argachuu qabu fooyyessuuf meeshaaleen riifoormii gara garaa akka hojii irra oolan taasisaa kan turee fi bu’aan hedduun galmaa’aa turuun isaa ni beekama.Tajjaajila kana caalmatti karaa qindoomina qabuun fooyyessuu fi itti quufinsa maamiltootaa sadarkaa olaanaatti akka dabalu gochuuf, Biiroon dhimma dargaggootaa fi ispoortii Oromiyaa chaarterii lammiilee kan bara 2010 qopheessuun gara hojiitti galuuf karoorfatee jira.

Haaluma kanaan, dokumentiin kunis sadarkaa tajaajilaa kennamuu karaa ifaa fi gabaabaa ta’een kan mul’isuu fi Wantoota dargaggootnii fi hawaasni ispoortii naannichaa argachuu qaban yoo argachuu baatan sirna komii itti dhiyeeffatan kan qabuu ta’ee qabxiileen keessatti hammatamanis akka armaan gadiitti dhiyaataniiru.



  1. Yüklə 234,07 Kb.

    Dostları ilə paylaş:
  1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   17




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin