Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə1/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
  1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   84


SMBKT Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Galata

Qorannoo Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa xumurameef, Maanajimantii IIDO, Biiroo Siivil Sarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa, akkasumas Abbaa Taayitaa To’annoo Dhaabbiilee Miisoomaa Oromiyaa tiif galata guddaa dhiheessina.

Hunda caala, qorannoon kun haala barbaadamen akka xumuramu ejjennoo cimaan deeggarsa ol’aanaa kan kennan, maanajimantiin mana hojii, ogeessota ga’umsa fi kutannoo qaban hojii qorannoo SMBKT kanaaf ramadun, loojastiika hojiif barbaachisu guutuun, akkasumas dokimantii SMBKT qophaa’e kun akka gabbatu yaada ijaaru kennuu isaanitin ni galateeffanna.

Dabaltaaniis Biiroon Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa gaarii Oromiyaa ogeessa ramaduun deeggarsa teeknikaa keennudhan milkaa’ina qorannoo kanaaf taasiseef kabaja qabnu ni beeksifna. Itti ansuniis, hunda caala, Abbaa Taayita Dhaabbilee Miisoomaa dhiimmi qophii SMBKT kun akka qoratamu fi yeroodhan gara hojiitti akka seenamu kallattii kaa’uun qorannon kun akka xumuramuf waan taasisaniif qorannoo kana keessa iddo guddaa qabu.

Dhuma irrattis, hojjatoota IIDO waliigalatti gaaffilee dhiheesineef deebii barbaachisaa ta’e dokimantii kanaaf akka galteetti fayyadu hunda keennaniif galtani keenya isaan yaa gahu Jenna.


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
  1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin