Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immani Oromiyaa


Kaayyoo Diriiraa fi Tarsiima’aa (Streched Objectives) Kaa’uu



Yüklə 0,6 Mb.
səhifə18/45
tarix07.01.2022
ölçüsü0,6 Mb.
#89668
1   ...   14   15   16   17   18   19   20   21   ...   45

3.3. Kaayyoo Diriiraa fi Tarsiima’aa (Streched Objectives) Kaa’uu


Galtee/ Input?

Bu’aa Eeggamu (Intermediate output)

Jijjiirama eeggamu (Final outcome)

Kaayyoolee Diriiraa (Streched Objectives)

  1. Dubatoonni maxxantummaa diinagdee jala bahuu barbaadu

Baayyina dubartootaa liqii argatanii

Jiruu fi jireenya dubartootaa fi maatii fooyya’ee

Waggoota 5 dhufan keessatti dubartootaa fayyadamtoota liqii ta’anu 50,000 irraa gara 150,000 ol guddisuun hojiilee madda galii argammsiisan irratti hirmaachuun jireenyi isaanii akka fooyya’u hojjechuu

  1. Proojektoota Dhaabbilee Miti mootummaarraa dhiyaatan yeroon akka mirkanaa’uuf barbaadu

Dokimentii projektootaa mallataa’ee

Rakkoo hawaas-dinagdee dubartootaa fi daa’immanii hiikame

Dokiimeentii proojektoot dhiyaatan ulaagaa, yeroo taa’eefi qulqullinaa eeggateen %100n mirkaneessuu hojiitii galchuu

  1. Proojektootaa dubartootaa fi daa’immann fayyaduuf qiyyeeffaman yeroon akka hordoffaman, deeggeraman fi gamaaggaman barbaadu

Baayyina projektoota hordofamanii, deeggaramanii

Baayyina projektootaa Dhaabbilee miti mootummaa gamaaggamamanii

Duub-deebii kennamanii


Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii mirkanaa’ee

Proojektootni mana hojii keenyaan mirkaneeffaman 100% n fayyadamummaan dubartootaa fi daa’immanii keesstti akka galma gahu taasisuu


4.Proojektootaa qopheessuu fi mirkaneessuu irratti hanqinnii dandettii fi oggumaa maqsuuf leenjii argachuu

Baayyina oggeesotaa leenjii argatanii

Projektoota qulquliinaan qophaa’anni fi mirkanaa’an

Qophii fi mirkaneessa projektootaa iratti waggatt I si’a 2 hojii ijaarsa daandeettii oggeesota projeektii sadarkaa godinaa ,magaalaa fi aanaa jiraniif kennuu

5. Fedhii dhiyeessii akka guutamu barbaadu

Baayyina proopoozaala fandii qophaa’anii

Baayyina projektoota qoratamanii



Fedhii dhiyeessii guutamee

Fayyaadammummaa dubartoota fi daa’immanii mirkanaa’ee



Proojeektootaa fi proopoozaalota qophaa’nii 100% bu’a qabeessa taasisuu



Yüklə 0,6 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   14   15   16   17   18   19   20   21   ...   45




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin