Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti



Yüklə 0,57 Mb.
səhifə1/23
tarix06.09.2018
ölçüsü0,57 Mb.
#78731
  1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   23

Qajeelfama Rawwii Bittaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.02 /2004

BAAFATA


Lakk. Mata Duree Fuula

BAAFATA I

Qajeelfama Raawwii Bittaa Mootummaa 1

Naannoo Oromiyaa Lakk 02/2004 1

Kutaa 1: Waliigala 1

1. Mata Duree Gabaabaa 1

2. Hiika 1

3. Daangaa Raawwatiinsa Qajeelfamichaa 2

Kutaa 2: Itti gaafatamummaa fi Hojii Qaamolee Adda Addaa 2

4.Itti Gaafatamummaa Fi Hojiiwwan Itti Gaafatamtoota Ol’aanaa Manneen Hojii Mootummaa 2

5. Itti Gaafatamummaa fi Hojiiwwan Adeemsa Hojii Bittaa 4

6. Moggaafama Koree Raggaasistuu Bittaa 6

7 . Itti Gaafatamummaa Fi Hojiiwwan Koree Raggaassituu Bittaa 7

8. Itti Gaafatamummaa Walitti Qabaa Koree Raggaasistuu Bittaa 9

9. Itti Gaafatamummaa Barreessaa Koree Raggaassistuu Bittaa 9

Kutaa 3: Karoora Bittaa 9

10. Qophii Karoora Bittaa 9

11. Fedhii Bittaa Addaan Baasuu, Sasaabuu Fi Qindeessuu 10

12. Mala Bittaa Filachuu 11

13. Yeroo Bittaan Itti Raawwatamu Murteessuu 11

14. Qabiyyee Karoora Bittaa 12

15. Haala Karoorri Bittaan Itti Ragga’u fi Fooyya’u 13

16. Karoora BittaaWaggaa Ifa Gochuu 14

Kutaa 4: Malawwan Bittaa fi Raawwii Isaanii 14

17. Malawwan Bittaa Hayyamaman 14

18. Raawwii Bittaa Mala Caalbaasii Ifaa Biyya Keessaa 14

18.1 Haaldureewwan 14

18.2. Waamicha Caalbaasii 15

18. 3. Sanada Caalbaasii 15

18 .3. 1. Sanada Caalbaasii Idilee 15

18.3.2 Sanada caalbaasii qophaa’uu 16

18.4. Qajeelfama Dorgomtootaa 16

18.5 Ibsa Fedhii Tekiniikaa (Specification) 18

18.6 .Uunkaa Caalbaasii fi Gabatee Dhiyeessa Gatii 20

18.7 Haalawwan Waliigalitee Waligalaa fi Waliigalitee Addaa 21

18.8 Qophii Uulaagaalee Gamaaggama Caalbaasii 22

18.9 Yeroo Caalbaasiin Banaa Ta’e Qillensaa irra itti turu Murtessuu 24

18.11. Sammuda Bittaaf Dhiyaatu 26

18.12 Ibsaa ykn Fooyya’insa Sanada Caalbaasii irratti Taasifamu 27

18.13 Afaan Caalbaasii 28

18.14 Gatii Caalbaasii fi Sirreeffama Gatii 28

18. 16 Kabachiisa Caalbaasii 32

18.17. Sanada yaada dorgommii Fuudhuu 34

18.18 Baniinsa Caalbaasii 34

18.19 Caalbaasii Gamaaggamuu fi Dorgomsiisuu 37

18.20 Ilaalcha Addaa 39

18.21. Caalbaasii Ala Taasiisuu 41

18.22 Marii Dorgomtoota Waliin Taasifamu 41

18.23 Caalbaasii Raggaasissuu 42

18.25. Kabachiisa Waligalitee 43

18.26. Kaffaltii Dursaa 44

18.27. Waliigaltee Mallatteessuu 46

Kutaa 5:Raawwii Bittaa Addunyaa fi Malawwan Bittaa Biroo 47

19. Bittaa Caalbaasii Ifaa Addunyaa 47

20. Bittaa Addunyaa Kan Biroo 49

21. Caalbaasii Sadarkaa Lamaan Bittaa Raawwatamu 49

22. Caalbaasii Mirkaneessa Ga’umsa Duraa 50

23. Gaaffii Yaada Dorgommtiin Bittaa Raawwatamu 52

24. Maala Filannoo Dorgomtootaa 54

24.1.Filannoo Qulqullinaa Fi Gatii Irratti Hundaa’e 54

24.2. Filannoo qulqullina hojii raawwatamu iratti hunda’ee 55

24.3. Filannoo Baajata Murtaa’e Irratti Hundaa’uun Raawwatamu 56

24.4. Filannoo gatii gad-aanaa irratti hundaa’e 56

24.5 Filannoo Ga’umsa Gorsitootaa Irratti Hundaa’e 57

24.6. Gorsaan Tokko Haala Ittin Filatamuu 58

25. Caalbaasii Gaaffii Ibsa Fedhii 58

26. Raawwii Bittaa Caalbaasii Murtaa’aa 58

27. Bittaa Dhiyeessa Gatiitiin Raawwatamu 60

28. Bittaa Dhiyeessaa tokko irraa raawwatamuu 62

Kutaa 6: Bittaa Addaa 66

29 . Bittaa Ol'aanaa Addaa 66

30. Bittaa Addaa Meeshaalee fi Tajajiilaa Manneen Hojii Mootummaa Waliin Barbadaan 66

11.Manneen hojii mootummaa waliigaltee yeroo dheeraatiin bittaa akka raawwatan Ejansii irraa garagalchaii waliigaltee yeroo dheeraa darbeefitti fayyadamuun ajaja bittaa dhiyeessaaf kennuudhan dhiyeessaa waliin waliigaltee dabalataa kophaatti mallatteessuun bittaa raawwachuu ni danda’u. 70

12.Ajajaini bittaa ykn waliigalteen dabalataa kophaa waliigaltee waliigalaa keessatti kan hammataman gatii fi haalwwaan waliigaltee biro bu’uura ta’uu hin jijiiru. Ta’us, manni hojichaa kan armaan gaditti tuqamanii fi dhimmaa biro walfakkaataa ta’an irratti dhiyeessaa waliigaltee yeroo dheeraa waliin waliigaltee biro kophaatti raawwachuu ni danda’a. 70

b. Yeroon turmataa waliigaltee mallata’uu waaggaa lamaa caaluu hin-qabuu. 72

c.Qajeelfama kana keewata 18.14 irratti kan ibsamee tummatilee sireefama gatii kan hordoofee sireefama gatii eeyyamuuf fi sirnaa raawwii eeyamameen raawwachuu ni danda’a 72

Kutaa 7: Bittaa Bakka Tokkoo Sadarkaa Puulii 72

31. Bittaa Sadarkaa Puulii 72

32. Raawwii Bittaa Puuliin Alaa 74

33. Kaaffaltii Dursaan Bittaa Raawwachuu 74

34. Bittaa Amala Dhunfummaa Qabu 75

35. Raawwannaa Bittaa Konkolaataa 76

Kutaa 8: Bulchiinsa Waliigaltee 77

36. Waliigalteen Akka Raawwatamu Gochuu 77

37. Raawwii Waliigaltee Hordofuu 79

38. Waliigaltee xumuruu 81

Kutaa 9: Tummatilee Adda addaa biroo 81

39. Gaaffii bittaa idilee hin-tanee xiinxaluu 81

40. Sanadaa Bittaa 82

41. Dhiyeessa ta’anii galmaa’uuf haallawwan guutamuu qabaan 82

Kutaa 10: Naamusa Bittaa Mootummaa 83

42. Naamusa Ogummaa Ogeessa Bittaa Irraa Eeggamu 83

43. Naamusa Dorgomtoota kaadhimamtoota Irraa Eegamu 85

Kutaa 11: Sirna Iyyannoon Itti Gaafatamaa Ol’aanaa Mana Hojii 86

Mootummaatti ykn Biirootti Dhiyaatu Ittiin Fuudhamuu fi Qoratamu 86

44. Mirga Iyyannoo Dorgomaa Kaadhimamaan Dhiheeffachuu qabu 86

45. Haalawwan Iyyanoon Itti Dhiyaachuu Hin Dandeenye 86

46. Sirna Iyyannoon Itti Gaafatamaa Ol’aanaa Mana Hojii Mootummaatiif Dhiyaatu Ittiin 87

Qulqullaa’u 87

47. Haala Raawwiin Adeemsa Bittaa Mana Hojii Mootummaa Dhoorkamuu Itti Danda’u 88

48. Sirna iyyaatni komii Biirootti dhiyaatu itti fuudhamuu fi qoratmu 88

49. Moggafamaa Miseensa Koree Iyyaata Qoratee Yaada Murtee Dhiyeessu 88

50. Walitti Bu’iinsa Faayidaa Ibsuu 89

51. Aangoo Korichaa 89

52. Hojii Korichaa 90

53. Sirna Iyyannoon Biirootti Dhiyaate Koreen Ittii Qulqullaa’u 90

54. Murtoo Biiroon kennamu 91

Kutaa 12: Sirna gabaasni balleessaa Biirootti Dhiyaatu Ittiin Ilaalamu 91

55. Sirna Dhiyeesa Gabaasa baalleessaa fi Qulqulleessa Raawwii 91

56. Rakkoo Humnaa ol ta’e 93

57. Iyyannoo Mana Murtiin Ilaaluu 94

Kutaa 13: Qajeelfamoota Haqamaanii fi Guyyaa Qajeelfamni kun Itti Ragga'u 94

58. Qajeelfamoota Haqamaan 94

59. Guyyaa Itti Ragga'u 94





Yüklə 0,57 Mb.

Dostları ilə paylaş:
  1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   23




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin