Manu’álii hojii


Karooraa Hojiwwan Misooma Funca Dudhaa Gaggeessuuf



Yüklə 432,84 Kb.
səhifə4/6
tarix18.08.2018
ölçüsü432,84 Kb.
#72833
1   2   3   4   5   6

Karooraa Hojiwwan Misooma Funca Dudhaa Gaggeessuuf




  • Qophii karooraaf ragaa fi odeeffannoo sassaabuu fi qindeessuu

  • karoora qopheessuu

  • karoora irratti marii’achuun waliigaluu

  • karoora qophaa’e hojii irra oolchuu

  • Hojii irra oolmaa karoorichaa hordofuu

  • Raawwii karooraa gamaaggamuu fi deeggarsa teeknikaa kennuu

  • Qaamaan argamuun

  • waltajjii qopheessuudhaan mari’achisuun

  • Saaphana odeeffannoon fayyadamuun

  • Gabaasa raawwii hojii qopheessuu fi dhiyyeessuu

  • Bu’aa gamaaggama raawwii irratti hundaa’uudhaan yaada furmaata kennuu fi

sirreffama gochuu

  • Sirreeffamni hojii irra ooluu isaa hordofuu

  • Hojiwwan funca dudhaa gabaa mirkaneessuu ittiin hojjetaman irraatti saaphana odeeffannoo Biiroo, Godinaalee, Bulchiinsa Magaalotaa Aanaalee, Writuu kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo fi qaamota dhimmi ilaallatu biroo kan wal-qunnamsiisu akka diriiru gochuu



  1. Ibsa Adeemsa Hojii Ijo TOBG

Gabaa omisha qonnaa fi Beeladaa babal’isuu fi saffisiisuu keessatti tajaajilli odeeffannoo gabaa iddoo ol’aanaa kan qabuu dha. Tajaajila odeeffannoo gabaa yeroo, qulqullinaa fi ballinaan hirmaattota gabaaf dhiyeessuun hirmaattoti gabaa hirmaannaa godhan irratti murtii haqa qabeessa ta’e akka kennan gargaaruun gama tokkoon bu’a qabeessa akka ta’an kan taasisuu fi gama biroon qonni naannichaa gabaan akka hogganamu gochuun gahee ol’aanaa kan xabatuu dha. Adeemsi hojichaa gama tokkoon fedha maamiltootnii Odeefannoo qulqullina qabuu fi yeroo isa egatee argachuuf qaban, gama birootiin rakkina Gabaa Omishaa haala adda addaatiin ka'uu fi karoora Tarsiimoo BDMGO giddu galeessa godhatee kan egalu yoo ta’u, xumurri isaas Sirna odeefannoo gabaa haamayaa Diiriirsuu Dhan, bittotaa fi daldaltootaa giddutti bitaa fi gurgurtaan hubannoo irratti hundaa’e akka jiraatu ni taasisaa. Kuniis kan mirkanaa'u danda'u, wirtulee odeefannoo gabaa baballisu, meeshaan deegaru, hojjatoota odeefannoo gabaa leenjiisuu, wirtulee odeefannoo gabaa ‘net work’ii dhan waliin hidhuu, odeefannoo guyya guyyaan guruu qindeesuu fi tamsaasuu, maxansoota adda addaa fayyadamu dhan haala gabaa yeroo yeroo dhan beeksisuu, agarsisa adda addaa qopheesuu fi kkf.

Gurmaahinni adeemsa hojii kanaa, adeemsa hojii xixiqqaa Lamman kan qabuu fi hojiin adeemsota hojii xixiqqaa kanaa hanga hojichi kaayyoo dhumaa bira gahutti wal deeggaraa kan deemanuudha.
8.1 Adeemsonni hojii T/O/B/G Garee Lama qabu isaaniis:


  • Garee Bulchinsa Odeefannoo Gabaa,

  • Garee Babalinaa fi Wal-qunamsiisa (Promotion and Linkege),

8.2 Sabsii(Input) fi Bu’aa (Output) Adeemsa Hojii Ijo T/O/B/G


Sabsii: Fedha Odeefannoo gabaa yeroo fi qulqullina isa egatee
Bu’aa (Output):- Wal-hidhaminsa gabaatiif haala mijaa’e
Outcome’:-Odeefannoo gabaa yeroo fi qulqullina isa egatee fayyadamu dhan

murtii gabaa hubannoo irratti hunda’e ni jirataa kanamalees walitti

hidhaminsa gabaatiif haali mija’an ni umamaa.

  1. Bu'aa A/H/I/TOBG Irraa Eegamu (Desired Outcome)





  • Omishtootnii omishaalee gabaa irratti barbaadaman omishuun, galii isaanii guddiisuun jireenya isaanii ni foyyeessu.

  • Omishtootnii haala gabaa adunyaa waliin deemuun, humnii isaan daldala irratti qaban cimee, gaheen isaan gatii gurgurtaa omishaa irra argatan(producer's share) ni foyya’aa.

  • Walitt-hidhamiinsii Omishtoota fi Daldaaltootaa jiddutti ni mirkana'a (Demand- Supply integration will ensured).

  • Baasiin daldalaa (Transaction costs) haalaan akka hir'atu taasiisu,

  • Sirnii walitt-hidhamiinsii gabaa, Omishtoota, dhiyeesitootaa fi ittifayyadamtoota omishaa jiddutti ni diriraa

  • Itti fayyadamtootnii, Omisha barbaadan baay'inaan, gatii foyyaa'aa ta'en fi qulqulinaan argatachuun jiruun isaani ni tasgaba'a
  1. Daangaa Qorannoo

Biiroon Daldala fi Misooma Gabaa Oromiyaa akka haaratiin erga hundaa’ee hojjii jalqabee yeroo gabaabaa yoo ta’ele, sadarkaa Ejansitiin qaama lammaa (Ejansii Misooma Gabaa Oromiyaa fi Ejansii Daldala Oromiya) ta’ani socha’a turan. Dameen Gabaa (Ejansii Misooma Gabaa Oromiyaa) kaayyoo ittin hundeefame galmaan gahuuf Adeemsa Hojii Ijo sadiitin kan gurmaa’an keesa tokko TOBG waan ta’ef bu’aan qorannoo kanaa adeemsa raawii hojjii dame Gabaa jijjiiruuf gahee olaanaa akka qabutti amanama. Kanaafu manu’alii kun kan qopha’ee hojiin TOBG caasaa sadarkkaa aadda adaa jiruu irraati maal hojatamuu akka qabu ibsuu dha. Maanu’aaliin kun Adeemsa Hojjii ijo TOBG kun hanga danda’ameetti haala dameen misooma gabaa amma hojjii isaa itti hojjachaa jiru irrati osoo hin ta’in jijjiirama fuladuura taasifamuu qaburatti kan xiyyeefatee dha. Kanaafis, Leenjii waa’ee TOBG muxannoo argamee “beenchi maarkingiif” gageefameera.



  1. Maappii Adeemsa Hojii Ijo TOBG (High level map)








Odeefannoo gabaa sasaabuu, qindeesuu fi tamsaasuu


  • Wirtulee odeefannoon gabaa ittin sasaabamuu hundeesuu

  • Sirna odeefanoon ittin sasaabamuu fi tamsaasamuu diriirsuu

  • Ragaa gatii, baayin fi qulqulinaa sasaabuu

  • Ragaalee sasaabaman qindeesuu fi daataa bezii cimsuu

  • Ragaalee sasaabamani qindaa’an qulqulina isaani mirkaneessuu fi tamsaasuu.











  • -Biroolee, W/Raalee

  • Seektara Qonnaa

  • Jala Hammataman

  • -ICT

  • -STVO

  • -SRO

  • -PREESII




  • Adeemsa hojii Dhimoota Kominikeeshinii Mootumaa

  • Dhaabataalee gabaa

  • ECXii

  • Ejansii daldalaa








Babal’inaa fi w/q gabaa

  • Egiiziibishinii

  • Waltajii marii

  • Advartiizii

  • Hordofi fi degarsaa

  • Gamagamaa














Yüklə 432,84 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin