1. Qajeeltoowwan ijoo liqii


Baankoonni Daldalaa Liqii Dhiyeessan %5 Qabeenya Socha’aaf Qabsiisuun Akka Liqeessan Qajeelfamni Ajaju Ba’e



Yüklə 133,28 Kb.
səhifə2/2
tarix11.10.2023
ölçüsü133,28 Kb.
#129991
1   2
Qajeelfamaliqi

Baankoonni Daldalaa Liqii Dhiyeessan %5 Qabeenya Socha’aaf Qabsiisuun Akka Liqeessan Qajeelfamni Ajaju Ba’e
On Sep 9, 2020  1,510
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Baankoonni daldalaa Ityoophiyaa liqii dhiyeessan keessa % 5 qabeenya socha’aa qabsiisuun akka liqeessan qajeelfamni ajaju ba’uu Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksise.
Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa qajeelfama qabeenya socho’aa qabsiisuun liqii liqeessuu dandeessisu irratti bakka buutoota dhaabbilee Faayinaansii waliin marii taasiseera.
Hawaasni jireenya gadi aanaa keessa jiraatan qabeenya socha’aa qabsiisaanii liqii liqeeffachuu akka danda’aniif qaljeelfama Maaykiroo Inshuraansii irratti mari’atameera.
Qajeelfamni kun Qonnaan Bultoonni, Horsiisee Bultoonni, ogeeyyiin kalaqaa fi kanneen biroo qabeenya socho’aa qabsiisuun liqii liqeeffachuun fayyadamoo akka ta’an kan gargaaru ta’uu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Yinnaagar Dasseen ibsaniiru.
Sirni liqaa kun qabeenya damee qonnaa biyyattiitti haalan fayyadamuuf kan dandeessu ta’uu dubbataniiru.
Misooma Invaastimantii jajjabeessuu fi carraa hojii uumuu keessatti shoora olaanaa qabaachuu Dooktar Yinaagar ibsaniiru.
Qajeelfamni kun damee hundaan liqeeffattoota biyyattii amma jiru caalmaatti kan dabalu ta’uu eeraniiru.
Dooktar Yinaagar qaljeefamichi damee Faayinaansiin daandii haaraa kan banuudha jedhan.
Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa qajeelfamichi hojiirra akka ooluuf qophii barbaachisu taasisuu himaniiru.
Qajeelfamni kun bara darbe keessa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaachuun ragga’uun isaa kan yaadatamuudha.
Xibabasillaassee Jambaruutu gabaase.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Baankiin Biyyoolessaa Itiyoopiyaa Maallaqa Baankii Dhaa Ba’uu Qabu Murteesse


Caamsa 19, 2020

  • VOA


Faayilii - Maamila Bankii mashinii ATM keessaa maallaqa baafattu
Qoodi







Print
WAASHINGITAN, DIISII — 
Baankiiin biyyoolessaa Itiyoophiyaa Caamsaa 11 bara 2012 qabeee qajeelfama maallaqa baankii dhaa baafamu murteessu har’aa qabee hojii irra kan oolchu ta’uu beeksise. Bulchaan baankii biyyoolessaa Dr. Yinaager Desee har’a isa kennaniin qajeelfamichi deddeebii maallaqaa seera qabsiisuu dhaan yakkaawwanii fi dilaala dhoksuu to’achuuf akkaa gargaara jedhan.
Qajeelfamni haaraan har’a hojii irra oole kun namni dhuunfaa guyyaatti qarShii kuma 200 fi ji’atti qarshii miliyoona tokko baankii dhaa baafachuun kan eeyamamu yoo ta’u kampaanileen immoo guyyaatti qarushii kuma 300 ji’atti immoo qarshii miliyoona 2.5 baafachuu dhanda’u jedha.
Maallaqa calla baafachuu irra jijjiirama utuu hin argamsiisin maallaqa murtaa’ee ol baafachuu kanneen barbaadan namoonni dhuunfaas ta’e dhaaboliin herregaa gara herregaatti ykn Cheekii ykn immoo CPO dhaan kafaltii gochuu danda’u jedhameera.
Qajeelfani kun baasii bifa addaan ilaalamu irratti adeemsa ofii isaa kan qabu yoo ta’u baasii haala addaa, baankilee fi prezidaantotaaf aangoo kennu isaaf murti kennanii baasiin sun yoo raawwatames torban torbaniin gabaasa baankii biyyoolessaaf godhaniin kan hordofamu ta’uun beekameera.
Baankiin qajeelfama kana irra daddarbe kaffaltii baase irraa adabi dhibba irraa harka 25 akka itti muramu illee ibsameera. Qajeelfamni kun baankilee mara, waaltaalee faayinaansii xixiqqoo keessattis hojii irra oola. Qajeelfama kana hojii irra oolchuuf qaamotii dhimmi ilaallatu mara waliin mariin geggeessamee walii galtee irra ga’amuun illee beekameera.
OBN Qaammee 05,2012- Baankoonni daldalaa Ityoophiyaa liqii dhiyeessan keessa % 5 qabeenya socha’aa qabsiisuun akka liqeessan qajeelfamni ajaju ba’uu Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksise.
Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa qajeelfama qabeenya socho’aa qabsiisuun liqii liqeessuu dandeessisu irratti bakka buutoota dhaabbilee Faayinaansii waliin marii taasiseera.
Hawaasni jireenya gadi aanaa keessa jiraatan qabeenya socha’aa qabsiisaanii liqii liqeeffachuu akka danda’aniif qaljeelfama Maaykiroo Inshuraansii irratti mari’atameera.
Qajeelfamni kun Qonnaan Bultoonni, Horsiisee Bultoonni, ogeeyyiin kalaqaa fi kanneen biroo qabeenya socho’aa qabsiisuun liqii liqeeffachuun fayyadamoo akka ta’an kan gargaaru ta’uu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dr. Yinnaagar Dasseen ibsaniiru.
Sirni liqaa kun qabeenya damee qonnaa biyyattiitti haalan fayyadamuuf kan dandeessu ta’uu dubbataniiru.
Misooma Invaastimantii jajjabeessuu fi carraa hojii uumuu keessatti shoora olaanaa qabaachuu Dr. Yinaagar ibsaniiru.
Qajeelfamni kun damee hundaan liqeeffattoota biyyattii amma jiru caalmaatti kan dabalu ta’uu eeraniiru.
Dr.Yinaagar qaljeefamichi damee Faayinaansiin daandii haaraa kan banuudha jedhan.
Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa qajeelfamichi hojiirra akka ooluuf qophii barbaachisu taasisuu himaniiru.
Akka gabaasa FBCtti, Qajeelfamni kun bara darbe keessa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaachuun ragga’uun isaa kan yaadatamuudha.

Yüklə 133,28 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin