Fedhi/Galtee/
|
Bu’aa
|
Kaayyoo Hiixataa
|
Gurmaa’insa fi hojimaata hojjechiisuu danda’u
|
Gurmaa’insaa fi hojmaata hojjachiisuu danda’u hoji irra oole,
|
Gurmaa’insaa fi hojmaata mana hojii haala qabatamaa Abbaa Taayitichaatiin hojii irra oolee maamillii guutuma guututtii gammachiise.
|
Hooggansa qabeenya namaa karoora irratti hundaa’e
| -
Karoora hooggansa qabeenya namaa yeroo gabaabaa fi dheeraa adda ba’ee qophaa’ee hojii irra oole
-
Qabeenya nama haalaan itti fayyadamuun ergama Abbaa Taayitichaa galma barbaadame ga’ee argame
|
Karoora hooggansa qabeenya namaa yeroo gabaabaa fi dheeraa qulqullinaa fi gahumsa qabu qopheessuun galma gahiinsa tarsiimooabbaataayitichaa guutumaa guututtii gumaachee.
|
Carraa leenjii fedhii irratti hundaa’ee fi loogii irraa bilisa ta’e
|
Carraa leenjii fedhii irratti hundaa’ee fi loogii irraa bilisa ta’e kennamee fi raawwii hojii hojjataa dabale
|
Leenjiin kennamu hundi akkaataa karoora qabeenya namaa fi ulaagaa lafa kaawwameen guutumaa guututtii raawwachuun ittiiqufiinsa maamilaa mirkaneessuu.
|
Ragaa fi odeeffannoo qabeenya namaa haala amayyaatiin akka qabamu
|
Ragaa fi odeeffannoo qabeenya namaa qulqullinaan qophaa’ee yeroo barbaadame keessatti hojii irra oole
|
Gurmaa’insi qabiinsii fi itti fayyadamni ragaa fi odeeffannoo qabeenya namaa hunduu haala ammayyaatiin qophaa’ee hojii irra oolee maamillii guutumaa guututtii gammade
|
Raawwii Seeraa, danbiilee fi qajeelfamoota hooggansa qabeenya namaa qulqullina, ga’umsa fi iftoomina qabuun hojii irra akka oolu
| -
Qajeelfamoota fi hojimaata sirnaan hojii irra oolan
-
Haalota mijaa’aa uummameen hawwataa fi bu’a qabeessummaa hojjettootaa dabale
-
Itti quufinsa maamiltoota tajaajila adeemsa hojichaa irratti dabale
| -
Seeraa, danbiilee fi qajeelfamoota hooggansa qabeenya namaa qulqullina, ga’umsa fi iftoomina qabuun kabajamee guutumaa guututtii komii hojjetootaa hambise
-
Haala hojjattoota hawwatuu fi tursiisuu danda’u mijeessuun hojjattootni hundi akka itti quufan gochuu.
|
Haala mija’aa hojjetoota hawwatuu fi tursiisuu danda’u
|
Gaaffii fi komii tajaajila hojjettoota irra dhiyaatan bifa barbaadameen keesumeessuu
|
Fo'annoo fi Filannoo qixa sirri ta’e akka gaggeefamu barbaadu
|
Fo'annoo fi Filannoo sirnaan hojii irra oolan
| -
Rakkoolee raawwii fo’annoo fi filannoo guutumaa guututti hambisuu
|