Maamiltoota fi Dhimmamtootaa
Maamiltoota -
Hojjatootaa Mootummaa
-
Adeemsaalee hojii ATMJO fi caasaalee Abbaa Taayitichaa sadarkaa sadarkaan jiran
-
Manneen hojii mootummaa adda addaa
Dhimamtoota (Stakeholders) -
Bulchiinsa Mootummaa sadarkaa adda addaa irra jiran (Feedarala, Naannoo, Godina, Aanaallee)
-
Biiroo Sivill Servisii fi Bulchinsaa Gaarii Oromiyaa
-
Biiroo Qonnaa Oromiyaa
-
Biiroo Lafaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaa,
-
Biiroo Maalaqaa fi Misooma Dinagdee Oromiyaa
-
Abbaa Taayitaa To’annoo Dhaabilee Misooma
-
Ministeera Bishaani, Jallisii fi Inarjii Federaaalaa,
-
Ministeera Qonnaa Federaaalaa,
-
Yunversitiiwwan adda addaa.
-
Qorannoo Qonnaa Oromiyaa
-
Dhaabbilee Miti-mootummaa garaagaraa fi kkf,
2.2.2. Fedhii Maamiltootaa/Dhimmamtoota
-
Hojimaatni gurma’insaa fi ramaddii hojii diriiruu, misooma ariifachiisaa kan fiduu fi bu’aa qabeessa akka ta’u
-
Qo’annoon gurma’insaa fi ramaddii hojii haala qabatamaa hojii waliin wal-simuu, tasgabbaa’aa fi bu’a qabeesa ta’e
-
Fo’annoo fi filannoon hojjetootaa gaggeeffamu qulqullina fi iftoomina kan qabu fi loogii irraa bilisa akka ta’u
-
Durgoolee fi onnachiftuu adda addaa qo’atamee akka hojii irra oolu
-
Sadarkaan ramaddii gitoota hojii hojjetoota kan hawwatuu fi tursisuu danda’u akka uumamu,
-
Tajaajila saffisaa fi ga’umsa qabu argachuu
-
Kanfalltii gabaa humna namaa waliin deemuu fi haala walxaxinsaa fi rakkoo bakka hojii irratti hundaa’een faayidaalee adda addaa,
-
Sirna raawwii bulchiinsa hojjetoota Mootummaa ifa, ga’umsa qabuu fi mirga hojjettootaa kabachiisuf diriiree hojii irra oole,
Quunnamtii Keessaa fi Alaa (Internal and External Interface)
Adeemsa hojii Misooma fi Bulchinsaa Qabenyaa Namaa yeroo amma hojii isaa yeroo raawwatu adeemsa raawwii hojii keessatti qaamolee keessaa fi alaa adda addaa waliin wal-quunnamtii adda addaa ni taasisa.
2.3.1 Quunnamtii Keessaa
Adeemsa hojiiwwaan Misooma fi Bulchinsaa Qabenyaa Namaa adeemsaa hojii ijoo bulchinsaa iskimoota jallisii, extenshini misooma jallisii, hirmaana ummataa fi qooda fudhatootaa waliin wal-quunnamtii gudda ni qabaa. Bifuma wal-fakkaatuun adeemsa kun wal-quunnamtii keessaa tajaajiloota fi deggarsaa jala jiran hunda waliin wal-quunnamtii hojii hedduutti ni qaba. Dhimmootni adeemsi hojii kun kutaalee hojii keessaa adda addaa waliin wal-quunnamtii raawwatu gabatee armaan gadii irratti ballinaan ibsameera.
Gabatee3 Quunnamtii Keessaa
Qaamota waliin wal-qunnaman
|
Dhimma wal-qunnamtii
|
Hogganaa ATMJO
| -
Qajeelfamootaa fi kallattiiwwan hojii kennuu
-
Karooraa hojii mirkaneessuu fi raawwii hojii yeroo yeroon hordofuu, to’achuu fi gamagamuu
-
Rakkoolee adeemsa hojii keessatti uumamuuf furmaata tarsiimoo kennuu
-
Karoora fi tooftaalee raawwii tarsimoo abbaa taayiticha irratti qajeelfamaa fi murtiiwwan kennuu
-
Tooftaalee fi tarsiimoo hojii abbaa taayitichaa baballisuu irratti kallatti kennuu fi amansiisuu,
|
I/A/Hogganaa
| -
Qajeelfamootaa fi kallattiiwwan hojii adeemsichaaf kennuu
-
Karooraa hojii adeemsaa mirkaneessuu fi raawwii hojii yeroo yeroon hordofuu, to’achuu fi gamagamuu
-
Rakkoolee adeemsa hojii keessatti uumamuuf furmaata tarsiimoo kennuu
-
Karoora fi tooftaalee raawwii tarsimoo adeemsichaa irratti qajeelfamaa fi murtiiwwan kennuu
-
Tooftaalee fi tarsiimoo hojii adeemsichaa baballisuu irratti kallatti kennuu fi amansiisuu,
|
A.H.Eksteenshini misooma jallisii
| |
S/I/A/ Dhimmoota Koominikeshini Mootummaa
| -
Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti
-
Tajaajila haala miseessuu fi ergaa
|
Tajaajila Karooraa fi Sagantaa
| -
Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti
-
Tajaajila haala miseessuu fi ergaa
|
Loojestikii fi Bulchiinsa Qabeenyaa
| -
Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti
-
Tajaajila haala miseessuu fi ergaa
|
Bittaa fi Buulchinsaa Faayinaansii
| -
Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti
-
Tajaajila haala miseessuu fi ergaa
|
Tajaajila oditti fi Inspeekshinii Keesaa
| -
Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti
-
Tajaajila haala miseessuu fi ergaa
|
Tajaajila Seeraa
| -
Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti
-
Tajaajila haala miseessuu fi ergaa
|
Waajjiraalee Godinaa
| -
Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti
-
Tajaajila haala miseessuu fi ergaa
|
Waajjiraalee Aanaa
| -
Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti
-
Tajaajila haala miseessuu fi ergaa
|
Adeemsi hojii Misooma fi bulchinsaa Qabenyaa Namaa tajaajila adda addaa waan kennuuf qaamolee adda addaa waliin wal-quunnamtii hojii yero yeroon ni taasisa. Bu’uuruma kanaan maamiltoota fi dhimamtoota kanaan gaditti ibsaman waliin wal-quunnamtii hojii dhimmoota adda addaa irratti ni taasisa.
Gabatee 4 Wal-quummantii fi dhimma wal-quunnamtii Alaa
Qaamota waliin wal-qunnaman
|
Dhimma wal-qunnamtii
|
Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa
| -
To’annoo fi hordoffii rawwii hojii, Labsii, dambi fi qajeelfamootaa adda addaa baasuu irratti
|
Waajjiraa Pireezidantti Mootummaa Naannoo Oromiyaa
| -
Kallatti fi Qajeelfamaa hojii,
-
Waltajjii walitti dhufeenyaa fi mare maamilaa, dhimmamtootaa, qooda-fudhattootaa fi kennitoota tajaajila gorsaa jidduutti mijeessuu,
|
Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee Oromiyaa
| -
Rammaddii Budgetaa, to’annoo fi hordoffii itti fayyadamaa baajataa
|
Biiroo Sivill Servisii fi Bulchinsaa Gaarii Oromiyaa
| -
Caasaa seektarichaa raawwachuu fi hojii irra olchu
-
Rifoormi hojii irra olchuu
-
Ijaarsaa dandeetti hojjatootaa kennu
|
Biiroo Qonnaa Oromiyaa
| -
Seeraa fi qajeelfamaa misooma fi buulchinsaa qabenyaa namaa bahan wal-jijjiru irratti
-
Hojjatootaa sadarkaa Ganda irratti jiran waliin fayyadamu irratti
-
Gorsaa fi deegarsa kennu fi walin hojjachuu irratti
-
Lenjii misooma jallisii waliin kennu irratti
|
Yuunversitiiwwan adda addaa.
| -
Ijaarsaa dandeetti hojjatootaa kennu
-
Lenjii fi barnootaa misooma jallisii kennu
|
BLATO
| -
Lenjii fi barnootaa misooma jallisii kennu
-
Teeknooloojii misooma jallisii maddisisuu fi wal-beeksisuu
|
Dhaabbilee Miti-mootummaa garaagaraa
| -
Deegarsaa, ijaarsaa dandeetti irratti kennu
|
Instituutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa
| -
Hojjatootaa leenjii kennuu irratti
|
Abbaa Taayitaa To’annoo Dhaabilee Misooma
| -
Gorsaa fi deegarsa adda addaa kennu
|
Dostları ilə paylaş: |