-
Imaammata fi tarsiimoon haala qabatama naannoo waliin wal-simuu fi rakkoo hiikuu danda’u qabaachu
-
Hirmaannaan abbootii qabeenyaa fi investimantii naannicha keessatti babal’isuu
-
Baayyinnii uummataa gar-malee dabaalaa deemuu isaatiif fedhiiin tajaajila hawaas-diinagdee guddaachaa deemu isaa
-
Waliingahiinsa bu’uralee misoomatiif feedhii fi ejjenoo cimaan jiraachuu
-
Dhabbileen gargaarsa, meeshaalee teeknolojii ijaarsa irratti hojjetan bal’inaan biyyaa keessa akka galan gochuu
|
| -
Kutannoon siyaasaa dimokiraasii, misooma ittifufiinsa qabu fi bulchiinsa gaarii jiraachuu isaa
-
Imaammata qunnamttii biyyaa alaa fi nageenyi amansiisaan biyyaa keessa jiraachuu isaa
-
Hirmaannaan fi deeggarsi arjoomtootaa fi qooda fudhattootaa gudachaa dhufuu
-
Kaka’umsii hojii cimaa ta’ee jiraachu
-
Hooggansa cimaan siyaasa fi hojii motummaa walitti hidhee deemu
| -
Uummanii naannoo gamoojjii jiran faffaca’ee jiraachuun isaa dhiyyeessii bu’uuraa misoomatiif rakkisaa ta’uu.
-
Aadaan uummanni eegumsaa fi kunuunsa naannoo irraatti qabu gadi aanaa ta’uu isaa
-
Tatamsa’innii dhibee dadarboo ta’an fkn HIV/AIDS, Sombaa fi kkf jiraachuun isaanii humna misoomaaf oolu miidhuu danda’uu
|
-
Baajatni guddaan hojii ijootif ramadamuu
-
Sirna ykn qajelfama faayinaansii eegamee hojjatamuu
-
Bajata ramadame duguuganii itti fayyadamuu
-
Sirnii sassaabbii galii fooyya’aan diriiruu isaa
| -
Hojiirra oolman riifoormii to’annoo faayinaansi itti fufiinsa qabu hojii irra olchuu dhabuu isaa
-
Gabaasa argannoo bu’aa odiitii booda tarkaanfiin sirreeffama fudhatamu laafaa ta’uu isaa
-
Baasii fi bu’aan qulqullaa’ee bara baraan beekkamu dhabu
-
Hojii raawwatameef yeroon kanfaltii kanfalu dhabu
-
Hanqinni maallaqaa jiraachuu
-
qabeenya Intarpiraayizichaa sochoosuun galii gahaa ta’e maddisiisuu dhabuu
-
Gahee hojii mana hojiichaaf labsiin kename hunda duguganii hojjechuun galii waajjirichaa ol kaasuu dhabuu
| -
Diinagdeen akka naannoo fi biyyaatti ittii fufiinsaan guddachaa dhufuu isaa
-
Riiformiin faayinaansii adda addaa jiraachuu
-
Akka biyyatti xiiyyeefannon bu’ura miisomaaf waan taasifameef bajatni guddaa ramadu
-
Dhaabiileen faayinaansii babala’chu
-
Sochii maallaqaa tasgabaa’ee jiraachu
| -
Sochiin Diinagdee tasgaba’aan adunyaarra dhabamu
-
Ilaalchi kiraa sasaabdummaa jiraachu
-
Hanqinni sharafa biyya alaa jiraachuu
-
Liiqiin maallaqaa adunyaa irraa haala barbaadamun argamu dhabu fi haaldureen mijaa’an jirachu dhabuu.
|