-
Dambii, qajeelfama fi maanuwaalii hojii misooma hojjechiisuu danda’u jiraachuu
-
Ergamni fi mul’atni hojjachiisuu danda’u jirachuu isaa
-
Meeshaalee jijjiirama (JBAH, raayyaa misooma fi Kaayizan) hojii irra oolchuu
-
Karoora tarsiimoo waggaa shanii fi karoorri waggaa (Action plan) jiraachuu.
-
Hojimaatni tajaajila wal fakkaatu iddoo tokkootti haala kennuu danda’uun urmaa’uun hojjetamaa jiraachuu
| -
Horodoffii fi deeggarsi hoggansa jiru haarcaatii qabaachuu
-
Caaseefamaa jirun Adeemsa hojii jiru hubatanii ittin fayyadamu irratti hanqinnni jiraachu
-
Meeshaalee riiformii hojii irraa olchuf rinciicu
-
Manuwaalii bulchiinsa qabeenyaa hojii irra olchuuf gara dubatti harkiifachu
-
Karoorri tarsiimoo waggaa shanii jiratuullee, sanada kanaan hogganamanii hojii raawwachuu dhabuu
-
Karooraaf kan fayyadu danda’u ragaan qulqullu ta’ee fi gabaasni raawwii guutuu ta’e dhabamuu
-
Sirna Qunnamtii Teeknoolojii Oddeeffannoo jirutti gutuumaa guututti itti fayyadamuu dhabuu
-
Hojiilee dhimma hundaa (cross cutting issue) karoorsuun bifa qindoominaa fi itti fufiinsa qabuun hojii irra oolchuun bu’aa isaa gamaaggamuu fi hordofuu akkasumas ‘feedback’ kennu dhabuu
-
Bulchiinsi qabeenya intarpiraayizii dadhabaa ta’u
-
Istaandaardii kenna tajaajilaa fooyyeesuuf qoratame hojii irra ooluu dhabuu isaa
-
Meeshaaleen jijiiramaa JBAH hanga barbaadameen TQOn deeggaramuu dhabu
|
-
Karoora guddinaa fi tiraansifoormeeshiinii akka biyyaa fi naannootti qophaa’e galmaan gahuuf humni nama barate misoomaaf deggersa kennuu danda’uu baayyinaan yunivarsiitootaa fi Kolleejjota irraa eebbifaman jiraachuu
-
Sirnootni(hojjimata) qulqulliina fi si’aanii hojii foyyeesuf hojiirra olan baay’achu
-
Sirni adeemsa hojii mij’aa jiraachu
| -
Roobni yeroo isaa hin egane jiraachu
-
Ciracha filatamaa, Bishaan hojiif barbaachisuu bakka dhiyootti argachuu dhabuu
|
-
Meeshaalee wal-quunnamtii kan akka Bilbila, Faaksii, Interneetii fi kkf fayyadamuu
-
Humni namaa oggummaa fi dandeettii qabu jiraachu
-
Barnoonni fi leenjiin ogummaa bal’inaan kennamaa jirachuu isaa
| -
Rakkoo ilaalchaa, hanqina dandeettii fi dhiyeessii jiraachuu
-
Humni namaa oggummaa fi beekumsa qabu qixa barbaadameen jirachuu dhabuu
-
Aadaan hojii fi ilaalchi tajaajiltummaa maamilaa rawwaattoota biratti sadarkaa barbaadamutti jiraachuu dhabuu isaa
-
Ogummaan hojimaata ammayyaa fi guddina TQO waliin bifa misooma ariifachiisuu danda’uun sadarkaa barbaadameen jiraachuu dhabuu isaa
-
Misooma humna namaa cimisuuf carraa leenjii biyya alaa fi biyyaa keessaa duguuganii itti fayyadamu dhabuu
-
Sirni madaallii fi badhaasaa jiraachuu dhabuu
-
Kaffaltii mindaa fi faayidaaleen oggeessota hojiirra tursiisuu fi gabaarraa harkisuu dandeessisu jiraachuu dhabuu
| -
Humni umuriin isaa hojiif gahaa ta’e misooma irratti hirmaachuu danda’u naannicha keessaa jiraachuu isaa
-
Mootummaan teeknoolojii ammayaa babali’suuf xiyyeeffannaan kennaa jiru ol’aanaa ta’uu isaa
-
Teknooloojiwwaan ammayyaa fi bu’a-qabeessa ta’an jiraachuu isaanii
-
Leenjiin adda addaa humna raawwachisummaa cimsan jirachu
| -
Tatamsa’innii dhibee dadarboo fkn HIV/AIDS, Sombaa fi kkf jiraachuun isaa humna misoomaaf oluu miidhuu danda’uu
-
Humni namaa muxaannoo qabu hojii gadi lakkiisu fi humnii namaa muxannoo fi danddeetti qabuu haala barbaadamun gabaa irraa argachu dadhabu
-
Babal’ina industirii wajjiin faallama naannoo (jijiirama qilleensaa, bishaan, biyyoo fi kkf) daran dabalaa deemuu
-
Teeknoolojii haaraa fudhatee hojirra oolchuurratti rincicini jiraachuu
-
Namootaa dandeettii itti fayyadama teknoolojii qaban haala barbaadameen argachuu dhabu,
|