17.1.2. Nageenya Manneen Sirreessa Mirkaneessuu Ilaalchise
Nageenya manneen sirreessaa mirkaneessuuf tooftaalee eegumsaa keessaa fi alaa, ifaa fi dhoksaan sirr/seeraa mooraa keessaa fi mooraan alaa yeroo bakka adda addaatti bobba’an odeeffannoon deeggaramuun eegumsa manneen sirreessaa fi sirr/seeraa amansiisaa taasisuun nageenya mana sirreessaa fi naannoo isaa mirkaneessuu.
-
Eegumsaa fi nageenya manneen sirreessaa amansiisaa gochuun nageenya manneen sirreessaa mirkaneessuu.
-
Badinsa sirreffamtoota seeraa guutummaa guutuutti hambisuuf dhimmoota badiinsa sirr/seeraatiif ka’umsa ta’an irratti hojjachuu.
-
Odeeffannoo hojii eegumsaaf gargaaran sassaabuun hiikni itti kennamee hojii irra akka oolu taasisuu.
17.1.3. Hojii Jijjiirraa Amala Sir/Seeraa Ilaalchisee
Sirreeffamtoota seeraa haaraa gara mana sirreessaatti dhufan hundaaf kennuun akka tasgabba’an, haala jireenya mana sirreessaa hubatanii akka madaqanii fi jireenya kana keessatti jijjiirama amalaa akka fidan gorsa duraa kan kennamu ta’a.
-
Barumsa Hubannoo Ilaalchisee :
Qaamolee qooda fudhattoota adda-addaa waliin ta’uudhaan barumsa Hubannoo mata dureewwan garaa garaa (tarsiimoo fi imaammata mootummaa, heeraa fi seeraa, qabiinsa mirga namoomaa, barbaachisummaa fi faayidaa IMX’n gurmaa’uu, dhimma koorniyaa idileessuu, qulqullina dhuunfaa fi naannoo, baala sammuu adoochu, Miidhaa malaammaltummaan guddina biyyattii fi kkf) irratti sirr/seeraa manneen sirreessaa keessa jiran hundaaf kennuu.
-
Baruumsa Ga’eessota (Bu’uraa) :
Sirreeffamtoota manneen sirreessaa keessa jiranii fi carraa barachuu hin argatin turan hunda adda baasuun doofummaa keessaa akka bahaniif barumsi bu’uuraa kan kennamu ta’a.
-
Baruumsa Idilee Ilaalchisee :
Sirreeffamaa seeraa osoo barachaa jiru ykn baruumsa addaan kutee yakka raawwachuun gara mana sirreessaatti ergame hunda adda baasuun carraa barachuu akka argatan taasisuuf kan hojjatamu ta’a.
-
Biiroo Barnootaa waliin ta’uudhaan Manneen barumsaa istaandaardii isaanii eeggatan haarawaa ijaaruu, kanneen jiran suphuu fi babal’isuudhaan sadarkaa isaanii ol guddisuun hirmaannaa sirr/seeraa dabaluu.
-
Biiroo Barnootaa waliin ta’uudhaan Manneen sirreessaa 4 ( Allee,Gursum, J/Arjoo, Dalloo Mannaa ) barumsaa hanga saayikilii 1ffaa tti kennaa jiran gara saayikilii 2ffaatti ( hanaga ku. 8) tti ol guddisuu
Baruumsa Idilee Ilaalchisee
Manneen barumsaa saayikilii 2ffaa kennaa jiran keessatti haala qabatama naannoo isaanii irratti hundaa’uudhaan gara sadarkaa 2ffaatti ol guddisuu
3. Biiroo barnootaa waliin ta’uudhaan manneen baruumsa qophaa’inaa (pripaaratorii) barsiisaa jiran akka ciman taasisuun manneen sirreessaa keessatti haaraa bannuudhaan baruumsa qulqulina qabuu fi sirr/seeraa fayyadamoo taasisuun akka kennamu gochuu(Har/Bahaa, Shawaa bahaa fi GAONF)
-
Ejensii BLTO waliin ta’uudhaan Giddugaleessa leenjii ogummaa fi teeknikaa Sirr/seeraa Adaamaa loojestiksii fi ogeessaan guutuun sadarkaa fudhannaa isaa dabaluun dhi. 2000 Dub. 500 ida’ama nama 2500 haala gahumsaa fi qulqullina qabuun akka leenjiisu gochuu fi bara KGT-II kana keessatti gara sadarkaa leevilii arffafaa (4ffaa)tti ol guddisuu
-
Ejensii BLTO waliin ta’uudhaan Giddu galeessa leenjii ogummaa fi teeknikaa haaraa 3 (Sadii ) sadarkaa leevilii 2ffaa dabalataan banuu (Jimmaa, Har/Bahaa fi Wallaggaa bahaa)
-
Manneen sirreessaa hojii ogummaa huccuu dhahuu (shimaanaa) fi huccuu hodhaa sirr/seeraatiif kennaa jiran hunda hamayeessuun sirr/seeraa fayyadamoo akka ta’an taasisuu.
-
Biiroo misooma qonnaa waliin ta’uudhaan Giddu galeessa leenjii misooma qonnaa sirr/seeraa jiru cimsuunhaala bu’aa dabalata uumuun ”Agro process” gochuun gabaaf dhiyeessan mijeessuu( Jimmaa, Wallaggaa bahaa, fi Qel/Wallaggaa).
Hojii Baruumsa fi Leenjii Sirreefamtoota Seeraatiif Kennamu Ilaalchisee KGT-2ffaa Keessatt Raawwachuuf Karoorfame :
Gosa Barumsaa
|
2008
|
2009
|
2010
|
2011
|
2012
|
Waliigala
|
Dhi
|
Dub
|
Ida’ama
|
dhi
|
Dub
|
Ida’ama
|
dhi
|
dub
|
Ida’ama
|
dhi
|
Dub
|
Ida’ama
|
Dhi
|
dub
|
Ida’ama
|
dhi
|
dub
|
Ida’ama
|
Barumsa Tajaajila Gorsaa
|
9,550
|
300
|
9,850
|
9,550
|
300
|
9,850
|
9,550
|
300
|
9,850
|
9,550
|
300
|
9,850
|
9,550
|
300
|
9,850
|
47,750
|
1,500
|
49,250
|
Baruumsa Hubannoo
|
37,710
|
1,337
|
39,047
|
37,710
|
1,337
|
39,047
|
37,710
|
1,337
|
39,047
|
37,710
|
1,337
|
39,047
|
37,710
|
1,337
|
39,047
|
188,550
|
6,685
|
195,235
|
Baruumsa Idilee saykli 1ffa- qopha’inaatti
|
7,410
|
760
|
7,770
|
7,410
|
760
|
7,770
|
7,410
|
760
|
7,770
|
7,410
|
760
|
7,770
|
7,410
|
760
|
7,770
|
37,050
|
3,800
|
40,850
|
Baruumsa bu’uuraa
|
5,218
|
640
|
5,858
|
5,218
|
640
|
5,858
|
5,218
|
640
|
5,858
|
5,218
|
640
|
5,858
|
5,218
|
640
|
5,858
|
26,090
|
3,200
|
29,290
|
Barumsa (leenjii) ogummaa fi Teknikaa fi
|
14,200
|
460
|
14,660
|
14,200
|
460
|
14,660
|
14,200
|
460
|
14,660
|
14,200
|
460
|
14,660
|
14,200
|
460
|
14,660
|
71,000
|
2,300
|
73,300
|
Barumsa ogummaa qonnaa fi misooma beeyladaa
|
6,000
|
345
|
6,345
|
6,000
|
345
|
6,345
|
6,000
|
345
|
6,345
|
6,000
|
345
|
6,345
|
6,000
|
345
|
6,345
|
30,000
|
1,725
|
31,725
|
Sir/seeraa Gurmeessuun Hojii Keessaa Galchuu
|
5,400
|
600
|
6,000
|
5,400
|
600
|
6,000
|
5,400
|
600
|
6,000
|
5,400
|
600
|
6,000
|
5,400
|
600
|
6,000
|
27,000
|
3,000
|
30,000
|
Dostları ilə paylaş: |