Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya



Yüklə 1 Mb.
səhifə6/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   48
Ergama Biiriichaa

Naannoo Oromiyaa keessatti; Dubartonni hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa akka ta’an, dhiibbaan isaan irra ga’u akka hafu taasisuu, rakkoo hawaas-diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu, dhimmamtotaafi deeggertoota waliin qindoominaa uumuun hojjechuu fi kenna tajaajilaa fooyyesuuf qorannoo fi sakkatta’iinsa ittifufiinsa qabu gaggeesuu dha.

1. 4.2 Mul’ata Biirchaa (Organizational vision)

    Bara 2012tti Oromiyaa wal-qixxummaan Koorniyaa,Gahoominni Dubartootaa fi mirgii fi nageenyi daa’immanii kessatti mirkanaa’ee uumuu.




      1. Yüklə 1 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin