Haala Godina Qellem Wallaggaa


Gabatee Raawwii hojii Garee TQO



Yüklə 1,78 Mb.
səhifə36/36
tarix10.01.2022
ölçüsü1,78 Mb.
#101804
1   ...   28   29   30   31   32   33   34   35   36
8.1.5. Gabatee Raawwii hojii Garee TQO

L/T

Sagntaa Hojii Raawwataman

Saf

Karoora 2009


Kurmaana 1ffaa

Kurmaana 2ffaa

Kurmaana 3ffaa


Kurmaana 4ffaa



Ado

Hag

Ful

Onk

Sad

Mud

Ama

Gur

Bit

Eb

Ca

Wax

1

Networkiin haalan akka hojjetuf deeggersa Aanaa fi waajjiraf kennu


Lakk

12

























2

Farra –qinqanii komputaroota fayyadamtoota irratti fe’uu fi qulqullina siistama cimdaa mirkanessuu.

Lakk

12

























3

Kompitaroota fi meeshalee TQO suphuuf deeggesa oggummaa kennuu.

Lakk

31

























4

Deegersa ogummaa mosaji fi hardwerii wal irraa hin cinne fayyadamtootaf kennuu.

Lakk

12

























5

Haala itti fayyadama mosaajii galmeessaa fi heyyama daldala ogeessota sadarkaa Aanaa 11, leenjii kennufi hojii irraa olmaa isaa hordoofuun deggeruu

Lakk (Marsaa 2)

13













13










13










6

Leenjii haala ittii fayyadamaa bu’uura misooma TQO /busic computer skills ogeessota sadarkaan jiraniif kennu

Lakk

206










28







178
















7

Haala ittii fayyadaa mosajii odeeffaannoofi babal’ina gabaa ogeessota wiirtuu sadan irraa jiraniif leenjii kennu.(Machaaraa,Qaaqee fi M/D/dolloo

Lakk

1










1

























8

Dokumetiiwwan leenjii qopheessuu

Lakk

5










2

1




1




1










9. Hojiiwwan Tajaajila Seeraa

  • Qophii fi Wixinee Dambii fi qajeelfama qopheessuu

  • Leenjii hubannoo Seeraa kennuu

  • Seeroota seektarichaa ilaallatan irratti aanolee 11'f gorsa kennuu

  • Iyyannoo barreeffamaan dhiyaataniif ija seeraatiin akka ilaalaman ajajaman xinxalani deebii kennuu.

  • Dhimmoota mana murtiin walqabatan deebii kennuu fi falmii geggeessuu.

  • Gabaasa hojii raawwatamee qopheessuu.

  • Tajaajilichaaf meeshaalee barbaachisaa guutuu;

  • Wixinee galteewan mana hojii ilaalatan qopheessuu;

Hojiiwwan Gurguddoo

  • Karoora hojii qophaa’u kamiyyuu keessatti dogoggorri seeraa akka hin raawwatamne gorsa kennuu;

  • Xiinxaala seeraa gochuun yaada sirreeffamaa dhiyeessuun murteen adda addaa kennamu seeraa waliin akka walsimmuu gochuu;

  • Dabalataan seerota, dambiiwwanii fi immammatoota qopha’aan afaan naannoon akka hiikamee qixa barbaadamun hojjetamu deggarsaa kennuu.


9.1. Gabatee karoora hojii Gurguddoo Tajaajila Seeraa Bara 2010

L/TllLLLL T/L

Sagantaa Hojii Raawwataman

Saf

Rawwii

2009


Karoora

2010


Kurmaana 1ffaa

Kurmaana

2ffaa


Kurmaana

3ffaa


Kurmaana

4ffaa


Ado

Hag

Ful

Onk

Sad

Mud

Ama

Gur

Bit

Ebl

Cam

Wax

1

Karoora hojii qopha'u kammiyyuu keessatti dogogorri seera akka hin raawwatamne gorsa kennu

Lak


12

24

2

2

2

2

2

2

2

2

2

2

2

2

2

Dhimmoota seeraatti dhiyaatanii himaannan itti baname hordoffii gochuu

lak

20

35

1

1

4

4

3

3

3

3

3

3

3

3

3

Xinxala seeraa gochuun yaada sirreeffama dhiyeessuun murteen adda adda kennamu seera waliin akka wal simmu gochuu

lak

10

12

1

1

1

1

1

1

1

1

1

1

1

1

4

Dhimmoota mana seeraa irratti famii afaanii gaggeesu

lak

4

6










2







2










1

1

5

Dhimma yakkaa irratti ajaja mana murtiidhaan yaada ykn deggersa kennuu

lak

4

6







2







1




2




1







6

Dhimma seeraa irratti leenjii fi hubannoo kennuu

lak

1

1













1






















7

Galmee murta'aan irratti ol iyyaata fudhaachu fi fudhaachisisuu

lak

3

3










1







1










1




8

Dhimmoota D/F/hariiroo hawaasa irratti falmii afaanii geggeessuu

lak

5

6







1




1







1




1

1

1

9.1.2. Hojiiwwaan Foyya’insa Sivil Sarvisii

  • Kaayyoo humna raawwachiisummaa biiroon bulchiinsa gaarii fi sagantaalee ijaarsa dandeettii irratti qabu cimsuun ga’umsaa fi bu’aa qabeessummaa isaa guddisuu;

  • Hojeetoota mana hojii hunda raayyaa jijjiramaan gurmeessuu fi adda duree akka horatamuu deggersaa fi hordooffii kennuu;

  • Labsii, Maanuaalii, JBHA, SMBKT fi kkf. Daldalaa fi Misooma Gabaa irratti akkasumas Meeshaalee riiformii sivil sarviisii irratti hojatoota haaraa qaxaramaniif waggaatti yeroo lama leenjii kennuu;

  • Humna raawwachisummaa raawwattoota cimsuu torbee lama lamaan hoggantootaan deggarsii fi hordoffii akka kennamu ni ta’a;

  • Gamaaggama hojii si’a afur gaggeessuu hudhaalee jiran adda baasuu;

  • Gamaagamni hojii 100% haalaa SMBKTn akka gaggeefamu hojjechuu;

  • Unkaalee fi galmeewwan yaada uummataa ittiin guutamu qopheessuun maamilli tajaajila kennamurratti guyyaa guyyaan yaada akka kennu taasisuu.

  • Sadarkaa itti quufinsa maamiltootaa fi dhimmamtootaa beekuudhaaf yeroo yerootti yaadota dhiyaatan qindeessuu fi gamaaggamuu, akkasumas sakatta’iinsa sadarkaa itti quufiinsaa gaggeessuun duub-deebiin yeroo isaa eeggate kennaa demuu.

  • Kenniinsa tajaajilaa irratti sirni ittiin odeeffannoon tajaajilamtootaaf kennamuu fi sirni ittiin komiin keessummeeffamu diriirsuu fi tajaajilawwan kennaman ragaan akka deggaraman tasissuu.

  • Maniiwwan galmaan ga’uuf haala istaandardii gochaawwaniif kaa’ameetiin raawwachuu, raawwii isaanii sagantaan gamaaggamamaa deemuu.

  • Hoggansii fi Hojjataan Mana Hojichaa aadaa waliin karoorsuu, waliin mari’achuu, miira gareetiin waliin raawwachuu fi haala idileeffameen raawwii waliin qorachuu akka dagaagsu deggarsa taasisuu.

  • Raawwii hojii hojjetoota, garee fi adeemsaalee hojii waajjirichaa akkaataa “BSC”n akka madaalaman iddoo hanqinni jiru adda baasuun leenjiin akka kennamu haala mijeessu.

  • Hojjetoonni fi Abootii Adeemsaalee Riifoormii (BSC, BPR fi kkf) fi SFSS irratti hubanoo cimaa

9.1.3. Hojiiwwan Odiitii

  • Hojjiin Oditti Labsii , Dambii fi Qajeelfamoota , imaammata mootummaa irratti hundaa’uudhaan hojjiin seeraan rawwatamuu issa ji’a ji’aan Xiinxaluu xiinxaluu .

  • Baajata marmaartuu hayyamame seeraa fi qajelfama mootumma eeggatee dhimmaa fi kaayyoo qabameef yeroo isaa eegee raawwatamuu issa ji’a ji’aan hordoofuu ,

  • Bittaa meesha dhaabataa fi dhumataa MMD'n geggeessu seeraa fi qajelfamma jiru irratii hunda’ee rawwatamuu issa xiinxaluu . .

  • Kaffalitiwaan rawwatamanii fi kan leejara irratti galma’ee jira wal-simuu isaa ji’a ji’aan xiinxaluu siirrumasaa mirkanesuu.

  • Qabeenyi waajjirichaa haala qajeelffama bulchinsa qabeenyatiin lakkofsii addaa kenname akkataa akaakusaatiin galmeffamuu isa xuumura wagga irratti xiinxala inventerii geggessuu .

  • Qabeenya muurtaa’aa waajjirichi qabuu qusanoodhaan ,kaara bu’a qabessa ta’een fayidaa irra oluu isaa ji’a ji’aan Xiinxaluu .

  • Lakkofsi meeshalee dhaabbata fi dhuumata xumura bara baajatati akka tasifamuu fi hordofamu taasisuu .

  • Meeshale adda addaa Godinalee fi Maggalota fi keenamaan seeraa fayinansii eegatee baasii ta’u issa fi hojii barabadameef oluu issa hordofuu .

  • Rawwi hojjii WDMG hordofuu , akka karoorfameetti kan hin rawwanee yoo ta’ee qaama illaalu waliin mari’achuu fi yaada furmaata ka’uu .

  • Geggeessitootaa fi hojjettoota WDMG tiif waggatti si'a lama waliin mar’achuudhaan leenjii hubanoo cimsuu akka kennamuu tasisuu.

9.1.4. Hojiiwwan Qophii Karoora, Baajataa, Hordoffii fi Gamaggama Raawwii

Sirna Qophii Karoora, Hordoffii fi Gamaggammaa Foyyeessuu;

  • Karooraa waajjirichaa qopheesuu fi kan aanaalee fi magaalaa akka qopha’uu deggersa kennuu;

  • Raawwii sagantaalee irratti gabaasotni ji'aa 12, kan kurmaanaa 4 fi kan waggaa ni qophaa'u. Duub deebiinis ni kennamaaf

  • Bara karoorichaa kessatti hordoffii fi deggersi kurmaana kurmaanaan 4 ni taasifama.

9.2. Hojiiwwan Qophii Karoora, Baajataa, Hordoffii fi Gamaggama Raawwii

L/T

Sagantaa Hojii Raawwataman

Saf

Raawwii 2009

Karoora 2010


Kurmaana

Kurmaana 2ffaa

Kurmaana 3ffaa


Kurmaana 4ffaa



Ado

Hag

Ful

Onk

Sad

Mud

Ama

Gur

Bit

Eb

Ca

Wax

1

Cheeklistii hojii ji'a ji'aa qopheessuun qaama ilaallatuun ga'uu

Lakk

12

12

1

1

1

1

1

1

1

1

1

1

1

1

2

Gabaasa raawwii ji'aa Aanaarraa fudhachuun biiroof dabarsuu

Lakk

12

12

1

1

1

1

1

1

1

1

1

1

1

1

3

Gabaasa kurmaanaa Aanaarraa fudhachuun Biiroof dabarsuu

Lakk

4

4







1







1







1







1

4

TOR superviizinii qopheessuun aanaa deggeruu

Lakk

4

4




1







1







1







1

1

5

Cheklistii superviizinii qopheessuun aanaa deggeruu

Lakk

4

4




1







1







1







1

1

7

Dhimma karooraa bara 2009 irratti geggeessitootaa fi raawwattoota aanoleef orenteeshinii kennuu

Lakk

1

1




1































8

Gamaaggama hojii aanolee ol waamuun geggeessuu

Lakk

3

4







1







1







1







1



  • Madaalliin raawwii hojii, godiina, Aanaa fi magaalaa waggaa keessatti marsa 2 yeroo gaggeefamuu ragaa qopheessuun hirmaachuu.

  • Karoora waajjirichaa irratti Sadarkaa Hundatti Irratti Mari’achuu

  • Karoora waliigalaa irratti qooda fudhattoota seektarichaa hunda mariisisuudhaan, iftoominni, kaka’umsi, ilaalchi abbummaa fi itti gaafatamummaan akka cimu taasisuu.

  • Geggeessitootnii fi hojjetootni seektarichaa karoora qophaa’e irratti mari’achuun hubannoo guutuu argatanii akka hojii irra olchan taasisuu.

  • Geggeessitootni sektara qindoominaa fi q/fudhattoota karoora irratti mari’atanii akka gabbisan gochuu;

9.2.1. Hordoffii fi Deggersa Raawwii Karooraa Irratti Taasisuu

  • Karoora waajjirichaa qopheessuun galmoota kaa’aman dhugoomsuun sirna hordoffii, deeggersaa fi gamaaggamaa cimaa ta’e diriirsuu gaafata. Haaluma kanaan sadarkaa godinaa, aanaa fi magaalatti hordoffii, deeggarsaa fi gamaaggamaa karoorichaa akka armaan gadiitti kan raawwatamu ta’a.

  • Geggeessitoonni sadarkaa adda addaarra jiran raawwii karoorichaaf hordoffii fi deeggarsa sagantaa idilee qabatanii akka raawwatan taasisuu. Kanaafis meeshaaleen hordoffii kanneen armaan gaditti ibsaman hojii irra kan oolan ta’u.

9.2.2. Sirna Gabaasaa fi Wal-jijjiirraa Ragaa

  • Unkaaleen hordoffii hojii agarsiisan ykn cheekliistiin hordoffii fi gamaaggama waajjirichaa qophaa’ee iddoo tokkotti walitti qabamee gadi buusuu fi hojiin akka itti hojjetamu hordofuu

  • Aanaaleen gabaasa raawwii karoora hojiiwwan gurguddoo ilaalchisee haala gabaabaa fi ifa ta’en unka gabaasaa haaraa haala SMBKT/BSCn hojiirra ooletti fayyadamuun ji’a ji’aan, kurmaanaan fi kan waggaa jinii seenee hanga bulttii 20ttii dhiyaatee fi Godinni immoo qindeessuun ji'i seenee hanga bultti 25ffaatti BMMDO fi Qaamoota biroo ilaalatuuf ni dabarsa;

  • Sirna hojimaataa hordoffii fi gamaggamaa cheeklistii waliin qopheesssuudhaan hojii hordofuu;

  • Gabaasni dhiyaate bifa qindaa’een cuunfamee manajimentiif dhiyaatee irratti ni mari'atama.

  • Gabaasni raawwii karoora hojii waliigalaa ji’aan, ji’a 3n; ji’a 6n; ji’a 9n fi kana waggaa qindaa’ee ni dhiyaata;

  • Aanolee kurmaana kurmaanaan ol waamuudhaan waggaatti yeroo afur raawwii isaanii gamaggamuuun kallattii kaa'uu

  • Gabaasichi galma karoora waggaa irratti kaa’ame kan fizikaalaa fi baajataa (faayiinaansii) mata duree hojiwwan hojjataman waliin madaaluudhaan hangam akka milkaa’ee fi yoo milka’uu baates sababni isaa ibsamuu qaba;

  • Ciminnii fi hanqinaaleen mul’atan, muuxannoowwan gaarii argaman itti fufinsa isaanii mirkaneessuu barbaachisaa dha.

  • Aanolee fi magaalaan waa’ee raawwii hojii ragaa fi gabaasa raawwii dhabbataan erguun isaanii ni hordofama. Sirni hordoffii qaamoolee kana waliin jirus waltajjii marii fi daawwannaa dirreettin kan deggaramu yoo ta’u, ragaaleen haalaa kanaan sassabamanis walitti qabamanii foyya’insa raawwii karoora waajjirichaaf akka fayyadu ni ta’a.

9.2.3. Hojiiwwan Sirna Qindoominaan Hojjetaman

  • Kaayyoo fi galmaawwan karoorichaa hojiitti hiikuuf qooda fudhattootni waajjirichaa gahee isaanii sirriitti hubatani akka tumsan gochuu;

  • Dhimmoota murteessoo ta’ani fi qindoominaan hordoofuun barbaachisu sektera qindoominaa WDMG, ATG fi ATGe cimsuun waliin socho’uu;

  • Gaggeesitootaa WDMG, ATGO fi ATGeO waliin ta’uun gamaggammaa raawwii hojii waltajjii marii kurmanaa kurmanaan qopheessuudhaan waggatti yeroo afur/4/ gaggeessuu;

  • Garee suparviznii hundeessuudhaan gamaggammaa dirree qindoominaan kurmanaa kurmanaan ba’uun waggatti yeroo 4 raawwachuu;



YAADA XUMURAA

  1. Sirna rifoormii daldalaa fi gabaa hammayyeessuudhaan daldalaan keenya seera qabeessaa fi ammayya'aa akka ta'u gochuuf ni hojjetama.

  2. To'annoon dhaabbilee daldalaa irratti geggeeffamuun dhaabbileen daldalaa seeraa ala taa'an gara seeratti akka dhufan ni taasifama.

  3. Sirna gabaa oomishalee Godinichaa istraateejiik ta’aniif walquunnamsiisa gabaa diriisuudhaan gahumsa isaan diinagdee godinaa fi naannoof taasisan guddisuu

  4. Tajaajila bu’uura gabaa bal’inan dhiyeessuudhan gabaan oomishalee qonnaa bifa iftoomna qabun seera qabeessa ta’e akka raawwatamu gochuu

  5. Sirna Odeeffannnoo Gabaa hammayyaa ta’e diriirsuun ragaa qulqullina fi yeroo isaa eeggate walitti qabu ; xiinxaluu fi tamsaasuu

  6. Sirna to’annaa gabaa fi qulqullina oomishaa diriirsuun omishaaleen sharafa biyyaa alaa argamsiisan bal’inan gabaaf akka dhiyaatu gochuu .

  7. Dandeettii raawwachisuu misooma gabaa gama ilaalchaa,dandeettii ogummaa caaseffamaa ,humna namaa fi dhiyeessi fi hordoffin cimsuu




Yüklə 1,78 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   28   29   30   31   32   33   34   35   36




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin