Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Hojjetootni keenya qabeenya murteessaa dha



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə20/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   16   17   18   19   20   21   22   23   ...   84
Hojjetootni keenya qabeenya murteessaa dha.

Interpiraayiziin Ijaarsa daandii Oromiyaa dhaabbata hojiilee ijaarsaa waan ta’eef hojiileen hedduun humna namaan kan hojjetaman yoo ta’u, hojiin maashinaan hojjetamullee humni namaa kan hin jirre yoo ta’e bu’a kan hin qabaanne ta’uun isaa beekamaa dha.
Kanaafuu hojii qulqullina qabu hojjechuufis ta’e interpraayizichi umurii akka qabaatuu fi dorgomaa ta’ee akka argamuf humni namaa barbaachisaa ta’un isaa kan wal nama hin gaafachiisne dha.
Haaluma kanaan, hojjettootni keenya qabeenya murteessaa keenya waan ta’aniif hojjettoota keenyaaf kabaja guddaa kan qabnu yoo ta’u, naannoo hojii isaanii mijeessun fi onnachiiftuu adda addaa kennuun, hamilee gaariin akka hojjetan gochun murteessaa dha. Hojii hojjetan beekumsa gaariin akka hojjetaniifi beekumsa isaanii dabaluuf immoo leenjiilee adda addaa kennuun bu’aa qabeessumaa isaanii dabalun barbaachisaa ta’a.


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   16   17   18   19   20   21   22   23   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin