Maamiltoota fi Dhimmamtoota
|
Amala Isaan Irraa Barbaadamu
( Behavior We Desire)
|
Fedhii Maamiltootaa fi Dhimmamtootaa
/ Customer and Stakeholder Needs/
|
Rincica Ka’uuDanda’u
/Resistance Issues/
|
Dhibbaa Inni Fidu
/Their Influence/
|
Abbaa Taayitaa Daandiwwan Oromiyaa
| | -
Ijaarsa daandii qulqullina qabuu fi yeroo isaa eegatee raawwatame
| -
Yeroon wal-haarkaa fudhiinsa raawwachu dhabuu
| |
Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Itiyoophiyaa
|
| -
Hojii qulqulliina qabuu fi yeroo isaa eeggate raawwatamee
| -
Qulqullina fi yeroo xumuraa irratti gaaffii ka’uu danda’u
| |
Biiroo Biishaanii, Albuudaa fi Inarjii Oromiyaa
| -
Deeggarsa iddoo “Quarry” ykn bakka cirracha filatamaa hayyamuu
-
Carraa hojii kennuu
| | -
Fedhii heyyamaa dhabuu fi sababa baay’isuu
| -
Bakka cirracha filatamaa dhorkuu
|
Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa
| | -
Hojii qulqullina qabuu fi yeroo isaa eeggate raawwachu
| -
Qulqullina fi yeroo xumuraa irratti gaaffii ka’uu danda’u
|
|
|