Gabatee-7
5.Xiinxala Maamiltotaa, Dhimmamtoota fi Waltaatoota Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa
Dhaabbilee Mit-Mootummaa
|
Walta’iinsa misoomaa (partnership) deeggarsa teekinikaa hojii ijaarsaaf oolu kennuu
| -
Haala mijaa’aa uumuu fi hirmaachisummaa
|
Gargaarsa kennaniif haala duree baay’isuu fi ilaalcha mataa isaanii fe’uu
|
Hirmaannan isaan misooma keessatti qaban xiqqaachuu,
Gargaarsaa fi deeggarsa kennan dhaabuu
|
Ummata naannichaa
| -
Hirmaannaa misoomaa bifa gurmaa’inaa fi itti fufiinsa qabun deeggaru
-
Ummatni raayyaa misoomaa ta’u isaa beekee mootummaa faana hiriiruu
-
Aadaa hojii gaarii fi qusannaa cimu
| -
Tajaajila bu’uuraalee misooma qulqullinaan raawwataman
| | -
Mootummaa irraa amantaa dhabuu,
|
Mootummaa Naannoo oromiyaa
| -
Bajata ramaduu,
-
hojii kennuu
| -
Ijaarsa daandii haala karooraa fi sagantaa qabameen akka raawwatamu
-
Angoo fi gahee hojii hunda itti kenname akka ba’u
| |
Tarkaanfii bulchiinsa fudhachuu
|
Biiroo Eegumsa Naannoo Oromiyaa
| | -
Kununsa naannoo fi eegumsa taasiisu
|
Gargaarsa gochuu dhabuu
|
Manca’iina boosonaa taasifamuf himatamu
|
Abbaa Taayitaa Galiiwwan Naannoo Oromiyaa
| -
Haala galii yeroon sassaabuu uumuu
|
| -
Fedhii yeroon galii sassaabuu dhabuu
-
Yeroon keessummeessu dhabuu
| |
|