Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə38/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   34   35   36   37   38   39   40   41   ...   84
III. Madda Faayinaansii

  • To’annoo faayinaansii.

  • Maallaqni hojii ijootiif ramadame xiyyeeffannoon kennamuu isaa

  • Sirna faayinaansii egani raawwachuu

  • Riifoormiin to’annoo faayinaansi itti fufiinsaan hojiirra ooluu dhabuu isaa

  • Gabaasa argannoo bu’aa odiitii booda tarkaanfiin sirreeffama fudhatamu laafaa ta’uu isaa

  • Bu’aa ikkupmantti irraa argamu madaaluu dhabuu

  • Maallaqa ramadame duguuganii itti fayyadamuu

  • Baasii fi bu’aan raawwii hojii madaalaa deemuu irratti hanqinni jiraachuu

  • Bittaa fi caalbaasiin gaggeeffamu si’aayina fi qulqullina haala barbaaddameen kan hin qabaannee fi raawwiin isaas harkifataa ta’uu

  • Ilaalchi kiraa sassaabdummaa jiraachu





  • Gaaffiin kaffaltti yeroon gaafatamu isaa




  • Hanqinni maallaqaa jiraachuu

  • Qabeenya Intarpiraayizichaa sochoosuun maallaqa gahaa ta’e maddisiisuu fi madda faayinaansii biraa babal’isuu dhabuu

  • Aadaa qusaannoo qabeenyaa guddiisuuf hojiin hubannoo uumuuf raawwatame gadi aanaa ta’uu isaa





Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   34   35   36   37   38   39   40   41   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin