| -
Kenna tajaajilaa fedhii maamilaa guutu laachuuf sochiin jiru jajjabeessaa ta’uu isaa
-
Istaandaardiin kenna tajaajilaa jiraachuu isaa
-
Saffina fi si’aayinni kenna tajaajilaa ummaataaf laatamu JBAH hojii irraa oolchuudhaan hangi tokko fooyya’uu isaa
| -
Kenniinsi tajaajilaa istaandardii irratti hundaa’e bifa walitti fufiinsa qabuun kennamaa kan hin turre ta’uu isaa
-
Istaandaardiin kenna tajaajilaa fooyyeessuuf qoratame hojiirra ooluu dhabuu isaa
-
Meeshaaleen jijiiramaa (JBAH) sadarkaa barbaadamuun TQOfi MISn deeggaramuu dhabuu
-
Sirni keessumeessa komii bifa walfakkaatuun diriiree hojii irraa kan hin oolle ta’uu isaa
|