Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


II. Diimoogiraafii (Demography) fi Environment



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə42/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   38   39   40   41   42   43   44   45   ...   84
II. Diimoogiraafii (Demography) fi Environment







  • Baayyinnii uummataa gar-malee dabaalaa deemuu isaatiif fedhiiin hawaas-diinagdee guddaachaa deemuu (fedhii daandii argachuu dabaluu)

  • Humni omishaa misoomaa irratti hirmaachuu danda’u naannicha keessaa jiraachuu

  • Egumsa qabeenya intarpiraayizichaa irratti qodini ummani qabu guddaa ta’usaa

  • Akka biyyaatti iddoo balaan uumamaa ‘natural disaster’ fkn kirkira lafa, sigiga laafaa, volkaanoo fi kkf jiran adda ba’anii ta’uu isaa,



  • Uummanni naannoo gammoojjii jiran faffaca’ee jiraachuun isaa dhiyyeessii bu’uura misoomatiif mijaawaa ta’uu dhabuu.

  • Bakka ummani fafaca’ee jiraatuutti humni namaa ogummaa qaban dhabamu

  • Roobni yeroo isaa hin egnee roobu

  • Cirrachi filatamaa, bishaan bakka dhihotti argamuu dhabuu

  • Jijjirama qilleensa baramaa (global warming) uumamuu danda’u


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   38   39   40   41   42   43   44   45   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin