Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə41/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   37   38   39   40   41   42   43   44   ...   84
Qabxiilee Xiinxalaa

Caarraa (Opportunities)

Sodaa (Threats)

I. Haalaa Siyaasaa fi Seeraa



  • Kutannoon siyaasaa, dimokiraasii, misooma ittifufiinsa qabu hawaasni hundi walqixa irra fayyadamu danda’u fi bulchiinsa gaarii mirkaneessu jiraachuu isaa

  • Heeraa fi seera, imaammata, tarsiimoo hojii misooma hojjechiisuu danda’u jiraachuu

  • Mootummaan Naannoo Oromiyaa uummataan filatame jirachuu isaa

  • Imaammata qunnamtii biyyaa alaa fi nageenyi amansiisaan biyyaa keessa jiraachuu isaa




  • Daandii hojjetamuuf kan barbaachisan kan akka ’quary’ fi daangaa karaa ijaaramu irratti uummatni hubannoo qabaachu dhabuu

  • Seera ijaarsaa addunyaa yeroo yerootiin jijjiramaa deemu wal-baru dhabuu




Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   37   38   39   40   41   42   43   44   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin