| -
Diinagdeen akka naannoo fi biyyaatti ittiifufiinsaan guddachaa dhufuu isaa
-
Qabeenyi uumamaa misoomaaf ooluu danda’u bal’inaan naannicha keessa jiraachuu
-
Jalqabbiiwwaan investimantii carraa hojii uumuu danda’an jirachuu
-
Hirmaannaan fi deeggarsi arjoomtootaa fi qooda fudhattootaa gudachaa dhufuu
-
Carraan gabaa bal’inaan jiraachuu
-
Karoorrii Guddinaa fi tiraanisfoormeeshinii akka biyyaatti jiraachuun isaa misooma ariifachiisaa fi itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf carraa uumuu isaa
-
Baay’inaan jiraachuu dhaabbilee maalaqaa
-
Dhalli baankii invastimantii xiqqaa ta’u
| -
Qaalaa’insa jireenyaa jiraachuu fi tasgabbiin gabaa biyya keessaa fi alaa dhabamuu
-
Oomishni biyyaa keessaa gabaa addunyaa irratti dorgomaa ta’uu dhabuu.
-
Liiqiin maallaqaa adunyaa irraa haala barbaadamun argamu dhabuu.
-
Liqii argachuuf haal-dureewwan jiran mijaawaa ta’uu dhabuu
|