Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Lakk Kallattii Madaallii



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə46/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   42   43   44   45   46   47   48   49   ...   84
Lakk

Kallattii Madaallii

Ciminaa

Dadhabbina


Caarraa (Opportunities)

Sodaa (Threats)

1

Maamila

  • Imaammata fi tarsiimoon haala qabatama naannoo waliin wal-simuu fi rakkoo hiikuu danda’u qabaachu

  • Hirmaannaan abbootii qabeenyaa fi investimantii naannicha keessatti babal’isuu

  • Baayyinnii uummataa gar-malee dabaalaa deemuu isaatiif fedhiiin tajaajila hawaas-diinagdee guddaachaa deemu isaa

  • Waliingahiinsa bu’uralee misoomatiif feedhii fi ejjenoo cimaan jiraachuu

  • Dhabbileen gargaarsa, meeshaalee teeknolojii ijaarsa irratti hojjetan bal’inaan biyyaa keessa akka galan gochuu




  • Ilaalchi kiraa sasaabdummaa sadarkaa adda addaatti callaqiisu


  • Kutannoon siyaasaa dimokiraasii, misooma ittifufiinsa qabu fi bulchiinsa gaarii jiraachuu isaa

  • Imaammata qunnamttii biyyaa alaa fi nageenyi amansiisaan biyyaa keessa jiraachuu isaa

  • Fedhiin hirmaannaa haawaasaa misooma irraatti qabu jiraachuu




  • Hirmaannaan fi deeggarsi arjoomtootaa fi qooda fudhattootaa gudachaa dhufuu

  • Kaka’umsii hojii cimaa ta’ee jiraachu

  • Hooggansa cimaan siyaasa fi hojii motummaa walitti hidhee deemu



  • Uummanii naannoo gamoojjii jiran faffaca’ee jiraachuun isaa dhiyyeessii bu’uuraa misoomatiif rakkisaa ta’uu.

  • Aadaan uummanni eegumsaa fi kunuunsa naannoo irraatti qabu gadi aanaa ta’uu isaa

  • Tatamsa’innii dhibee dadarboo ta’an fkn HIV/AIDS, Sombaa fi kkf jiraachuun isaanii humna misoomaaf oolu miidhuu danda’uu


2

Faayinaansii

  • Galiin intarpiraayizichaa bara baraan dabalaa dhufuu isaa

  • Baajatni guddaan hojii ijootif ramadamuu

  • Sirna ykn qajelfama faayinaansii eegamee hojjatamuu

  • Bajata ramadame duguuganii itti fayyadamuu

  • Sirnii sassaabbii galii fooyya’aan diriiruu isaa




  • Hojiirra oolman riifoormii to’annoo faayinaansi itti fufiinsa qabu hojii irra olchuu dhabuu isaa



  • Gabaasa argannoo bu’aa odiitii booda tarkaanfiin sirreeffama fudhatamu laafaa ta’uu isaa

  • Baasii fi bu’aan qulqullaa’ee bara baraan beekkamu dhabu

  • Hojii raawwatameef yeroon kanfaltii kanfalu dhabu

  • Hanqinni maallaqaa jiraachuu

  • qabeenya intarpiraayizichaa sochoosuun galii gahaa ta’e maddisiisuu dhabuu

  • Gahee hojii mana hojiichaaf labsiin kename hunda duguganii hojjechuun galii waajjirichaa ol kaasuu dhabuu

  • Diinagdeen akka naannoo fi biyyaatti ittii fufiinsaan guddachaa dhufuu isaa

  • Riiformiin faayinaansii adda addaa jiraachuu

  • Akka biyyatti xiiyyeefannon bu’ura miisomaaf waan taasifameef bajatni guddaa ramadu

  • Dhaabiileen faayinaansii babala’chu

  • Sochii maallaqaa tasgabaa’ee jiraachu




  • Sochiin Diinagdee tasgaba’aan adunyaarra dhabamu

  • Ilaalchi kiraa sasaabdummaa jiraachu

  • Hanqinni sharafa biyya alaa jiraachuu

  • Liiqiin maallaqaa adunyaa irraa haala barbaadamun argamu dhabu fi haaldureen mijaa’an jirachu dhabuu.




3

Adeemsa Hojii Keessaa

  • Dambii, qajeelfama fi maanuwaalii hojii misooma hojjechiisuu danda’u jiraachuu

  • Ergamni fi mul’atni hojjachiisuu danda’u jirachuu isaa

  • Meeshaalee jijjiirama (JBAH, raayyaa misooma fi Kaayizan) hojii irra oolchuu

  • Karoora tarsiimoo waggaa shanii fi karoorri waggaa (Action plan) jiraachuu.

  • Hojimaatni tajaajila wal fakkaatu iddoo tokkootti haala kennuu danda’uun gurmaa’uun hojjetamaa jiraachuu



  • Horodoffii fi deeggarsi hoggansa jiru haarcaatii qabaachuu

  • Caaseefamaa jirun Adeemsa hojii jiru hubatanii ittin fayyadamu irratti hanqinnni jiraachu

  • Meeshaalee riiformii hojii irraa olchuf rinciicu

  • Manuwaalii bulchiinsa qabeenyaa hojii irra olchuuf gara dubatti harkiifachu

  • Karoorri tarsiimoo waggaa shanii jiratuullee, sanada kanaan hogganamanii hojii raawwachuu dhabuu

  • Karooraaf kan fayyadu danda’u ragaan qulqullu ta’ee fi gabaasni raawwii guutuu ta’e dhabamuu

  • Sirna Qunnamtii Teeknoolojii Oddeeffannoo jirutti gutuumaa guututti itti fayyadamuu dhabuu

  • Hojiilee dhimma hundaa (cross cutting issue) karoorsuun bifa qindoominaa fi itti fufiinsa qabuun hojii irra oolchuun bu’aa isaa gamaaggamuu fi hordofuu akkasumas ‘feedback’ kennu dhabuu

  • Bulchiinsi qabeenya intarpiraayizii dadhabaa ta’u

  • Istaandaardii kenna tajaajilaa fooyyeesuuf qoratame hojii irra ooluu dhabuu isaa

  • Meeshaaleen jijiiramaa JBAH hanga barbaadameen TQOn deeggaramuu dhabuu

  • Sirni keessumeessa komii bifa walfakkaatuun diriiree hojii irraa kan hin oolle ta’uu isaa







  • Karoora guddinaa fi tiraansifoormeeshiinii akka biyyaa fi naannootti qophaa’e galmaan gahuuf humni nama barate misoomaaf deggersa kennuu danda’uu baayyinaan yunivarsiitootaa fi Kolleejjota irraa eebbifaman jiraachuu

  • Sirnootni(hojjimata) qulqulliina fi si’aanii hojii foyyeesuf hojiirra olan baay’achu

  • Sirni adeemsa hojii mij’aa jiraachu




4

Ijaarsa Dandeettii

  • Meeshaalee wal-quunnamtii kan akka Bilbila, Faaksii, Interneetii fi kkf fayyadamuu

  • Humni namaa oggummaa fi dandeettii qabu jiraachu

  • Barnoonni fi leenjiin ogummaa bal’inaan kennamaa jirachuu isaa




  • Rakkoo ilaalchaa, hanqina dandeettii fi dhiyeessii jiraachuu

  • Humni namaa oggummaa fi beekumsa qabu qixa barbaadameen jirachuu dhabuu

  • Aadaan hojii fi ilaalchi tajaajiltummaa maamilaa rawwaattoota biratti sadarkaa barbaadamutti jiraachuu dhabuu isaa

  • Ogummaan hojimaata ammayyaa fi guddina TQO waliin bifa misooma ariifachiisuu danda’uun sadarkaa barbaadameen jiraachuu dhabuu isaa

  • Misooma humna namaa cimisuuf carraa leenjii biyya alaa fi biyyaa keessaa duguuganii itti fayyadamu dhabuu

  • Sirni madaallii fi badhaasaa jiraachuu dhabuu

  • Kaffaltii mindaa fi faayidaaleen oggeessota hojiirra tursiisuu fi gabaarraa harkisuu dandeessisu jiraachuu dhabuu


  • Humni umuriin isaa hojiif gahaa ta’e misooma irratti hirmaachuu danda’u naannicha keessaa jiraachuu isaa

  • Mootummaan teeknoolojii ammayaa babali’suuf xiyyeeffannaan kennaa jiru ol’aanaa ta’uu isaa

  • Teknooloojiwwaan ammayyaa fi bu’a-qabeessa ta’an jiraachuu isaanii

  • Leenjiin adda addaa humna raawwachisummaa cimsan jirachu



  • Tatamsa’innii dhibee dadarboo fkn HIV/AIDS, Sombaa fi kkf jiraachuun isaa humna misoomaaf oluu miidhuu danda’uu

  • Humni namaa muxaannoo qabu hojii gadi lakkiisu fi humnii namaa muxannoo fi danddeetti qabuu haala barbaadamun gabaa irraa argachu dadhabu

  • Babal’ina industirii wajjiin faallama naannoo (jijiirama qilleensaa, bishaan, biyyoo fi kkf) daran dabalaa deemuu

  • Teeknoolojii haaraa fudhatee hojirra oolchuurratti rincicini jiraachuu

  • Namootaa dandeettii itti fayyadama teknoolojii qaban haala barbaadameen argachuu dhabu,







    1. Yüklə 2,07 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   42   43   44   45   46   47   48   49   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin