Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Toora Xiyyeeffannoo Lammaffaa:Galii Haaraa Maddisiisuu



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə52/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   48   49   50   51   52   53   54   55   ...   84
Toora Xiyyeeffannoo Lammaffaa:Galii Haaraa Maddisiisuu,

Bu’aa:

  • Galii dabale, humna hojii cime, dandeetti dorgomuu dabale.



Maamiltoota Duudhaalee

Dhimmamtoota Pains & Enablers













Xiyyeeffanno


GULANTAA sadaFFAA

  1. Kaayyoleen tarsiimoo’aa toora xiyyeeffannoo

    1. Kaayyoo Tarsiimo’aa

Sirni Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) sadarkaalee ijaarsaa qabu keessaa tokko gulantaa sadaffaa irratti kan ilaalamu qophii fi ibsa kaayyoolee tarsiimoo’aa ti. Kaayyoleen tarsiimoo’aa toora xiyyeeffannoo filataman milkeessuuf kan qophaa’ani dha. Kaayyoleen yommuu qophaa’ani fi ibsaman toora xiyyeeffannoo filatamanii fi kallattii madaalliitiin walqabatanii akka walsiman taasifamuu qabu. Ibsa kaayyoolee keessattis barbaachisummaa, daangaa, haalli ittin safaramuu fi bu’aalee tarsiimoo’aa kan agarsiisan akkasumas gochoota fooya’insa itti fufiinsaa kan mul’isu ta’ee barreeffamu qaba.
Kaayyoleen tarsiimoo’aa, tarsiimoon kan irratti ijaaramu burqaa sanyii (utubaa) waan ta’aniif hojiiwwan bara karoorichaatti hojjetamaniif ka’umsa ta’u. Bu’aan yookiin milkaa’inni kaayyolee tarsiimoo’aa guutumaa guutuutti kan ilaalamu xuumura bara karoora tarsimichaatti yemmuu ta’u kaayyoolee tarsiimoo’aa kanneen bu’uura godhachuudhaan raawwiin kaayyolee waggaa ni qophaa’u. Keesumaayyuu kaayyooleen tarsiimoo’aa bu’aa boodaa argisiisan kan ka’an bu’aa tarsiimoo’aa ykn toora tarsiimoo’aa irraa milkaa’ina eeggaman irraa ni ta’a.
Yaad-rimee kana bu’uura godhachuudhaan kaayyooleen fi ibsi kaayyolee SMBKT barbaachisummaa, daangaa, faayidaa, bu’aa fi milkaa’ina kaayyoolee agarsiisu akka armaan gadiitti dhiyaatee jira.


  1. Toora Xiyyeeffannoo Tokkoffaa: Hojii Ijaarsaa qulqullina, yeroo fi baay’inaan rawwatame.


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   48   49   50   51   52   53   54   55   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin