Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Xiinxala Haala Keessaa fi Alaa (Intrenal and External Analysis)



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə35/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   31   32   33   34   35   36   37   38   ...   84
8. Xiinxala Haala Keessaa fi Alaa (Intrenal and External Analysis)

Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo gara hojiitti hiikkamuu danda’u qopheessuun hojii irra oolchuuf dursan haala qabatamaa Intarpiraayizichi keessa jiruu fi haala qabatamaa alaa xiyyeeffannoo kennuudhaan gad-fageenyaan xiinxaluu fi hubachuun ka’umsa ijaarsa tarsiimoo gara hojiitti hiikamuu qabuuf bu’uuradha. Faayidaan xiinxalichaa haalawwan qabatamaa keessaa fi alaa intarpiraayizichi maal akka fakkaatu xiinxaluu fi hubachuuf akkasumas dhimmoolee tarsiimoo hojiirra ooluu danda’an addaan baafachuudhaaf waan ta’eef, gama tokkoon ciminaa fi dadhabbina (strength and weakness) gara biraatiin ammoo carraalee itti fayyadaman (opportunities) qabuu fi sodaalee (threats) mudachuu danda’an akaakuun addaan baasuun xiinxaaluu dha.



Haaluma kanaan, Intarpiraayiziin ijaarsa daandiiwwan Oromiyaa Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) (2007-2012) qopheessuuf ragaalee haalawwan qabatamaa keessaa fi alaa intarpiraayizicha ibsu maamiltoota alaa fi keessaa fi dhimmamtoota irraa walitti qabuudhaan xiinxala haala qabatamaa keessaa fi alaa gad-fageenyaan taasifameera. Haaluma kanaan ciminnii fi dadhabbinni akkasumas carraaleen fi sodaaleen sakatta’amee adda ba’e gabateewwan armaan gadii keesatti ibsameera

Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   31   32   33   34   35   36   37   38   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin