Gabatee-7
5.Xiinxala Maamiltotaa, Dhimmamtoota fi Waltaatoota Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa
Abbaa Taayitaa To’annoo Dhaabbilee Misoomaa,
| -
Deeggarsa gochuu
-
To’annoo gochuu
| -
Gabaasa yeroo argachuu
-
Hojii qulqullina qabu hojjechuu
-
Karoora Mootummaa dhugoomsuu
| -
Deeggarsa gochurraa boodatti harkifachuu
-
Duubdeebii yeroo isaa eeggate kennuu dhabuu
|
|
Baankii,
| -
Daddabarsa maallaqaa gochuu
-
Liqeessuu
| -
Ragaa guutuu yeroon argachuu
-
maallaqa argachuu
-
liqii yeroon deebisuu
|
| -
Liqii dhowwachuu
-
Kaffaltii raawwachuu dhabuu
|
Inshuraansii
| -
Tajaajila Inshuraansii yeroon kennuu
| -
Kanfaltiin priimiyamii yeroon akka kanfalamu
-
Odefannoo balaa yerodhan argachu
| -
Yeroo dhan tilmaama balaa dhihessu dhabu
-
Kanfaltii yeroondhan raawwachu dhabu
| -
Suphaa konkolaataa gara dubatti harkifachu
-
Hojii irratti dhiibbaa uumuu
|
Caffee Motummaa Naannoo Oromiyaa
|
| -
Haala dambii fi qajeelfamaatiin akka hojjatamu
| -
Yeroodhan dubdeebii keennu dhabu
| |
Boordii IIDO
| -
Kalattii kennuu
-
Baajata mirkaneessu
-
Karooraa fi gabaasa yeroodhan ilaalu
| -
Hojiin haala karooratin akka raawwatamu
-
Hojiin haala , ergama, mula’ataatiin akka hojjatamu
| -
Yeroo dhan murtii keennu dhabu
| |
Dhaabbiilee misoomaa gurgurtaa fi sheerii irratti hojjetan
| -
Sochii faayinaansii saffisaan raawwatamu
-
Hubannoo tajaajila qusannaa fi itti fayydama baankii hawaasa biratti uumuu
| -
Wabii seera fi nageenya amansiisaa
-
Deeggarsaa fi qindoomina
| |
Maddi faayinaansii xiqqaachuu
|
|